( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0002360624{main}( ).../index.php:0
20.0002360976require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0003361392require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0003362192require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0004363808require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.07285506872do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.07285508368WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.07285508368WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.08176163672{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.08206164440require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.08206164520Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.08206164520__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.08206164520translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.08206164520get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.08206164520_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.08236167128_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.08236168472wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.08256169856trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131
23 - https://muhesofmar.com/cpanel
December 23, 2025
Home  ⇒  23 - https://muhesofmar.com/cpanel
#Oduu Simbirtuu!!======//======#Wal gaarreffannaan waraana kan biyyoota giddutti yeroo ammaa muldhataa jiru waggoota muraasan booda addunyaa gara waraana gareen qoodamanii wal balleessutti ni geessa‼️Biyyoonni addunyaa harka 100 keessaa %40 qophii fi gaareffannaa waraana waliinitti galuuf biyyoota socho’aa jiran ta’uu isaa ragaan walitti bu’iinsa fi tuttuqqii lolaaf haal duree akeeku kan jiruudha.Akka fakkeenyatti biyyoonni addunyaa harki %40 wal-gaarreffannaa fi tartiiba lolatti isaan oofu keessa gochuu fi yaadan galaniiru.Keessummaa lolli Raashiyaa fi Yukireen garee hundeessurra darbee Ardiilee addunyaa biroo keessatti lolli akka tarkaanfatee seenu haal mijoo uumaniiru.Raashiyaa-Yukireen,Gamtaa Awurroppaa fi Raashiyaa,Combodia fi Taayilaand, Afghanistan fi Paakistaan,Tayiwaan fi Chaayinaa,Isr**el fi Libaanos,Isr**el fi Sooriyaa,Sudaan fi RSF kanneen tuttuqqii lolaa xiqqaa hanga ulfaata keessa jiraniidha.Biyyoonni biroo kan gaareffannaa waraana dhoosu malutti galanii sochii irra jiran Ameerikaa fi Venezuela,Iraan fi Isr**el,Jaapan fi Chaayinaa,Kooriyaa kibbaa fi Kooriyaa kaabaa,Ertiraa fi Itiyoophiyaa,Yemanii fi Isr**el,Qatar, Turkiyyee fi Isr**el,Burkinafaaso,Maaliif,Niger (sahal state) fi Faransaay,Naayijeeriyaa,Ispeenii fi Ameerikaa,Isr**el fi Saud Arabiyaa dabalatee biyyoonni lixaa harki caalu waraana duuba fi kallattiitif qophii kanneen gochaa jiran ta’uu isaa haalli siyaasa Idila addunyaa yeroo ammaa irra jiru xiinxalee ifoomse jira.Walumaa galatti addunyaan sababoota wal gaarreffannaa fi of tuulummaa dabballoota qofaan waraana hin dhumanne kan ummata addunyaa dachii irraa haxaa’u danda’u tti galuu akka maltu raagame.Haala amma deemaa jiru kana ofirraa dhaqqabuuf addunyaan marii fi marrabbaatti fuula isaa deeffachuu akka qabus hayyoonni dhaamaniiru.Gama biraatin immoo dorgommiin industirii meeshaa waraana addunyaa gara qormaata hin malleetti geessa akka jiru kan tilmaaman yoo ta’u rakkoo kana jalaa bahuuf maloon jiran addunyaa irratti sirna
Itoophiyaatti ogeessonni fayyaa daa’ima ji’a kudhanii Furtuu balbalaa lama liqimse lubbuu baraaranGalamsootti Ogeessonni Fayyaa da’ima ji’a kudhanii Furtuu balbalaa lama liqimse lubbuu baraaranHospitaala Galamsootti taateen Kamisa darbe mudate maatii hedduutti rifaatuu kan uume.Maatiin daa’ima umriin isaa ji’a 10 ta’e ijoollee xixiqqaa biratti dhiisanii deeman yeroo deebi’anitti mucaan du’aaf jireenya gidduu jira.Ijoolleen daa’ima kana akka eeganiif biratti dhiifaman daa’imni ji’a kudhanii kuni akka ittiin taphatuuf furtuu balbalaa lama kan walitti hidhamee jiru harkatti itti kennu.Daa’imni kunis furtuu kana afaan kaa’achuun furtuuwwan kana liqimsuuf yeroo yaalutti qoonqoo keessatti furtuun tokko ulaa qilleensaa, tokkommoo ulaa nyaataa keessatti rakkatee jedhu Ogeessi Yaala Hataattamaa hospitaala Galamsoo Mohaammda Aliyyii.”Daa’ima kana yeroo maatiin fidanii dhufan daa’imni hafuura baafachuuf rakkateera.Afaan keessaa gororri akka malee yaa’a. niqufa’a. qorannoo goonee yoo ilaallu furtuun lama ulaa qoonqoo keessatti danqamee jira””Garee yaala ariifachiisaa keenya waliin taanee dafnee kutaa baqaqsanii yaaluu seensifnee meeshaan yoo ilaallu furtuun ulaa qilleensaa keessa seenee jira” jedhan.Tumsa ogeessonni yaala hataattamaa taasisaniin daa’ima ji’a kudhanii kana keessaa furtuun balbalaa lama kan walitti shiboon hidhame baasuun lubbuun daa’ima kanaa baraarame jedhan.Daa’imni knu osoo hataattamaan gara buufata fayyaa dhufuu baatee carraan lubbuun turuu gabaabaa ture kan jedhan Ogeessi fayyaa kuni, maatiin daa’imman umriin isaanii wagga lamaa gadi ta’eef eeggannoo addaa gochuu akka qaban dhaamu.”Daa’imman ji’a ja’aa hanga wagga lamaa gidduu jiran waan harkaan qaban hunda gama afaanii seensisuun isaan gammachiisa. Wantoota akka saantimaa, haaduu, furtuu fi kaan yoo afaan seenan miidhan jalaa fageessuu qabu” jedhan.Kana malees daa’imman xixiqqoo eegumsa nama jabaatiin alatti ijoollee biratti dhiisanii deemun daa’imman wantoota naannoo isaanii jiran liqimsuu akka danda’anii fi yeroo rakkoon akkanaa mudatu dafanii gara dhaabbilee fayyaa geessuun barbaachisaa ta’uu eeran.Meeshaaleen adda addaa daa’imman afaan kaa’atanii liqimsuu danda’an qoonqoo irratti ulaawwan qilleensaa fi kan nyaataa seenuu akka danda.n himuu, meeshaan ulaa qilleensaa yeroo seenu yeroo gabaabaatti miidhaa lubuu geessisuu akka malu eeru.Taateen daa’imman xixiqqoon meeshaalee adda addaa liqimsuun rakkoo fayyaa fi lubbuu dhabsiisuu danda’u kuni yeroo hedduu irra deddeebiin kan mul’atu waan ta’eef hawaasni xiyyeefannaa akka itti kennus dhaaman.Daa’imni ji’a kudhanii furtuun balbalaa lama qoonqoo keessaa baafameef kunis yeroo ammaa fayyummaa guutuurra akka jiru ogeessi fayyaa kuni BBCtti himan
Lolli marsaa biraa Sooriyaa keessatti ka’eera. Boodasaamoo I-zrael fi Ameerikaan kan jiran yoo ta’u Turkiyenis gama kaaniin hiriirteetti.********Sooriyaa keessatti fuulli lolaa haaraan banameera. Lolli marsaa ammaa kun waraana Sooriyaa fi milishaa Kurdootaa SDF gidduutti taasifamaa jira. SDF garee erga mootummaan Bashar al-Asad kufee booda waraana haaraa Sooriyaa waliin walitti hin makamneedha. Akkuma beekamu gareewwan sochii hedduun waraana Sooriyaa jalatti walitti makamaniiru. Inni garuu didee hanga ammaatti hafeera.Gareen Ameerikaa fi I-zraeliin deeggaramu kun mootummaa haaraa Ahmed al-Sharaa waliin mariyachuu, walii galuufi wajjin hojjachuuf duraan waraana Sooriyaatti makamuuf walii galanii kan ture ta’ullee booda garuu waliigaltee kana hojiirra hin oolchine.Akkasumas yeroon xumuraa mootummaan #Syria SDF waraana Sooriyaatti akka makamuuf kaa’e goolabamuuf yeroo dhihaatutti, garechi sochii waraanaa eegaleera.Egaa galgala kana Aleeppoo keessatti SDF fi waraana Sooriyaa gidduutti lolli ka’eera.Gama biraatiin Turkiyen waa’ee SDF irratti obsi ishee akka dhumate dubbataa jirti.Kanaa ol ammoo dhimmoota Qondaaltonni olaanoon Türkiye har’a gara Damaasqoo deemanii Pirezidaantii Sooriyaa Ahmad al-Sharaa waliin wal arganii irratti mariyatan keessaa tokko dhimma garee kanaati.Ministirri Dhimma Alaa Hakaan Fidaan, Ministirri Raayyaa Ittisa Biyyaa Yasar Guler fi hogganaan basaasaa Ibraahim Kaaliin qondaalota olaanoo #Türkiye gara #Syria imalan keessaa yoo ta’uu guyyaa gabaaseen ture.Jilli kun garas kan imale haala kibba Sooriyaa fi sarbama seeraa I-zrael naannichatti raawwataa jirtuufi sochii waraanaa garee I-zraeliifi Ameerikaan deeggaramu SDF kanaa, nageenya, biyyattii deebisanii ijaaruu fi hariiroo biyyoota lamaaniiirratti mari’achuuf Damaasqoo dhaqe. Keessummaa gaheen Hogganaa Nageenya Biyyaalessaa Turkii Ibraahim Kaaliin dhimma garee kanaa irratti kan xiyyeeffate ta’uu odeeffannoon midiyaalee biyyattii ni akeeku.Waraanni Sooriyaas haa ta’u SDF yeroo ammaa humna dabalataa gara Aleppootti sochoosaa jiru.Mariin jila Türkiye har’aas humna Sooriyaa waliin garecha irratti xiyyeeffachuu kan dabalatu ta’uun isaa qaamolee kanneen jidduutti war*aanni gaggeffamu akka malu akeeka. Turkiyaan SDF irratti tarkaanfii cimaa ni fudhatti jedhamee eegama.Sooriyaa keessatti mootummaan abbaa irree Alasa*d buqqisuuf gahee guddaa kan taphatte Türkiyen haleellaa Izrael irraa gara Sooriyaatti xiyyeeffataa jiruufi sochii gareewwan isheen deeggaraman kanaa qolachuuf dhiheenya kana meeshaale waraanaa ammayyaa’oo gara Damaasqootti erguun isii kan yaadatamu yoo ta’u mootummaan Erdohaan keessuumaa dhimmoota kanneen irratti mootummaa Al Sharaa waliin qindoomina cimaa uumeera.
Oduun amma bahaa jiru akkana jatti””👇📖
Fuuldurri Isaayyaas Afwerkii dukkana!! <🔥> ❶ #Egypt ➜ Pireezidaantiin Masrii…