( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0001362224{main}( ).../index.php:0
20.0002362576require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0002362992require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0003363792require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0003365408require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.06925508472do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.06925509968WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.06925509968WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.08026165272{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.08056166040require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.08056166120Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.08056166120__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.08056166120translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.08056166120get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.08056166120_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.08096168728_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.08096170072wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.08116171456trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131
FOOLII AFAANII BADAA (Halitosis)************************************Sababoota foolii baduu afaanii fidan:*Tortoruu ilkaanii fi rakkoowwan ilkaanii biroo *Dhukkuba foon (irga) ilkaanii *Hambaa nyaataa ilkaan jalatti hafuu keessattuu nyaataa akka baaduu , nyaata cooma qaban , cuunfaa fi alkoolii faadha *Dhukkuboota akka sukkaaraa , infeekshinii sombaa , tiruu fi kalee.*Sigaaraa aarsuu*Infeekshiniwwwan afaan , funyaan fi qoonqoo keessaaAkkamitti beekuu dandeenya?********************************Akka foolii afaanii adaa qabu beekuf namni tokko harka isaa faan isaatti dhiheessun hafuura itti baafachuun foolii isaa ilaalu dha. Fakkii armaan gadii ilaalaa!MIIDHAA:***********Afaan foolii qabu ofitti amanamummaa ati nama wajjin qabdu miidhuun jireenya hawaasummaa keenya gaaga’uu danda’a*Ilkaan balleessun hamma dhabamsiisutti deemuu danda’a*Mallattoo dhukkuboota ciccimoo armaan olii tahuu danda’a.FURMAATA:*************1.Qulqullina afaan keenyaa eeggachuu :Kunis samunaa ilkaanii filoorayidii of keessaa qabuun guyyaatti si’a lama sirritti rigachuu. Nyaata booda yeroo hunda ilkaanii fi arraba rigachuu , yoo hin dandeenyemmoo sirritti lulluuqqachuu2.Sigaaraa aarsuu dhiisuu3. Bishaan gahaa dhuguu4. Kuduraa muduraa baayyee nyaachuu foon caalaa jechuudha.5.Waggaatti si’a 1 yookin lama ogeessa ilkaanii biratti ilaalamuu.Horaa bulaa deebanaa!Dr. Kennaa Tufaa - https://muhesofmar.com/cpanel
FOOLII AFAANII BADAA (Halitosis)************************************Sababoota foolii baduu afaanii fidan:*Tortoruu ilkaanii fi rakkoowwan ilkaanii biroo *Dhukkuba foon (irga) ilkaanii *Hambaa nyaataa ilkaan jalatti hafuu keessattuu nyaataa akka baaduu , nyaata cooma qaban , cuunfaa fi alkoolii faadha *Dhukkuboota akka sukkaaraa , infeekshinii sombaa , tiruu fi kalee.*Sigaaraa aarsuu*Infeekshiniwwwan afaan , funyaan fi qoonqoo keessaaAkkamitti beekuu dandeenya?********************************Akka foolii afaanii adaa qabu beekuf namni tokko harka isaa faan isaatti dhiheessun hafuura itti baafachuun foolii isaa ilaalu dha. Fakkii armaan gadii ilaalaa!MIIDHAA:***********Afaan foolii qabu ofitti amanamummaa ati nama wajjin qabdu miidhuun jireenya hawaasummaa keenya gaaga’uu danda’a*Ilkaan balleessun hamma dhabamsiisutti deemuu danda’a*Mallattoo dhukkuboota ciccimoo armaan olii tahuu danda’a.FURMAATA:*************1.Qulqullina afaan keenyaa eeggachuu :Kunis samunaa ilkaanii filoorayidii of keessaa qabuun guyyaatti si’a lama sirritti rigachuu. Nyaata booda yeroo hunda ilkaanii fi arraba rigachuu , yoo hin dandeenyemmoo sirritti lulluuqqachuu2.Sigaaraa aarsuu dhiisuu3. Bishaan gahaa dhuguu4. Kuduraa muduraa baayyee nyaachuu foon caalaa jechuudha.5.Waggaatti si’a 1 yookin lama ogeessa ilkaanii biratti ilaalamuu.Horaa bulaa deebanaa!Dr. Kennaa Tufaa
Home  ⇒  Uncategorized   ⇒   FOOLII AFAANII BADAA (Halitosis)************************************Sababoota foolii baduu afaanii fidan:*Tortoruu ilkaanii fi rakkoowwan ilkaanii biroo *Dhukkuba foon (irga) ilkaanii *Hambaa nyaataa ilkaan jalatti hafuu keessattuu nyaataa akka baaduu , nyaata cooma qaban , cuunfaa fi alkoolii faadha *Dhukkuboota akka sukkaaraa , infeekshinii sombaa , tiruu fi kalee.*Sigaaraa aarsuu*Infeekshiniwwwan afaan , funyaan fi qoonqoo keessaaAkkamitti beekuu dandeenya?********************************Akka foolii afaanii adaa qabu beekuf namni tokko harka isaa faan isaatti dhiheessun hafuura itti baafachuun foolii isaa ilaalu dha. Fakkii armaan gadii ilaalaa!MIIDHAA:***********Afaan foolii qabu ofitti amanamummaa ati nama wajjin qabdu miidhuun jireenya hawaasummaa keenya gaaga’uu danda’a*Ilkaan balleessun hamma dhabamsiisutti deemuu danda’a*Mallattoo dhukkuboota ciccimoo armaan olii tahuu danda’a.FURMAATA:*************1.Qulqullina afaan keenyaa eeggachuu :Kunis samunaa ilkaanii filoorayidii of keessaa qabuun guyyaatti si’a lama sirritti rigachuu. Nyaata booda yeroo hunda ilkaanii fi arraba rigachuu , yoo hin dandeenyemmoo sirritti lulluuqqachuu2.Sigaaraa aarsuu dhiisuu3. Bishaan gahaa dhuguu4. Kuduraa muduraa baayyee nyaachuu foon caalaa jechuudha.5.Waggaatti si’a 1 yookin lama ogeessa ilkaanii biratti ilaalamuu.Horaa bulaa deebanaa!Dr. Kennaa Tufaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *