Gamtaan waraana sha'ebiyaa fi TPLF ifatti daangaa naannoo Affaar ce'uun waraana labsaniiru.
Duulli waraana murnoonni sirnaa fi yaadan wal-fakkaatan daangaa birmadummaa biyya Itiyoophiyaa seenun labsan lammiileen Itiyoophiyaa tokkummaan humnoota nageenya isaa cinaa dhaabbachuun ofirraa qolachuu qaba.
Walii galteen piritooriyaa guutumaan guututti diigameera.


