( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0004362552{main}( ).../index.php:0
20.0006362904require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0007363320require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0008364120require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0008365736require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.07295512440do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.07295513936WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.07295513936WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.08316169880{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.08356170648require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.08356170728Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.08356170728__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.08356170728translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.08356170728get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.08356170728_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.08386173336_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.08386174680wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.08416176064trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131
* Dubartii waa sagaliin horatu!~ Sadi gorsaan~ Sadi obsaan~ Sadi dhoksaan* Ilmi namaa haala jireenya isaatiin bakkasaditti qoodama!~ Tokko kan biyya jiru~ Tokko kan biyyaaf jiru~ Tokko kan biyyatti jiru* Namni lafee coru waa sadi fakkaata!~ Yoo ija itti babaasuu, goota fakkaata.~ Yoo afaan itti banu, waraabessafakkaata.~ Yoo itti gororu, daa’ima fakkaata.* Namni kijibu waa sadihiif muddama!~ Hanga dhagahuuf~ Hanga himuuf~ Naa dhoksaafis ni muddama.* Gowwaan waa sadi jaalata!~ Osoo hin dubbisin dubbachuu~ Osoo hin gaafatin himuu~ Osoo hin tuqin aaruu* Keessummaa waa sadihiin kabaju!~ Erbee rifeensa hin qabne~ Lafee foon hin qabne~ Foon lafee hin qabne¤ Hiikni isaas:~ Erbeen rifeensa hin qabne, fuula ifaansimachuudha.~ Lafeen foon hin qabne, ilkaan gaariinwajjiin kolfuudha.~ Foon lafee hin qabne immoo, arrabaqajeelaan itti haasahuudha.* Waa sadi fafa, waa sadi fafaa miti!~ Lolaaf bahanii waraana dhabuun fafa.Lolaaf bahanii waraana dhabuun fafaamitii, onnee dhabutu fafa.~ Du’anii ibaadaa dhabuun fafa. Du’aniiibaadaa dhabuun fafaa mitii, durumaanibaadaa dhabutu fafa.~ Barumsaaf bahanii qalama dhabuun fafa.Barumsaaf bahanii qalama dhabuun fafaamitii, kaayyoo dhabutu fafa.* Waa sadi dura badee, waa sadi tura bade!~ Makkalli dura badee, hayyichi tura bade.~ Maxaanaan dura badee, arreedaan turabade!~ Doqnichi dura badee, arjichi tura bade.* Ilmi namaa sadi!~ Tokko kan abbaa caalu~ Tokko kan abbaa dhaalu~ Tokko kan abbaa dhaanuWAAQNI ILMA KASAARAAFI ABBAADHAANU IRRAA NU HAABARARU!* Namni dhugaan wal-jaalatu waa sadiinwal-jaalataanGaraa dhaanOnnee dhaanDhugaa dhaankanan dubbiserraa!Dr. Heeraan👩‍⚕️❣️✅. - https://muhesofmar.com/cpanel
