( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0002360624{main}( ).../index.php:0
20.0002360976require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0002361392require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0003362192require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0003363808require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.06775506872do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.06775508368WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.06775508368WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.07866163672{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.07906164440require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.07906164520Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.07906164520__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.07906164520translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.07906164520get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.07906164520_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.07936167128_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.07936168472wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.07956169856trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131
30 - https://muhesofmar.com/cpanel
October 30, 2025
Home  ⇒  30 - https://muhesofmar.com/cpanel
YAADOOTA DOGOGGORAA SAAL-QUUNNAMTII÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷Saal-quunnamtiin bifa baayyeedhaan jiruu fi jireenya namaatiif giddu galeessa ta’us yeroo dheeraadhaaf waa’ee isaa dubbachuun, qorachuu, isa qoratan uummataan ga’uu fi kkf safuu ta’anii turan.Sababa kanaan yaadootni dogoggoroon hawaasaa keessa naanna’uun daran waanta kana walxaxaa godhaniiru; jireenya namootaa keessattuu kan dargaggootaa, burjaajeessaniiru.Kanneen armaan gadii hubannoota waa’ee saalquunnamtii qorannoo ammayyaatiin deggersa hin qabne ykn akka qorannoo saal-quunnamtiitti soba ta’an keessaa muraasa: ¶.”Dubartootni guyyaatti dhiira caalaa ala baayyee waa’ee saal-quunnamtii yaadu.” Qorannoon jiru kan agarsiisuu giddu galeessaan dhiiratu guyyaatti dubartii caalaa waa’ee isaa yaada.-¶.”Haga qaamni saalaa dhiiraa guddateen, dandettiin dhalaa gammachiisuu dabala” ykn dhiirri dubartii saalquunnamtiin gammachiisuuf qaamni saalaa isaa “guddaa” ta’uu qaba. ykn ‘dubartoonni qaama saalaa dhiiraa guddaa tahe barbaadu’-¶.”Dubartoota gammachiisuuf dhiirri saal-quunnamtiirra turuu qaba. Saalquunamtii yeroo dheeraa fudhachuun qaba (sa’aatiilee).”Akka kitaaba fayyaa sammuu DSMtti garuu, dhiirri tokko erga qaamni saalaa isaa kan dhalaa seenee daqiiqaa sadiif utuu hin dhangalaasin turraan fayya qabeessa. -¶.”Dubarri tokko durbummaa (virginity) qabaachuun ishee gaafa quunnamtii gootu qaamni saalaa dhiiraa gara qaama ishee seenuu dadhabuu ykn dhiiguun mirkanaa’a.”Akkas jechuun haymanii kan jedhamu kan qaawwaa qaama saalaa dubarootaa dhalootan gariin haguugee argamu, kun dubartoota tokko tokko irratti dhalootaan dhabamuu danda’a ykn guutuutti haguuguu dhiisuu dhanda’a jechuu dha.-¶.”Saal-quunnamtiin gammaduuf dirqama qaamni saalaa lamaan walseenuu qabu.” Kun dogoggora, dubartoonni qaamni dhiiraa isaan utuu hin seenin qaama saalaa isaanii gara alaatti argamu kan kilitooris jedhamu suuta riguu, qaqqabaa fiixee harma isaaniin illee akka gammachuu argatanii dha kan isaan ibsan.¶.Kondomiin gammachuu Saalquunnamtii irraa argamu ni hir’isa-¶.Dhugaatii alkoolii fudhachuun Saalquunnamtii fooyya’aa godha.GALATOOMAA!!FAYYAA TA’AA!!SHARE WALIIF GODHA!
ዛሬ በምስራቅ ሸዋ ዞን የነበረን ጉብኝት በክረምት የስንዴ ምርት ሥራዎች የተገኘውን ውጤት የምርት አሰባሰቡን በመመልከት ለመገምገም እና የበጋ ስንዴ ሥራ ማስጀመር ላይ ያተኮረ ነበር። በዚያው አካባቢ የሙዝ፣ ፓፓያ እና አሳ ክለስተር ሥራዎችንም ተመልክተናል። ነባሩ ባሕላዊ የግብርና ዘዴ አሁንም ያለ ቢሆንም በሰፊው ለማረስ የሚያስችለው ሜካናይዜሽን እያደገ በመሄዱ የአካባቢውን የግብርና ብቁነት እና ምርታማነት እያሳደገ ይገኛል። ወደኋላ መለስ ብለን የነበረውን አሰራር ስንገመግም እነዚህን መሰል ዘመናዊ ዘዴዎችን ከብዙ አመታት በፊት እንደ ሀገር ጀምረን ቢሆን ኖሮ የግብርና ምርታችን በከፍተኛ ደረጃ የተለየ ይሆን እንደነበር እንረዳለን። ዛሬ ከአመት ወደ አመት እየጨመረ የሚሄድ ምርታማነት እየተመለከትን እንገኛለን። ለማደግ ምንም አይነት የውጭ ድጋፍ አይመጣም። እውነተኛውን የሀገራችን ለውጥ የሚመራው የራሳችን ጽናት፣ ፈጠራ እና የሥራ ትጋት ነው።Daawwannaan har’a Godina Shawaa Bahaatti goone sassaabbii min’aanii, homisha qonna qamadii gannaatiin argame ilaaluun gamaaggamuufi hojii qonnaa qamadii bonaa eegalchiisuu irratti kan xiyyeeffate ture. Naannawaadhuma sanatti kilaasterii hojiilee muuzii, paappaayyeefi qurxummii ilaalleerra. Malli qonnaa aadaa duraanii ammas kan jiru yoo ta’u, mekaanaayizeeshiniin bal’inaan qotuuf dandeessisu guddachaa dhufuusaatiin gahumsaafi homishtummaa qonna naannichaa guddisuurratti argama. Hojimaata duraan ture duubatti deebinee yoo gamaaggamnu maloonni ammayyaa akkasii akka biyyaatti utuu waggoota hedduu dura eegalleerra ta’ee homishni qonnaa keenyaa haala guddaadhaan adda kan ta’u akka ture hubanna. Har’a homishtummaa waggaa waggaatti dabalaa deemu argaa jirra. Guddachuudhaaf deeggarsi alaa kamiyyuu hin dhufu. Jijjiirama biyya keenyaa isa dhugaa kan hoogganu kutannoo, kalqaafi cimina hojii mataa keenyaati.Our visit today to East Shewa zone focused on reviewing the rainy season wheat harvest and launching the summer wheat production activities. In the same area, we also assessed the progress of the banana, papaya, and fish clusters. Although traditional farming methods still exist, the growing adoption of mechanization in the area is significantly enhancing agricultural efficiency and productivity. Reflecting on the past, had we embraced such modern approaches many years ago, our agricultural output would have been vastly different. Today, we are already witnessing remarkable year-to-year improvements in productivity. Ultimately, no external help is coming. It is our own dedication, innovation, and hard work that will drive the true transformation of our nation.
