( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0004362104{main}( ).../index.php:0
20.0007362456require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0007362872require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0008363672require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0009365288require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.07205508464do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.07205509960WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.07205509960WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.08276165224{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.08316165992require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.08316166072Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.08316166072__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.08316166072translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.08316166072get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.08316166072_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.08346168680_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.08346170024wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.08376171408trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131
#Oduu_Ammee ‼️🙌=============Haleellaan xiyyaaraa #Ameerikaan🇺🇸 #Somaaliyaa🇸🇴 keessatti garee shororkeesitoota #ISIS, Al Qaayidaa irratti rawwachaa jirtu dabalaa jiraachuun gabaafame👌🇺🇸 Bulchiinsa Tiraamp jalatti bara kana hanga ammaatti lakkoofsi haleellaa xiyyaaraa Yuunaayitid Isteetis garee shororkeessitoota sirna jihaadaa leellisan Somaaliyaa keessatti raawwatteefi kan bara 2024 ajaja Pirezidaantii Baayidan rawwatamee wal bira qabamee yoo ilaalamu dachaa kudhaniin ol dabaluun gabaafame.Ajajaan Waraana Ameerikaa kan hoggaanaa Afrikaa Koomii Jimaata darbe miidiyaa Fooksiif akka himetti, bara 2024tti haleellaa xiyyaaraa garee kana irratti 10 qofti akka raawwate himuun, bara kana hanga ammaatti haleellaan xiyyaaraa 100 ol Somaaliyaa keessatti raawwatamu isaa ibseera.Tarkaanfii waraanaa Kibxata darbe fudhatameen, hojjettoonni Afrikaa Koomii haleellaa qilleensaa fi lafoo sa’aatii afuriifi garee jihaadistoota ISIS-Somaaliyaa waliin kaaba Afrikaa Puntilaandi keessatti keessatti lola gaggeessuun gabaafameera. Haleellaan kun “qindoomina Mootummaa Federaalaa Somaaliyaa waliin ta’uun tarkanfii fudhatame” ta’uun gabaafamera.Maddoonni biyya keessaa hedduun lola gaggeefameen hoggantoonni ISIS rukutamuu isaanii kan gabaasan yoo ta’u, hogganaan Olaanaan garee shororkeessitootaa tokko ajjeefamuun yookaan booji’amuun, akkasumas miseensonni garee shororkeessitoota hanga 10 ta’an ajjeefamuu ibsaniru. Garuu lola sa’aatii dheeraafi gaggeffamee kanaan Miidhaan gama loltoota U.S gahe akka hin jire himaniru.Haleellaan kun ergama walduraa duubaan Somaaliyaa irratti gareewwan jihaada adda addaa, kanneen akka ISIS, ISIS-Somaaliyaa fi al-Shabaab kan Al-Qaayidaa waliin hidhata qaban irratti raawwatame keessaa isa xummuraa ta’u ibsaniru.Dubbi himaan Afrikaa Koomii Kamisa darbe miidiyaa AMeerikaa Fooksii’f akka himanitti “U.S. haleellaa qilleensaa tilmaamaan kiloomeetira 66 kibba baha Bosaasoo irraa fagaattee kan argamtu irratti tarkaanfii fudhachu himaniru. Hanga har’aatti haleellaa x i👌🙏💪💪💪✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️Waan jiru isiin biraan geeny Burka press - https://muhesofmar.com/cpanel
#Oduu_Ammee ‼️🙌=============Haleellaan xiyyaaraa #Ameerikaan🇺🇸 #Somaaliyaa🇸🇴 keessatti garee shororkeesitoota #ISIS, Al Qaayidaa irratti rawwachaa jirtu dabalaa jiraachuun gabaafame👌🇺🇸 Bulchiinsa Tiraamp jalatti bara kana hanga ammaatti lakkoofsi haleellaa xiyyaaraa Yuunaayitid Isteetis garee shororkeessitoota sirna jihaadaa leellisan Somaaliyaa keessatti raawwatteefi kan bara 2024 ajaja Pirezidaantii Baayidan rawwatamee wal bira qabamee yoo ilaalamu dachaa kudhaniin ol dabaluun gabaafame.Ajajaan Waraana Ameerikaa kan hoggaanaa Afrikaa Koomii Jimaata darbe miidiyaa Fooksiif akka himetti, bara 2024tti haleellaa xiyyaaraa garee kana irratti 10 qofti akka raawwate himuun, bara kana hanga ammaatti haleellaan xiyyaaraa 100 ol Somaaliyaa keessatti raawwatamu isaa ibseera.Tarkaanfii waraanaa Kibxata darbe fudhatameen, hojjettoonni Afrikaa Koomii haleellaa qilleensaa fi lafoo sa’aatii afuriifi garee jihaadistoota ISIS-Somaaliyaa waliin kaaba Afrikaa Puntilaandi keessatti keessatti lola gaggeessuun gabaafameera. Haleellaan kun “qindoomina Mootummaa Federaalaa Somaaliyaa waliin ta’uun tarkanfii fudhatame” ta’uun gabaafamera.Maddoonni biyya keessaa hedduun lola gaggeefameen hoggantoonni ISIS rukutamuu isaanii kan gabaasan yoo ta’u, hogganaan Olaanaan garee shororkeessitootaa tokko ajjeefamuun yookaan booji’amuun, akkasumas miseensonni garee shororkeessitoota hanga 10 ta’an ajjeefamuu ibsaniru. Garuu lola sa’aatii dheeraafi gaggeffamee kanaan Miidhaan gama loltoota U.S gahe akka hin jire himaniru.Haleellaan kun ergama walduraa duubaan Somaaliyaa irratti gareewwan jihaada adda addaa, kanneen akka ISIS, ISIS-Somaaliyaa fi al-Shabaab kan Al-Qaayidaa waliin hidhata qaban irratti raawwatame keessaa isa xummuraa ta’u ibsaniru.Dubbi himaan Afrikaa Koomii Kamisa darbe miidiyaa AMeerikaa Fooksii’f akka himanitti “U.S. haleellaa qilleensaa tilmaamaan kiloomeetira 66 kibba baha Bosaasoo irraa fagaattee kan argamtu irratti tarkaanfii fudhachu himaniru. Hanga har’aatti haleellaa x i👌🙏💪💪💪✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️Waan jiru isiin biraan geeny Burka press
Home  ⇒  Uncategorized   ⇒   #Oduu_Ammee ‼️🙌=============Haleellaan xiyyaaraa #Ameerikaan🇺🇸 #Somaaliyaa🇸🇴 keessatti garee shororkeesitoota #ISIS, Al Qaayidaa irratti rawwachaa jirtu dabalaa jiraachuun gabaafame👌🇺🇸 Bulchiinsa Tiraamp jalatti bara kana hanga ammaatti lakkoofsi haleellaa xiyyaaraa Yuunaayitid Isteetis garee shororkeessitoota sirna jihaadaa leellisan Somaaliyaa keessatti raawwatteefi kan bara 2024 ajaja Pirezidaantii Baayidan rawwatamee wal bira qabamee yoo ilaalamu dachaa kudhaniin ol dabaluun gabaafame.Ajajaan Waraana Ameerikaa kan hoggaanaa Afrikaa Koomii Jimaata darbe miidiyaa Fooksiif akka himetti, bara 2024tti haleellaa xiyyaaraa garee kana irratti 10 qofti akka raawwate himuun, bara kana hanga ammaatti haleellaan xiyyaaraa 100 ol Somaaliyaa keessatti raawwatamu isaa ibseera.Tarkaanfii waraanaa Kibxata darbe fudhatameen, hojjettoonni Afrikaa Koomii haleellaa qilleensaa fi lafoo sa’aatii afuriifi garee jihaadistoota ISIS-Somaaliyaa waliin kaaba Afrikaa Puntilaandi keessatti keessatti lola gaggeessuun gabaafameera. Haleellaan kun “qindoomina Mootummaa Federaalaa Somaaliyaa waliin ta’uun tarkanfii fudhatame” ta’uun gabaafamera.Maddoonni biyya keessaa hedduun lola gaggeefameen hoggantoonni ISIS rukutamuu isaanii kan gabaasan yoo ta’u, hogganaan Olaanaan garee shororkeessitootaa tokko ajjeefamuun yookaan booji’amuun, akkasumas miseensonni garee shororkeessitoota hanga 10 ta’an ajjeefamuu ibsaniru. Garuu lola sa’aatii dheeraafi gaggeffamee kanaan Miidhaan gama loltoota U.S gahe akka hin jire himaniru.Haleellaan kun ergama walduraa duubaan Somaaliyaa irratti gareewwan jihaada adda addaa, kanneen akka ISIS, ISIS-Somaaliyaa fi al-Shabaab kan Al-Qaayidaa waliin hidhata qaban irratti raawwatame keessaa isa xummuraa ta’u ibsaniru.Dubbi himaan Afrikaa Koomii Kamisa darbe miidiyaa AMeerikaa Fooksii’f akka himanitti “U.S. haleellaa qilleensaa tilmaamaan kiloomeetira 66 kibba baha Bosaasoo irraa fagaattee kan argamtu irratti tarkaanfii fudhachu himaniru. Hanga har’aatti haleellaa x i👌🙏💪💪💪✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️Waan jiru isiin biraan geeny Burka press

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *