ኢትዮጵያ ሀገራችን በባሕል፣ በተፈጥሮ እና ታሪካዊ ጥሪቶች የታደለች በመሆኗ ዛሬ ያለንን ጉልበት እና ጥንካሬ ለመጪዎቹ ተከታታይ ትውልዶች በሚተርፍ መንገድ ሀብቶቿን መግለጥ መቀጠል ይኖርብናል።
Yaadni ida'amuu mootummaa, damee dhuunfaa, uumamaafi qabeenya kaleessaa egeree keenya fooyyee qabuuf walittiqaba. Piroojektii 'Maaddiin Dhalootaaf' har'a ganama eebbifne irratti kana ifatti argineerraa. Hojichi meeshaalee ijaarsaafi humna nannichaa argamaniin kan hojjetame waan ta'eef waaromaafi abbummaa agarsiisa.
Biyyi keenya Itoophiyaan qabeenya aadaa, uumamaafi seenaatiin kan badhaate waan taateef humnaafi cimina har'a qabnu karaa dhaloota walirraan dhufuuf toluun qabeenyawwanshee baafnee ittiffayyadamuu ittifufuutu nurra jira.
Medemer brings together government, the private sector, the public, nature, and the assets of yesterday to build a better tomorrow. We see this clearly in the first Dine for Generations project we inaugurated this morning which uses locally sourced materials and local strength, reflecting sustainability and shared ownership.
As Ethiopians endowed with cultural, natural and historic assets, we must use the energy and strengths we have today to continue unraveling the rich potential of our nation for generations to come.