Dubartiin takka marsaa laguu booda yoom ulfaa’uu dandeessi?**************************************Dubartiin mala ittisa ulfaa Nam-tolchee hin fayyadamne takka yeroo itti ulfaa’uu dandeessuu fi dandeenye beekuuf guyyaa laguun isii itti dhuftu ji’a ji’aan galmeeffachuu qabdi. Kun ammoo yeroo itti ulfaa’uu dandeessu sanatti ilmoo argachuuf walqunnamtii saalaa godhuu qabdi moo hin qabduu murteessuuf gargaara. Dubartii fayyaa qabduu marsaan laguu Isii guyyaa 21 hanga 35 turee itti dhufuu danda’a. Marsaan laguu guyyaa olitti tuqame kana irra gabaabbachuus ta’ee dheerachuu hin qabuGuyyaa laguun irra yaa’uu eegalu guyyaa jalqaba marsaa laguu jedhamee fudhatama. Oovuleeshiiniin (Guyyaa killeen itti gad lakkifamtu) guyyaa 14ffaa irra ta’a. Killeen oovaarii irraa gad lakkifamte ujummoo faalooppiyaanii seenuun sanyii kormaa wajjiin yoo wal argatte fartilaayizeeshiiniin gaggeeffamuun ulfi uumama. Kana ta’uu baannaan guyyaa 14 booda laguun deebi’ee dhufa jechuudha. Mala uumamaa fayyadamuun akkamitti yeroo ulfaa’uun danda’amu beeyna?——Mala kana fayyadamuuf mala ittisa ulfaa tokkollee yoo tiqqaate ji’oottan 3n (kiniinaaf) ykn 6n (liilmeef) dabraniif fayyadamuu dhabuu. Dabalataan laguun ji’a ji’aan kan dhuftu ta’uu qabdi.* Guyyaa jalqaba laguun sitti dhuftu guyyaa 1ffaa jettee galmeeffatta. Fkn laguun kee ebla 1 irratti kan sitti dhuftu yoo ta’e, Ebla 1 guyyaa tokkoffaa jettee mallattoo X itti godhatta. * Baatii itti aanuus guyyaa isiin itti sitti dhufte ni galmeessita. Fkn laguun lammaffaa Ebla 29 ffaa irratti kan sitti dhuftu yoo ta’e, guyyaa 28 turtee sitti dhufte jechuudha. * Haaluma kanaan itti fuftee ji’a 6f walitti aansitee galmeessita. Guyyaa gabaabaa laguun kee daddaftee sitti dhufte fi guyyaa dheeraa laguun kee turtee sitti dhufte adda baafatta. Fkn guyyaa gabaaban 28 haa jennuu. Guyyaan dheeraan 31 haa jennuu. Kanaaf guyyaa itti ulfaa’uu dandeessu beekuuf – Guyyaa gabaabaa ta’e irraa 18 hir’ifna. Kana jechuun 28 – 18 = 10 ta’a jechuudha. Kanaaf marsaa laguu ishee irraa eegalee guyyaa 10ffaa irratti ulfaa’uu dandeessi jechuudha.- Guyyaa dhumaa itti ulfaa’uu dandeessuu beekuuf guyyaa dheeraa irraa ammoo 11 hir’ifna. Kana jechuun guyyaan dheeraan 31 waan ta’eef 31-11 = 20 ta’a. Kanaafuu guyyaa 10ffaa marsaa laguu isii irraa eegaltee hanga 20ffatti carraan ulfaa’uu isii ni jira jechuudha. Hub: Guyyaa dubbanne kana hunda keessatti ni ulfooyti jechuu miti. Garuu carraan ulfaa’uu baayyee guddaadha. Walumaagalatti carraaan ulfaa’uu * Guyyaa 1 oovuleeshiinii dura* Guyyaa oovuleeshiinii fi * sa’aatii 24n oovuleeshiinii keessatti haalaan guddaadhaGalatoomaa!!Fayyaa ta’aa, fayyaan faaya!!
Ergmaan Rabbii ﷺ Waa 4 irraa Maganfatan
Du'aa'iin goflaa 2 qabdi Halaal nyaatuu fi Dhugaa dubbatuu dha…