* Dubartii waa sagaliin horatu!~ Sadi gorsaan~ Sadi obsaan~ Sadi dhoksaan* Ilmi namaa haala jireenya isaatiin bakkasaditti qoodama!~ Tokko kan biyya jiru~ Tokko kan biyyaaf jiru~ Tokko kan biyyatti jiru* Namni lafee coru waa sadi fakkaata!~ Yoo ija itti babaasuu, goota fakkaata.~ Yoo afaan itti banu, waraabessafakkaata.~ Yoo itti gororu, daa’ima fakkaata.* Namni kijibu waa sadihiif muddama!~ Hanga dhagahuuf~ Hanga himuuf~ Naa dhoksaafis ni muddama.* Gowwaan waa sadi jaalata!~ Osoo hin dubbisin dubbachuu~ Osoo hin gaafatin himuu~ Osoo hin tuqin aaruu* Keessummaa waa sadihiin kabaju!~ Erbee rifeensa hin qabne~ Lafee foon hin qabne~ Foon lafee hin qabne¤ Hiikni isaas:~ Erbeen rifeensa hin qabne, fuula ifaansimachuudha.~ Lafeen foon hin qabne, ilkaan gaariinwajjiin kolfuudha.~ Foon lafee hin qabne immoo, arrabaqajeelaan itti haasahuudha.* Waa sadi fafa, waa sadi fafaa miti!~ Lolaaf bahanii waraana dhabuun fafa.Lolaaf bahanii waraana dhabuun fafaamitii, onnee dhabutu fafa.~ Du’anii ibaadaa dhabuun fafa. Du’aniiibaadaa dhabuun fafaa mitii, durumaanibaadaa dhabutu fafa.~ Barumsaaf bahanii qalama dhabuun fafa.Barumsaaf bahanii qalama dhabuun fafaamitii, kaayyoo dhabutu fafa.* Waa sadi dura badee, waa sadi tura bade!~ Makkalli dura badee, hayyichi tura bade.~ Maxaanaan dura badee, arreedaan turabade!~ Doqnichi dura badee, arjichi tura bade.* Ilmi namaa sadi!~ Tokko kan abbaa caalu~ Tokko kan abbaa dhaalu~ Tokko kan abbaa dhaanuWAAQNI ILMA KASAARAAFI ABBAADHAANU IRRAA NU HAABARARU!* Namni dhugaan wal-jaalatu waa sadiinwal-jaalataanGaraa dhaanOnnee dhaanDhugaa dhaankanan dubbiserraa!Dr. Heeraan👩‍⚕️❣️✅.
Home  ⇒  Uncategorized   ⇒   * Dubartii waa sagaliin horatu!~ Sadi gorsaan~ Sadi obsaan~ Sadi dhoksaan* Ilmi namaa haala jireenya isaatiin bakkasaditti qoodama!~ Tokko kan biyya jiru~ Tokko kan biyyaaf jiru~ Tokko kan biyyatti jiru* Namni lafee coru waa sadi fakkaata!~ Yoo ija itti babaasuu, goota fakkaata.~ Yoo afaan itti banu, waraabessafakkaata.~ Yoo itti gororu, daa’ima fakkaata.* Namni kijibu waa sadihiif muddama!~ Hanga dhagahuuf~ Hanga himuuf~ Naa dhoksaafis ni muddama.* Gowwaan waa sadi jaalata!~ Osoo hin dubbisin dubbachuu~ Osoo hin gaafatin himuu~ Osoo hin tuqin aaruu* Keessummaa waa sadihiin kabaju!~ Erbee rifeensa hin qabne~ Lafee foon hin qabne~ Foon lafee hin qabne¤ Hiikni isaas:~ Erbeen rifeensa hin qabne, fuula ifaansimachuudha.~ Lafeen foon hin qabne, ilkaan gaariinwajjiin kolfuudha.~ Foon lafee hin qabne immoo, arrabaqajeelaan itti haasahuudha.* Waa sadi fafa, waa sadi fafaa miti!~ Lolaaf bahanii waraana dhabuun fafa.Lolaaf bahanii waraana dhabuun fafaamitii, onnee dhabutu fafa.~ Du’anii ibaadaa dhabuun fafa. Du’aniiibaadaa dhabuun fafaa mitii, durumaanibaadaa dhabutu fafa.~ Barumsaaf bahanii qalama dhabuun fafa.Barumsaaf bahanii qalama dhabuun fafaamitii, kaayyoo dhabutu fafa.* Waa sadi dura badee, waa sadi tura bade!~ Makkalli dura badee, hayyichi tura bade.~ Maxaanaan dura badee, arreedaan turabade!~ Doqnichi dura badee, arjichi tura bade.* Ilmi namaa sadi!~ Tokko kan abbaa caalu~ Tokko kan abbaa dhaalu~ Tokko kan abbaa dhaanuWAAQNI ILMA KASAARAAFI ABBAADHAANU IRRAA NU HAABARARU!* Namni dhugaan wal-jaalatu waa sadiinwal-jaalataanGaraa dhaanOnnee dhaanDhugaa dhaankanan dubbiserraa!Dr. Heeraan👩‍⚕️❣️✅.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *