( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0004362328{main}( ).../index.php:0
20.0008362680require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0008363096require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0009363896require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0009365512require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.07755512216do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.07755513712WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.07755513712WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.08866169656{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.08916170424require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.08916170504Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.08916170504__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.08916170504translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.08916170504get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.08916170504_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.08946173112_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.08956174456wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.08976175840trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131
Kitaabni “ogummaa farra riphee lolaa” jedhu eebbifame****Ambaasaaddar Jeneraal Baacaa Dabaleetiin kan barreeffame Kitaabni “Ogummaa farra riphee lolaa jedhu eebbifameera.Ambaasaaddar Jeneraal Baacaa Dabalee, muuxannoo waraanaa cimaa qabanirratti hundaahuun har’a Kitaaba “ogummaa farra riphee lolaa” jedhu eebbisisaniiru.Shuumiin Itaamaajorii Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa, Itti Aanaa isaanii Jeneraal Ababaaw Taaddasaa, Daarektera Jeneraalii Nageenya Odeeffaannoo Biyyaalessaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen dabalatee hoggantoonni mootummaa Federaalaa fi dhaabbilee nageenyaa sirna eebbichaarratti argamaniiru.Shuumiin Itaamaajorii Waliigalaa Humna Waraanoota Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa, Itoophiyaan maanuwaalii farra finxaaleyyii barreeffame qabaattus, haaromfamuu dhabuu isaa hubachiisaniiru.Kitaabni “ogummaa farra riphee lolaa” jedhu kun ammoo yeroo isaa kan eeggatee fi hoggantoota waraanaaf qajeelfama ta’uudhaan gatii guddaa kan qabu ta’uu ibsaniiru.Ambaasaaddar Jeneraal Baacaa Dabalee, kitaaba gatii guddaa qabu kana barreessuu isaaniitiif Shuumii Itaamaajorii Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa galateeffataniiru. - https://muhesofmar.com/cpanel
Kitaabni “ogummaa farra riphee lolaa” jedhu eebbifame****Ambaasaaddar Jeneraal Baacaa Dabaleetiin kan barreeffame Kitaabni “Ogummaa farra riphee lolaa jedhu eebbifameera.Ambaasaaddar Jeneraal Baacaa Dabalee, muuxannoo waraanaa cimaa qabanirratti hundaahuun har’a Kitaaba “ogummaa farra riphee lolaa” jedhu eebbisisaniiru.Shuumiin Itaamaajorii Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa, Itti Aanaa isaanii Jeneraal Ababaaw Taaddasaa, Daarektera Jeneraalii Nageenya Odeeffaannoo Biyyaalessaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen dabalatee hoggantoonni mootummaa Federaalaa fi dhaabbilee nageenyaa sirna eebbichaarratti argamaniiru.Shuumiin Itaamaajorii Waliigalaa Humna Waraanoota Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa, Itoophiyaan maanuwaalii farra finxaaleyyii barreeffame qabaattus, haaromfamuu dhabuu isaa hubachiisaniiru.Kitaabni “ogummaa farra riphee lolaa” jedhu kun ammoo yeroo isaa kan eeggatee fi hoggantoota waraanaaf qajeelfama ta’uudhaan gatii guddaa kan qabu ta’uu ibsaniiru.Ambaasaaddar Jeneraal Baacaa Dabalee, kitaaba gatii guddaa qabu kana barreessuu isaaniitiif Shuumii Itaamaajorii Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa galateeffataniiru.
Home  ⇒  Uncategorized   ⇒   Kitaabni “ogummaa farra riphee lolaa” jedhu eebbifame****Ambaasaaddar Jeneraal Baacaa Dabaleetiin kan barreeffame Kitaabni “Ogummaa farra riphee lolaa jedhu eebbifameera.Ambaasaaddar Jeneraal Baacaa Dabalee, muuxannoo waraanaa cimaa qabanirratti hundaahuun har’a Kitaaba “ogummaa farra riphee lolaa” jedhu eebbisisaniiru.Shuumiin Itaamaajorii Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa, Itti Aanaa isaanii Jeneraal Ababaaw Taaddasaa, Daarektera Jeneraalii Nageenya Odeeffaannoo Biyyaalessaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen dabalatee hoggantoonni mootummaa Federaalaa fi dhaabbilee nageenyaa sirna eebbichaarratti argamaniiru.Shuumiin Itaamaajorii Waliigalaa Humna Waraanoota Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa, Itoophiyaan maanuwaalii farra finxaaleyyii barreeffame qabaattus, haaromfamuu dhabuu isaa hubachiisaniiru.Kitaabni “ogummaa farra riphee lolaa” jedhu kun ammoo yeroo isaa kan eeggatee fi hoggantoota waraanaaf qajeelfama ta’uudhaan gatii guddaa kan qabu ta’uu ibsaniiru.Ambaasaaddar Jeneraal Baacaa Dabalee, kitaaba gatii guddaa qabu kana barreessuu isaaniitiif Shuumii Itaamaajorii Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa galateeffataniiru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *