( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0004362552{main}( ).../index.php:0
20.0007362904require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0008363320require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0008364120require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0009365736require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.09645508800do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.09645510296WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.09645510296WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.11246165600{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.11296166368require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.11306166448Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.11306166448__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.11306166448translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.11306166448get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.11306166448_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.11346169056_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.11346170400wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.11376171784trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131
Ramaddii/garee taarifa tajaajila waliigalaa yookiin taarifa daldalaa (commercial) yemmuu jennu maal jechuu akka ta’e beektuu?Maamiltootni ramaddii kana jalatti hammataman kaffaltiin tajaajila elektirikii ji’aa isaanii akkamitti akka shallagamu hoo quba qabduu?Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa maamiltoota isaa gareewwan afuritti qooda. Isaanis kanneen armaan gadiiti:-➡️Taarifa mana jireenyaa,➡️Taarifa tajaajila waliigalaa/kan daldalaa,➡️Taarifa Industirii voolteejii gadi-aanaa fi ➡️Taarifa industirii giddu galeessaa jedhamuun ramadamu.👉Ramaddiiwwan afran keessaa tokko kan ta’e gareen taarifa waliigalaa yookiin #daldalaa kan jedhamuun waamamu gosoota tajaajilaa maamiltootaaf dhiyaatan kanneen armaan gadii of keessatti qabata:-➡️Daldalaaf,➡️ Tajaajila waajjiraa/biiroof, ➡️Dhaabbattoota amantaaf,➡️ Manneen barnootaaf ,➡️Baabura midhaanii,Hoteelotaa fi tajaajila walfaaakkaatan biroof maamiltoota fayyadamaniidha.👉Maamiltootni ramaddii kana jala jiran taarifni kaffaltii anniisaa isaanii akka garee taarifa mana jireenyaa gulantaan osoo hin qoqqoodamiin herrega walfakkaataa ta’een shallagama.👉 Biiliin isaaniis kaffaltiiwwan armaan gadii ofkeessaa qaba:-☑️kaffaltii iinarjii,☑️Kaffaltii tajaajilaa,☑️kaffaltii adabbii anniisaa qisaasa’ee(a power factor surcharge)-kaffaltiin kunis kan raawwatamu maamilli hamma anniisaa eeyyamameef kiiloo waatii 25 ol ta’ee, yemmuu anniisaa fayyadamutti (power factor)’n isaa 0.9 gadi yeroo galmeessisetti kaffaltii adabbii raawwatamudha.☑️kaffaltii giibira gatii dabalata(15%),☑️Kaffaltii abbaa taayitaa to’ataa iinarjii (0.5%),✔️Yeroo itti aanutti ,kaffaltiin taarifa anniisaa ramaddii kanaa akkamitti akka shallagamu kan ilaallu ta’a. #Odeeffannoo biroof nu eegaa#odeeffanoo waqtaawaa_hubannoo fooyya’aadhaaf!#TajaajilaElektirikiiItiyoophiyaa - https://muhesofmar.com/cpanel
Ramaddii/garee taarifa tajaajila waliigalaa yookiin taarifa daldalaa (commercial) yemmuu jennu maal jechuu akka ta’e beektuu?Maamiltootni ramaddii kana jalatti hammataman kaffaltiin tajaajila elektirikii ji’aa isaanii akkamitti akka shallagamu hoo quba qabduu?Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa maamiltoota isaa gareewwan afuritti qooda. Isaanis kanneen armaan gadiiti:-➡️Taarifa mana jireenyaa,➡️Taarifa tajaajila waliigalaa/kan daldalaa,➡️Taarifa Industirii voolteejii gadi-aanaa fi ➡️Taarifa industirii giddu galeessaa jedhamuun ramadamu.👉Ramaddiiwwan afran keessaa tokko kan ta’e gareen taarifa waliigalaa yookiin #daldalaa kan jedhamuun waamamu gosoota tajaajilaa maamiltootaaf dhiyaatan kanneen armaan gadii of keessatti qabata:-➡️Daldalaaf,➡️ Tajaajila waajjiraa/biiroof, ➡️Dhaabbattoota amantaaf,➡️ Manneen barnootaaf ,➡️Baabura midhaanii,Hoteelotaa fi tajaajila walfaaakkaatan biroof maamiltoota fayyadamaniidha.👉Maamiltootni ramaddii kana jala jiran taarifni kaffaltii anniisaa isaanii akka garee taarifa mana jireenyaa gulantaan osoo hin qoqqoodamiin herrega walfakkaataa ta’een shallagama.👉 Biiliin isaaniis kaffaltiiwwan armaan gadii ofkeessaa qaba:-☑️kaffaltii iinarjii,☑️Kaffaltii tajaajilaa,☑️kaffaltii adabbii anniisaa qisaasa’ee(a power factor surcharge)-kaffaltiin kunis kan raawwatamu maamilli hamma anniisaa eeyyamameef kiiloo waatii 25 ol ta’ee, yemmuu anniisaa fayyadamutti (power factor)’n isaa 0.9 gadi yeroo galmeessisetti kaffaltii adabbii raawwatamudha.☑️kaffaltii giibira gatii dabalata(15%),☑️Kaffaltii abbaa taayitaa to’ataa iinarjii (0.5%),✔️Yeroo itti aanutti ,kaffaltiin taarifa anniisaa ramaddii kanaa akkamitti akka shallagamu kan ilaallu ta’a. #Odeeffannoo biroof nu eegaa#odeeffanoo waqtaawaa_hubannoo fooyya’aadhaaf!#TajaajilaElektirikiiItiyoophiyaa
Home  ⇒  Uncategorized   ⇒   Ramaddii/garee taarifa tajaajila waliigalaa yookiin taarifa daldalaa (commercial) yemmuu jennu maal jechuu akka ta’e beektuu?Maamiltootni ramaddii kana jalatti hammataman kaffaltiin tajaajila elektirikii ji’aa isaanii akkamitti akka shallagamu hoo quba qabduu?Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa maamiltoota isaa gareewwan afuritti qooda. Isaanis kanneen armaan gadiiti:-➡️Taarifa mana jireenyaa,➡️Taarifa tajaajila waliigalaa/kan daldalaa,➡️Taarifa Industirii voolteejii gadi-aanaa fi ➡️Taarifa industirii giddu galeessaa jedhamuun ramadamu.👉Ramaddiiwwan afran keessaa tokko kan ta’e gareen taarifa waliigalaa yookiin #daldalaa kan jedhamuun waamamu gosoota tajaajilaa maamiltootaaf dhiyaatan kanneen armaan gadii of keessatti qabata:-➡️Daldalaaf,➡️ Tajaajila waajjiraa/biiroof, ➡️Dhaabbattoota amantaaf,➡️ Manneen barnootaaf ,➡️Baabura midhaanii,Hoteelotaa fi tajaajila walfaaakkaatan biroof maamiltoota fayyadamaniidha.👉Maamiltootni ramaddii kana jala jiran taarifni kaffaltii anniisaa isaanii akka garee taarifa mana jireenyaa gulantaan osoo hin qoqqoodamiin herrega walfakkaataa ta’een shallagama.👉 Biiliin isaaniis kaffaltiiwwan armaan gadii ofkeessaa qaba:-☑️kaffaltii iinarjii,☑️Kaffaltii tajaajilaa,☑️kaffaltii adabbii anniisaa qisaasa’ee(a power factor surcharge)-kaffaltiin kunis kan raawwatamu maamilli hamma anniisaa eeyyamameef kiiloo waatii 25 ol ta’ee, yemmuu anniisaa fayyadamutti (power factor)’n isaa 0.9 gadi yeroo galmeessisetti kaffaltii adabbii raawwatamudha.☑️kaffaltii giibira gatii dabalata(15%),☑️Kaffaltii abbaa taayitaa to’ataa iinarjii (0.5%),✔️Yeroo itti aanutti ,kaffaltiin taarifa anniisaa ramaddii kanaa akkamitti akka shallagamu kan ilaallu ta’a. #Odeeffannoo biroof nu eegaa#odeeffanoo waqtaawaa_hubannoo fooyya’aadhaaf!#TajaajilaElektirikiiItiyoophiyaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *