( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called <strong>incorrectly</strong>. Translation loading for the <code>health-check</code> domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the <code>init</code> action or later. Please see <a href="https://developer.wordpress.org/advanced-administration/debug/debug-wordpress/">Debugging in WordPress</a> for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0005362360{main}( ).../index.php:0
20.0009362712require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0009363128require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0010363928require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0011365544require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.07405508608do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.07405510104WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.07405510104WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.08356165408{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.08406166176require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.08406166256Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.08406166256__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.08406166256translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.08406166256get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.08406166256_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.08436168864_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the <code>health-check</code> domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the <code>init</code> action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.08436170208wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called <strong>incorrectly</strong>. Translation loading for the <code>health-check</code> domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the <code>init</code> action or later. Please see <a href="https://developer.wordpress.org/advanced-administration/debug/debug-wordpress/">Debugging in WordPress</a> for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.08466171592trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called <strong>incorrectly</strong>. Translation loading for the <code>health-check</code> domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the <code>init</code> action or later. Please see <a href="https://developer.wordpress.org/advanced-administration/debug/debug-wordpress/">Debugging in WordPress</a> for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131
SEENAA AJAA’IBAA MOOTII DUBARTII NAMAA FI JINNII IRRAA DHALATTEE Kutaa 1ffaa Dubartii seenaan isii icciitii guddaadhaan guuttame fi qur’aana keessatti seenaan isii dubbatame BILQIISAA.Dubartiin tun, niitii Nabi Sulaaymaan (A.S) turte. Balqiis mootii dubartii, mootummaa bal’aa Kibba Arabaa irraa hanga Afrikaatti babal’ate bulchitedha. Dhugaawwan amanuun namatti ulfaatu. waa’ee isii kitaabota seenaa irra odeeffannoowwan adda addaatu jiru. Barreessitoonni seenaa hedduun, isheen harka tokko nama yoo taatu, harka tokko immoo jinnii irraa dhalachuu isii barreessaniiru. Nabi Sulaaymaan (A.S) Jinnoota too’achuudhaan hojjattoota isaa godhachaa akka ture seenaan gabaaseera. Garuu jalqabni seenaa kanaa Mootitti bilqiis jedhamtu irraa osoo hin taane, Simbira aja’iba maqaan isaa qur’aana irratti yaamame Hud hud jedhamu irraa eegala. Simbirri seenaa guddaa hojjate kun karaa dheeraa deemuun biyyoota fagoo irraa odeeffannoowwan ajaa’iba nabi suleeymaanif kan fidu yoo tahu, mootii bilqiisa jedhamtu gara islaamummaatti fiduudhaaf sababa tahee jira. Garuu dhuguma Ilmi namaa fi jinniin wal fuudhanii jireenya bultii waliin jiraachaa turanii jiruu? Dhimma kana irratti Seenaan Islaamaa maal jedha laata?Bismillahir-Rahmaanir-Rahiim “Qur’aana kana sirratti Buusuudhaan Seenaa gaarii fi ajaa’ibaa siif himna (Yaa Muḥammad), sihii kanaan dura waan kana irraa irraanfataa taahetti.” (Surah Yuusuf 12:3)Duula deemuudhaaf Loltoonni walitti qabamanii Hogganaa isaanii Nabi Sulaaymaan eeggachaa jiru. Loltoota kana irraa wantii hedduu nama ajaa;ibu, loltoonni kun cinaan isaanii nama, cinaan jinnoota, cinaan biraa simbirroota fi bineensota gara garaa of keessaa qabu turan. SUBHAANALLAAAH Inumaayyuu Kan kana caalaa nama ajaa’ibu, nabi suleeyman(A.s) hattaa iddoo tokko irraa gara iddoo biraa deemuudhaaf bubbeetu isa geessa ture. Loltoonni namootaa walakkaan isaanii waraana miilaa yoo tahan, walakkaan isaanii ammoo loltoota fardaa turan. loltoonni jinnoota ammoo waraana hin mul’anne tahuu isaanii waliin waraanichi sodaa guddaa onnee diinaa keessatti uuma. Waraana bineensotaa irraa leenconni hoggantoota waraana bineensota yoo tahan qeerransoonni itti aanu turan. Itti aansuudhaan loltoota Simbirrootaa irraa hud-hud odeeffannoowwan waraanaa walitti qabuudhaaf itti gaafatamummaa fudhata.hud-hud odeeffannoo fiduudhaaf biyyoota fagoo imalaa ture. bineensonni fi loltoonni, isa irraa odeeffannoo argatu. Hud-hud odeeffannoo argate hunda walitti qabuudhaan miseensota waraanaatiif gabaasa godha.Amma, seenaa ajaa’ibaatti seenutti jirra.Guyyaa Tokko loltoonni hundi walitti qabamanii jiru, garuu itti gaafatamaa odeeffannoo (intelligence) isaanii kan tahe hud-hud waraana keessaa dhabame. Bineensonni hedduun dhabamuu hud-hud hubatanii sagalee xiiqqoodhaan walitti hasaasuu eegalan. Hogganaan isaanii nabi suleeymaan ni dhufe. Yeroo suleeymaan dhufu sagaleen bineensotaa hedduu waa’ee hud-hud dhabamuu haasa’an itti dhagahme. Suleeymaanis hud-hud akka hin jirre hubate. HUD-HUD imalaa fagoo deemee jira. Imala dheeraa. Biyya mootii saba’ii, biyya mootiin isaanii dubartii taate tokko gahe. achittis oduu ajaa’ibaa tokko argate. Hud-hud yeroo magaalaa sana gahu, muka dheeraa tokkotti ol bahuun magaalatti guutuu daawwate. daandiiwwan, manneen, masaraa fi balbala isaa hunda tokko tokkoon osoo laalu waan adda ta’e tokko arge. namoonni iddoo tokkootti walitti qabamanii jiru, guyyaa ayyaanaa wahii fakkaata ture. Hud-hud simbira biraa kan magaalaa sana keessa jiraatu tokko gaafate: “Hud-hud ni jedheen “maaltu magaalaa kana keessatti adeemsifamuuf deema?” jedhee gaafate. Simbirti sunis akkana jechuun deebise “Namoonni hundi onnee isaaniiti fi fuula isaanii aduutti deebisuudhaaf ayyaana qopheessanii jiru; mootittiin Saba’ii ni dhufti; sana booda isaan hundi aduu duratti ni sujuudu” jedheen.Hud-hud odeeffannoon argate dhugaa ta’uu isaa mirkaneeffatee, saffisaan imala isaa eegale. Imala yeroo dheeraa booda, hud-hud iddoo lolichaa gahe. simbirrootni hundinuu isa marsanii Aariidhaan isa gaafachuu eegalan: “Eessa turte? Hogganaan keenya Sulaaymaan si barbaadaa jira; eessa turte?” jedhaniin hundi isaanii. Hud-hud sodaadhaan guuttame; garuu waan barbaachisaa argachuu isaatiin osoo hedduu hin sodaatin humna isaa guutuun nabi Sulaaymaan bira dhaquuf murteesse.Hud-hud yeroo iddoo suleeymaan taa’u gahu suleeymaan nyaata nyaataa ture. Gara fooddaatti maxxane nabi suleeymaan irraa fagaachuuf jedhee teessoo lafaa irra taa’e. Mataa isaa gadi qabachuunis fuula nabi suleeymaan akka hin agarreef goflaa ykn koola isaa fuula isaatti uwwisee nabi suleeymaan akka isaaf araaramu kadhate.Hud-hud beekumsa guddaa qaba ture; odeeffannoo argatee dhufe himuudhaaf akkana jedhee jalqabe: “Gooftaa koo! Oduu guddaa siif fidee jira; biyya fagoo tokko jira; dubartii tokko kan biyya saba’i jedhamtu bulchitu argee dhufe. Teessoon ykn algaan mootii sanaa akkaan guddaa fi wantoota qaalii irraa kan hojjatameedha. Haa ta’u malee isii fi ummanni ishees aduu gabbaraa jiru. Sheyxaanni isaan jallisee jira. Haala kana malee rabbiin hin gabbaran. Sababii kanaaf jedheen yeroo dheeraa ture jedheen.Kana booda nabi suleeymaan deebii kennuufii jalqabe. “Wanti kuni dhugaa tahuu isaa qorachuu qabna. Ani xalayaa tokko ni barreessa, ati xalayaa sana fuudhii isaaniif geessii deebii isaaniis eegi” jedheen. Hud-hud xalayicha fudhatee saffisaan gara biyya saba’ii qajeele. Masaraa mootii saba’ii seenee iddoo boqonnaa mootittii barbaaduu eegale. Sana booda balbala guddaa fi calaqqisaa tokko argate. Xalayicha afaan isaa keessatti qabatee, gara kutaa fooddaatiin kutaa mootittii keessa seene iddoo tokkotti dhokate. Kutaa sana keessatti mootittii siree isii irra ciiftu argate. Rifeensi ishee bitaafi mirgaan algaa isheen irra ciiftu uwwisee mul’ata. Fuula isii hedduu bareeduu fi ifaan irraa mul’atu ilaalee hud-hud garaa isaa keessatti akkana jechuu eegale… HORDOFTOOTA keenya seenaan kun hedduu dheeraa waan taheef, like 500 Erga arganne booda kutaa 2ffaa fi isa xumuraatiin walitti deebina. Seenicha Guutuu dubbisuu yoo barbaaddan Website keenya kana irraa link kanaan seenaa dubbisaa. - https://muhesofmar.com/cpanel
SEENAA AJAA’IBAA MOOTII DUBARTII NAMAA FI JINNII IRRAA DHALATTEE Kutaa 1ffaa Dubartii seenaan isii icciitii guddaadhaan guuttame fi qur’aana keessatti seenaan isii dubbatame BILQIISAA.Dubartiin tun, niitii Nabi Sulaaymaan (A.S) turte. Balqiis mootii dubartii, mootummaa bal’aa Kibba Arabaa irraa hanga Afrikaatti babal’ate bulchitedha. Dhugaawwan amanuun namatti ulfaatu. waa’ee isii kitaabota seenaa irra odeeffannoowwan adda addaatu jiru. Barreessitoonni seenaa hedduun, isheen harka tokko nama yoo taatu, harka tokko immoo jinnii irraa dhalachuu isii barreessaniiru. Nabi Sulaaymaan (A.S) Jinnoota too’achuudhaan hojjattoota isaa godhachaa akka ture seenaan gabaaseera. Garuu jalqabni seenaa kanaa Mootitti bilqiis jedhamtu irraa osoo hin taane, Simbira aja’iba maqaan isaa qur’aana irratti yaamame Hud hud jedhamu irraa eegala. Simbirri seenaa guddaa hojjate kun karaa dheeraa deemuun biyyoota fagoo irraa odeeffannoowwan ajaa’iba nabi suleeymaanif kan fidu yoo tahu, mootii bilqiisa jedhamtu gara islaamummaatti fiduudhaaf sababa tahee jira. Garuu dhuguma Ilmi namaa fi jinniin wal fuudhanii jireenya bultii waliin jiraachaa turanii jiruu? Dhimma kana irratti Seenaan Islaamaa maal jedha laata?Bismillahir-Rahmaanir-Rahiim “Qur’aana kana sirratti Buusuudhaan Seenaa gaarii fi ajaa’ibaa siif himna (Yaa Muḥammad), sihii kanaan dura waan kana irraa irraanfataa taahetti.” (Surah Yuusuf 12:3)Duula deemuudhaaf Loltoonni walitti qabamanii Hogganaa isaanii Nabi Sulaaymaan eeggachaa jiru. Loltoota kana irraa wantii hedduu nama ajaa;ibu, loltoonni kun cinaan isaanii nama, cinaan jinnoota, cinaan biraa simbirroota fi bineensota gara garaa of keessaa qabu turan. SUBHAANALLAAAH Inumaayyuu Kan kana caalaa nama ajaa’ibu, nabi suleeyman(A.s) hattaa iddoo tokko irraa gara iddoo biraa deemuudhaaf bubbeetu isa geessa ture. Loltoonni namootaa walakkaan isaanii waraana miilaa yoo tahan, walakkaan isaanii ammoo loltoota fardaa turan. loltoonni jinnoota ammoo waraana hin mul’anne tahuu isaanii waliin waraanichi sodaa guddaa onnee diinaa keessatti uuma. Waraana bineensotaa irraa leenconni hoggantoota waraana bineensota yoo tahan qeerransoonni itti aanu turan. Itti aansuudhaan loltoota Simbirrootaa irraa hud-hud odeeffannoowwan waraanaa walitti qabuudhaaf itti gaafatamummaa fudhata.hud-hud odeeffannoo fiduudhaaf biyyoota fagoo imalaa ture. bineensonni fi loltoonni, isa irraa odeeffannoo argatu. Hud-hud odeeffannoo argate hunda walitti qabuudhaan miseensota waraanaatiif gabaasa godha.Amma, seenaa ajaa’ibaatti seenutti jirra.Guyyaa Tokko loltoonni hundi walitti qabamanii jiru, garuu itti gaafatamaa odeeffannoo (intelligence) isaanii kan tahe hud-hud waraana keessaa dhabame. Bineensonni hedduun dhabamuu hud-hud hubatanii sagalee xiiqqoodhaan walitti hasaasuu eegalan. Hogganaan isaanii nabi suleeymaan ni dhufe. Yeroo suleeymaan dhufu sagaleen bineensotaa hedduu waa’ee hud-hud dhabamuu haasa’an itti dhagahme. Suleeymaanis hud-hud akka hin jirre hubate. HUD-HUD imalaa fagoo deemee jira. Imala dheeraa. Biyya mootii saba’ii, biyya mootiin isaanii dubartii taate tokko gahe. achittis oduu ajaa’ibaa tokko argate. Hud-hud yeroo magaalaa sana gahu, muka dheeraa tokkotti ol bahuun magaalatti guutuu daawwate. daandiiwwan, manneen, masaraa fi balbala isaa hunda tokko tokkoon osoo laalu waan adda ta’e tokko arge. namoonni iddoo tokkootti walitti qabamanii jiru, guyyaa ayyaanaa wahii fakkaata ture. Hud-hud simbira biraa kan magaalaa sana keessa jiraatu tokko gaafate: “Hud-hud ni jedheen “maaltu magaalaa kana keessatti adeemsifamuuf deema?” jedhee gaafate. Simbirti sunis akkana jechuun deebise “Namoonni hundi onnee isaaniiti fi fuula isaanii aduutti deebisuudhaaf ayyaana qopheessanii jiru; mootittiin Saba’ii ni dhufti; sana booda isaan hundi aduu duratti ni sujuudu” jedheen.Hud-hud odeeffannoon argate dhugaa ta’uu isaa mirkaneeffatee, saffisaan imala isaa eegale. Imala yeroo dheeraa booda, hud-hud iddoo lolichaa gahe. simbirrootni hundinuu isa marsanii Aariidhaan isa gaafachuu eegalan: “Eessa turte? Hogganaan keenya Sulaaymaan si barbaadaa jira; eessa turte?” jedhaniin hundi isaanii. Hud-hud sodaadhaan guuttame; garuu waan barbaachisaa argachuu isaatiin osoo hedduu hin sodaatin humna isaa guutuun nabi Sulaaymaan bira dhaquuf murteesse.Hud-hud yeroo iddoo suleeymaan taa’u gahu suleeymaan nyaata nyaataa ture. Gara fooddaatti maxxane nabi suleeymaan irraa fagaachuuf jedhee teessoo lafaa irra taa’e. Mataa isaa gadi qabachuunis fuula nabi suleeymaan akka hin agarreef goflaa ykn koola isaa fuula isaatti uwwisee nabi suleeymaan akka isaaf araaramu kadhate.Hud-hud beekumsa guddaa qaba ture; odeeffannoo argatee dhufe himuudhaaf akkana jedhee jalqabe: “Gooftaa koo! Oduu guddaa siif fidee jira; biyya fagoo tokko jira; dubartii tokko kan biyya saba’i jedhamtu bulchitu argee dhufe. Teessoon ykn algaan mootii sanaa akkaan guddaa fi wantoota qaalii irraa kan hojjatameedha. Haa ta’u malee isii fi ummanni ishees aduu gabbaraa jiru. Sheyxaanni isaan jallisee jira. Haala kana malee rabbiin hin gabbaran. Sababii kanaaf jedheen yeroo dheeraa ture jedheen.Kana booda nabi suleeymaan deebii kennuufii jalqabe. “Wanti kuni dhugaa tahuu isaa qorachuu qabna. Ani xalayaa tokko ni barreessa, ati xalayaa sana fuudhii isaaniif geessii deebii isaaniis eegi” jedheen. Hud-hud xalayicha fudhatee saffisaan gara biyya saba’ii qajeele. Masaraa mootii saba’ii seenee iddoo boqonnaa mootittii barbaaduu eegale. Sana booda balbala guddaa fi calaqqisaa tokko argate. Xalayicha afaan isaa keessatti qabatee, gara kutaa fooddaatiin kutaa mootittii keessa seene iddoo tokkotti dhokate. Kutaa sana keessatti mootittii siree isii irra ciiftu argate. Rifeensi ishee bitaafi mirgaan algaa isheen irra ciiftu uwwisee mul’ata. Fuula isii hedduu bareeduu fi ifaan irraa mul’atu ilaalee hud-hud garaa isaa keessatti akkana jechuu eegale… HORDOFTOOTA keenya seenaan kun hedduu dheeraa waan taheef, like 500 Erga arganne booda kutaa 2ffaa fi isa xumuraatiin walitti deebina. Seenicha Guutuu dubbisuu yoo barbaaddan Website keenya kana irraa link kanaan seenaa dubbisaa.
Home  ⇒  Uncategorized   ⇒   SEENAA AJAA’IBAA MOOTII DUBARTII NAMAA FI JINNII IRRAA DHALATTEE Kutaa 1ffaa Dubartii seenaan isii icciitii guddaadhaan guuttame fi qur’aana keessatti seenaan isii dubbatame BILQIISAA.Dubartiin tun, niitii Nabi Sulaaymaan (A.S) turte. Balqiis mootii dubartii, mootummaa bal’aa Kibba Arabaa irraa hanga Afrikaatti babal’ate bulchitedha. Dhugaawwan amanuun namatti ulfaatu. waa’ee isii kitaabota seenaa irra odeeffannoowwan adda addaatu jiru. Barreessitoonni seenaa hedduun, isheen harka tokko nama yoo taatu, harka tokko immoo jinnii irraa dhalachuu isii barreessaniiru. Nabi Sulaaymaan (A.S) Jinnoota too’achuudhaan hojjattoota isaa godhachaa akka ture seenaan gabaaseera. Garuu jalqabni seenaa kanaa Mootitti bilqiis jedhamtu irraa osoo hin taane, Simbira aja’iba maqaan isaa qur’aana irratti yaamame Hud hud jedhamu irraa eegala. Simbirri seenaa guddaa hojjate kun karaa dheeraa deemuun biyyoota fagoo irraa odeeffannoowwan ajaa’iba nabi suleeymaanif kan fidu yoo tahu, mootii bilqiisa jedhamtu gara islaamummaatti fiduudhaaf sababa tahee jira. Garuu dhuguma Ilmi namaa fi jinniin wal fuudhanii jireenya bultii waliin jiraachaa turanii jiruu? Dhimma kana irratti Seenaan Islaamaa maal jedha laata?Bismillahir-Rahmaanir-Rahiim “Qur’aana kana sirratti Buusuudhaan Seenaa gaarii fi ajaa’ibaa siif himna (Yaa Muḥammad), sihii kanaan dura waan kana irraa irraanfataa taahetti.” (Surah Yuusuf 12:3)Duula deemuudhaaf Loltoonni walitti qabamanii Hogganaa isaanii Nabi Sulaaymaan eeggachaa jiru. Loltoota kana irraa wantii hedduu nama ajaa;ibu, loltoonni kun cinaan isaanii nama, cinaan jinnoota, cinaan biraa simbirroota fi bineensota gara garaa of keessaa qabu turan. SUBHAANALLAAAH Inumaayyuu Kan kana caalaa nama ajaa’ibu, nabi suleeyman(A.s) hattaa iddoo tokko irraa gara iddoo biraa deemuudhaaf bubbeetu isa geessa ture. Loltoonni namootaa walakkaan isaanii waraana miilaa yoo tahan, walakkaan isaanii ammoo loltoota fardaa turan. loltoonni jinnoota ammoo waraana hin mul’anne tahuu isaanii waliin waraanichi sodaa guddaa onnee diinaa keessatti uuma. Waraana bineensotaa irraa leenconni hoggantoota waraana bineensota yoo tahan qeerransoonni itti aanu turan. Itti aansuudhaan loltoota Simbirrootaa irraa hud-hud odeeffannoowwan waraanaa walitti qabuudhaaf itti gaafatamummaa fudhata.hud-hud odeeffannoo fiduudhaaf biyyoota fagoo imalaa ture. bineensonni fi loltoonni, isa irraa odeeffannoo argatu. Hud-hud odeeffannoo argate hunda walitti qabuudhaan miseensota waraanaatiif gabaasa godha.Amma, seenaa ajaa’ibaatti seenutti jirra.Guyyaa Tokko loltoonni hundi walitti qabamanii jiru, garuu itti gaafatamaa odeeffannoo (intelligence) isaanii kan tahe hud-hud waraana keessaa dhabame. Bineensonni hedduun dhabamuu hud-hud hubatanii sagalee xiiqqoodhaan walitti hasaasuu eegalan. Hogganaan isaanii nabi suleeymaan ni dhufe. Yeroo suleeymaan dhufu sagaleen bineensotaa hedduu waa’ee hud-hud dhabamuu haasa’an itti dhagahme. Suleeymaanis hud-hud akka hin jirre hubate. HUD-HUD imalaa fagoo deemee jira. Imala dheeraa. Biyya mootii saba’ii, biyya mootiin isaanii dubartii taate tokko gahe. achittis oduu ajaa’ibaa tokko argate. Hud-hud yeroo magaalaa sana gahu, muka dheeraa tokkotti ol bahuun magaalatti guutuu daawwate. daandiiwwan, manneen, masaraa fi balbala isaa hunda tokko tokkoon osoo laalu waan adda ta’e tokko arge. namoonni iddoo tokkootti walitti qabamanii jiru, guyyaa ayyaanaa wahii fakkaata ture. Hud-hud simbira biraa kan magaalaa sana keessa jiraatu tokko gaafate: “Hud-hud ni jedheen “maaltu magaalaa kana keessatti adeemsifamuuf deema?” jedhee gaafate. Simbirti sunis akkana jechuun deebise “Namoonni hundi onnee isaaniiti fi fuula isaanii aduutti deebisuudhaaf ayyaana qopheessanii jiru; mootittiin Saba’ii ni dhufti; sana booda isaan hundi aduu duratti ni sujuudu” jedheen.Hud-hud odeeffannoon argate dhugaa ta’uu isaa mirkaneeffatee, saffisaan imala isaa eegale. Imala yeroo dheeraa booda, hud-hud iddoo lolichaa gahe. simbirrootni hundinuu isa marsanii Aariidhaan isa gaafachuu eegalan: “Eessa turte? Hogganaan keenya Sulaaymaan si barbaadaa jira; eessa turte?” jedhaniin hundi isaanii. Hud-hud sodaadhaan guuttame; garuu waan barbaachisaa argachuu isaatiin osoo hedduu hin sodaatin humna isaa guutuun nabi Sulaaymaan bira dhaquuf murteesse.Hud-hud yeroo iddoo suleeymaan taa’u gahu suleeymaan nyaata nyaataa ture. Gara fooddaatti maxxane nabi suleeymaan irraa fagaachuuf jedhee teessoo lafaa irra taa’e. Mataa isaa gadi qabachuunis fuula nabi suleeymaan akka hin agarreef goflaa ykn koola isaa fuula isaatti uwwisee nabi suleeymaan akka isaaf araaramu kadhate.Hud-hud beekumsa guddaa qaba ture; odeeffannoo argatee dhufe himuudhaaf akkana jedhee jalqabe: “Gooftaa koo! Oduu guddaa siif fidee jira; biyya fagoo tokko jira; dubartii tokko kan biyya saba’i jedhamtu bulchitu argee dhufe. Teessoon ykn algaan mootii sanaa akkaan guddaa fi wantoota qaalii irraa kan hojjatameedha. Haa ta’u malee isii fi ummanni ishees aduu gabbaraa jiru. Sheyxaanni isaan jallisee jira. Haala kana malee rabbiin hin gabbaran. Sababii kanaaf jedheen yeroo dheeraa ture jedheen.Kana booda nabi suleeymaan deebii kennuufii jalqabe. “Wanti kuni dhugaa tahuu isaa qorachuu qabna. Ani xalayaa tokko ni barreessa, ati xalayaa sana fuudhii isaaniif geessii deebii isaaniis eegi” jedheen. Hud-hud xalayicha fudhatee saffisaan gara biyya saba’ii qajeele. Masaraa mootii saba’ii seenee iddoo boqonnaa mootittii barbaaduu eegale. Sana booda balbala guddaa fi calaqqisaa tokko argate. Xalayicha afaan isaa keessatti qabatee, gara kutaa fooddaatiin kutaa mootittii keessa seene iddoo tokkotti dhokate. Kutaa sana keessatti mootittii siree isii irra ciiftu argate. Rifeensi ishee bitaafi mirgaan algaa isheen irra ciiftu uwwisee mul’ata. Fuula isii hedduu bareeduu fi ifaan irraa mul’atu ilaalee hud-hud garaa isaa keessatti akkana jechuu eegale… HORDOFTOOTA keenya seenaan kun hedduu dheeraa waan taheef, like 500 Erga arganne booda kutaa 2ffaa fi isa xumuraatiin walitti deebina. Seenicha Guutuu dubbisuu yoo barbaaddan Website keenya kana irraa link kanaan seenaa dubbisaa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *