( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0002362320{main}( ).../index.php:0
20.0002362672require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0003363088require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0003363888require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0004365504require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.07045508568do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.07045510064WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.07045510064WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.07916165368{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.07956166136require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.07956166216Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.07956166216__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.07956166216translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.07956166216get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.07956166216_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.07986168824_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.07986170168wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.08006171552trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131
” Du’a booda beekaman!Sheekni kun Sheek Al Muqrinii jedhaman, lammii biyya yamaniiti. Akka Ulamaa’ii biraa tv fi miidiyaa hedduu irratti gurra hin horanne/hin beekamne. Garuu Subhaanallaah! Akkuma isaan guyyaa muraasa dura du’aniin addunyaan guutuun isaaniif booye. Aalima gurguddaa addunyaa hundatu sheeka kana osoo hin argin nu jalaa du’uun qalbii nu cabse jedhan. Hayyootni bebbeekkamoon hundi taaziyaa isaanii irratti jecha qalbii nama cabsu hedduu dubbatan! Kan jireenya isaanii irratti hin beekamin duuti isaanii isaan beeksifte. Iccitiin nama kanaa maali beektanii? Sheekni kun Rahimahullaah, Dirree Xayyaaraa fi bakka akkaan barbaachisaa ta’e Elektroingenieur hojjataa turan. Ogummaa kana irratti osoo hojjataa jiran murtee jireenya isaanii guutuu jijjiire tokko fudhatan. Kunis maali beektuu?Qur’aana qofa waliin jiraatuu murteessan! Qur’aana Rabbii kana saa’atii hedduu kennanii fi qara’aa turan. Qur’aana qaraatii miti kaayyoon isaanii! Tadabbura/ ykn Xiinxalluu irratti murteeffatan. Waggaa 10 guutuu Qur’aana Rabbii qofa xiinxalluu irratti dabarsan. Subhaanallaah gorsa isaanii yeroo dhageeffadhe akka waan hardha Qur’aana banee qara’aa jiruu natti fakkaata! Aayaa waa’ee Rabbii irraa fubbattu akka waan Allaah argaa jiruu natti fakkeessan. Ulamaa’ii fi hayyootni bebbeekkamoon hedduun kuni seenaa duraan argamee hin beekne jedhan. Kennama addaa Rabbi Sheeka kanaaf kenne. Waan Ajaa’iba!Hedduu namaattu jira beekkamaan! Garuu kan Rabbi du’a isaatiin booda hafuuraa fi gaarummaa isaa addunyaa hundatti garsiisu kun adduma. Tarii waanuma isaan Qur’aana xiinxaluu keessatti kophaa bahaniif Rabbiin isaan kabaje. Rabbi warra jannataa isaan haa taasisu.”Ustaz Faruk Ali - https://muhesofmar.com/cpanel
” Du’a booda beekaman!Sheekni kun Sheek Al Muqrinii jedhaman, lammii biyya yamaniiti. Akka Ulamaa’ii biraa tv fi miidiyaa hedduu irratti gurra hin horanne/hin beekamne. Garuu Subhaanallaah! Akkuma isaan guyyaa muraasa dura du’aniin addunyaan guutuun isaaniif booye. Aalima gurguddaa addunyaa hundatu sheeka kana osoo hin argin nu jalaa du’uun qalbii nu cabse jedhan. Hayyootni bebbeekkamoon hundi taaziyaa isaanii irratti jecha qalbii nama cabsu hedduu dubbatan! Kan jireenya isaanii irratti hin beekamin duuti isaanii isaan beeksifte. Iccitiin nama kanaa maali beektanii? Sheekni kun Rahimahullaah, Dirree Xayyaaraa fi bakka akkaan barbaachisaa ta’e Elektroingenieur hojjataa turan. Ogummaa kana irratti osoo hojjataa jiran murtee jireenya isaanii guutuu jijjiire tokko fudhatan. Kunis maali beektuu?Qur’aana qofa waliin jiraatuu murteessan! Qur’aana Rabbii kana saa’atii hedduu kennanii fi qara’aa turan. Qur’aana qaraatii miti kaayyoon isaanii! Tadabbura/ ykn Xiinxalluu irratti murteeffatan. Waggaa 10 guutuu Qur’aana Rabbii qofa xiinxalluu irratti dabarsan. Subhaanallaah gorsa isaanii yeroo dhageeffadhe akka waan hardha Qur’aana banee qara’aa jiruu natti fakkaata! Aayaa waa’ee Rabbii irraa fubbattu akka waan Allaah argaa jiruu natti fakkeessan. Ulamaa’ii fi hayyootni bebbeekkamoon hedduun kuni seenaa duraan argamee hin beekne jedhan. Kennama addaa Rabbi Sheeka kanaaf kenne. Waan Ajaa’iba!Hedduu namaattu jira beekkamaan! Garuu kan Rabbi du’a isaatiin booda hafuuraa fi gaarummaa isaa addunyaa hundatti garsiisu kun adduma. Tarii waanuma isaan Qur’aana xiinxaluu keessatti kophaa bahaniif Rabbiin isaan kabaje. Rabbi warra jannataa isaan haa taasisu.”Ustaz Faruk Ali
Home  ⇒  Uncategorized   ⇒   ” Du’a booda beekaman!Sheekni kun Sheek Al Muqrinii jedhaman, lammii biyya yamaniiti. Akka Ulamaa’ii biraa tv fi miidiyaa hedduu irratti gurra hin horanne/hin beekamne. Garuu Subhaanallaah! Akkuma isaan guyyaa muraasa dura du’aniin addunyaan guutuun isaaniif booye. Aalima gurguddaa addunyaa hundatu sheeka kana osoo hin argin nu jalaa du’uun qalbii nu cabse jedhan. Hayyootni bebbeekkamoon hundi taaziyaa isaanii irratti jecha qalbii nama cabsu hedduu dubbatan! Kan jireenya isaanii irratti hin beekamin duuti isaanii isaan beeksifte. Iccitiin nama kanaa maali beektanii? Sheekni kun Rahimahullaah, Dirree Xayyaaraa fi bakka akkaan barbaachisaa ta’e Elektroingenieur hojjataa turan. Ogummaa kana irratti osoo hojjataa jiran murtee jireenya isaanii guutuu jijjiire tokko fudhatan. Kunis maali beektuu?Qur’aana qofa waliin jiraatuu murteessan! Qur’aana Rabbii kana saa’atii hedduu kennanii fi qara’aa turan. Qur’aana qaraatii miti kaayyoon isaanii! Tadabbura/ ykn Xiinxalluu irratti murteeffatan. Waggaa 10 guutuu Qur’aana Rabbii qofa xiinxalluu irratti dabarsan. Subhaanallaah gorsa isaanii yeroo dhageeffadhe akka waan hardha Qur’aana banee qara’aa jiruu natti fakkaata! Aayaa waa’ee Rabbii irraa fubbattu akka waan Allaah argaa jiruu natti fakkeessan. Ulamaa’ii fi hayyootni bebbeekkamoon hedduun kuni seenaa duraan argamee hin beekne jedhan. Kennama addaa Rabbi Sheeka kanaaf kenne. Waan Ajaa’iba!Hedduu namaattu jira beekkamaan! Garuu kan Rabbi du’a isaatiin booda hafuuraa fi gaarummaa isaa addunyaa hundatti garsiisu kun adduma. Tarii waanuma isaan Qur’aana xiinxaluu keessatti kophaa bahaniif Rabbiin isaan kabaje. Rabbi warra jannataa isaan haa taasisu.”Ustaz Faruk Ali

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *