Fuuldurri Isaayyaas Afwerkii dukkana!! <🔥>
❶ #Egypt ➜ Pireezidaantiin Masrii Abdel Fattaah Al-Siisii itti fayyadama laga Abbayyaa irratti waldhabdee Itoophiyaa waliin qaban karaa mariidhaan furuuf qophii ta'uu ibsaniiru.
❷ #Sudaan ➜ US yoo baay’ate torbeewwan lamaan dhufaniif humnoota Sudaan lamaan wal waraanaa jiran gidduutti waliigaltee cimaa dhukaasa dhaabuu irratti hojjechaa jirti;
❸#Somalia ➜ Preezdaantiin Somaalee Hasan Sheek as Addis Ababa ture. Yesus utuu waan aarri sun jedhu dhagahee silaa uffata isaa darbatee har’a maraate;
❹#Ameerikaa, #Ingilaandi, #Gamtaa_Awurooppaa…➜ Dhiheenya kana jilli Pirezidaantii Bulchiinsa Yeroo Tigraay Letenaant Jeneraal Taaddasaa Weredeen durfamu guyyoota sadiif walitti aansuun Addis Ababa keessa kan turan ajaja gabaabaa: "Shabiyaa waliin waraana haaraa jalqabuuf qophii keessan dhaabaa" jechuun ajaja isaaniif kenneera.
❺ #Iraan, #Saudi_Arabia, #Qatar ➜ Ityoophiyaan gara Galaana Diimaatti deebi'uun naannicha keessatti nagaa waaraaf murteessaadha ejjennoo qabatanii, Isaayyaas Afwerkiin gara Sa'udii yeroo deemu, #Waliigaltee_Jeddah akka kabajuuf ajajni cimaan kennameefii ture;
❻ #Ameerikaa, #Israa'el, #Turkii, #Raashiyaa, #Xaaliyaan, #Faransaay, #Chaayinaa, #India,… gama Itiyoophiyaa jiru.
❼ Raayyaan Ittisaa Itiyoophiyaa #Gaazaatti bobbaasuun nageenya waaraa mirkaneeffachuuf Ameerikaan gaggeeffama!… 📖
Hiriirri aangoo qooda fudhattoota siyaasaa


