( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0005362552{main}( ).../index.php:0
20.0009362904require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0010363320require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0011364120require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0012365736require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.09955512440do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.09955513936WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.09955513936WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.11296169880{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.11346170648require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.11346170728Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.11346170728__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.11346170728translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.11346170728get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.11346170728_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.11386173336_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.11386174680wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.11416176064trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131
Magaalaan bakka guddinni saffisaa keessaa maddu, motora kalaqaafi dinagdee akkasumas, wiirtuu hojii daldalaa, industiriifi tajaajila ariifataati.OBN Cyber media sadaasa 19,2018- fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf, darbees haala mijataa jiraataan kamuu carraa dinagdee irraa fayyadamaa ta’u umuuf magaalan bakka mijataadha. Mootummaanis kana dursee hubachuun misooma magaalaatiin galmoota gurguddoo afur qabate fiixaan baasuuf tarsiimoofi sagantaa garaagaraa bocuun hojiirra oolchuurratti argama. Galmoonni kunneen: wabii nyaataa mirkaneessuu, ogummaa dagaagsuu, dhaweessummaafi bulchiinsa elektironiksii (e-governance) yoota’an, magaalonni dilbii qaban sirnaan fayyadamuun gahee ce’umsa dinagdee keessatti bahachuu qaban akka milkeessan karoorri yeroo giddugaleessafi dheeraa qabamee hojjatamaa jira.Akka Naannoo Oromiyaatti, jiraattota magaalaa keessaa %41 kallattumaan qonnaan kan jiraatanidha. Jiruufi jireenya jiraattota kanneenii, bu’uura amaloota Mootummaa Ida’amuutiin fooyyessuuf, magaalarratti dameewwan dinagdee biroo cinaatti qonnarratti xiyyeeffannoon akka hojjatamu haala dirqisiisaa umeera.Bu’uuruma kanaan, Oromiyaan qabeenya humna namaa baldhaa qonna irratti bobba’uu danda’uufi haala mijataa gama lafa, bishaan, qilleensa gaariifi “agro-ecology” baldhaa qabutti dhimma bahuun, qonna magaalaa irratti inisheetiviiwwan gurguddoon bocamuun hojjatamaa jira.Haaluma kanaan hojiiwwan akka furdisa loonii, horsiisa lukkuu, horsiisa horii aannanii, omisha midhaanii, fuduraafi muduraaf kanneen biroo irratti hojjetamaa jiruun, hawaasni magaalaa naannoo keenyaa fayyadamaa ta’aa jira. Omishaaleen qonna magaalaan omishaman kun, wabii nyaataa mirkaneessuu, carraa hojii umuu, akkasumas qaala’insa gabaa tasgabbeessuu keessatti shoora olaanaa kan qabanidha. Addattimmoo magaalonni eeggattummaarraa gara omishtummaatti akka cehan kan taasisanidha. Qonna magaalaatiin, hojiiwwan hanga ammaatti hojjatamaniin, bu’aaleen abdachiisoon argamaa jiru. Haata’u malee, poteenshaala magaalonni keenya qaban waliin yoo madaalamu, ammas hojii baldhaatu hojjatamuu qaba. Mootummaanis, bu’aawwan argaman dilbii magaalonni qaban waliin walsimsiisuuf, omishaaleen kunneen baay’ina, qulqullinaafi ariitiin akka omishaman kan hojjatu ta’a. #oromiapresidentoffice #qonnamagaalaa - https://muhesofmar.com/cpanel
Magaalaan bakka guddinni saffisaa keessaa maddu, motora kalaqaafi dinagdee akkasumas, wiirtuu hojii daldalaa, industiriifi tajaajila ariifataati.OBN Cyber media sadaasa 19,2018- fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf, darbees haala mijataa jiraataan kamuu carraa dinagdee irraa fayyadamaa ta’u umuuf magaalan bakka mijataadha. Mootummaanis kana dursee hubachuun misooma magaalaatiin galmoota gurguddoo afur qabate fiixaan baasuuf tarsiimoofi sagantaa garaagaraa bocuun hojiirra oolchuurratti argama. Galmoonni kunneen: wabii nyaataa mirkaneessuu, ogummaa dagaagsuu, dhaweessummaafi bulchiinsa elektironiksii (e-governance) yoota’an, magaalonni dilbii qaban sirnaan fayyadamuun gahee ce’umsa dinagdee keessatti bahachuu qaban akka milkeessan karoorri yeroo giddugaleessafi dheeraa qabamee hojjatamaa jira.Akka Naannoo Oromiyaatti, jiraattota magaalaa keessaa %41 kallattumaan qonnaan kan jiraatanidha. Jiruufi jireenya jiraattota kanneenii, bu’uura amaloota Mootummaa Ida’amuutiin fooyyessuuf, magaalarratti dameewwan dinagdee biroo cinaatti qonnarratti xiyyeeffannoon akka hojjatamu haala dirqisiisaa umeera.Bu’uuruma kanaan, Oromiyaan qabeenya humna namaa baldhaa qonna irratti bobba’uu danda’uufi haala mijataa gama lafa, bishaan, qilleensa gaariifi “agro-ecology” baldhaa qabutti dhimma bahuun, qonna magaalaa irratti inisheetiviiwwan gurguddoon bocamuun hojjatamaa jira.Haaluma kanaan hojiiwwan akka furdisa loonii, horsiisa lukkuu, horsiisa horii aannanii, omisha midhaanii, fuduraafi muduraaf kanneen biroo irratti hojjetamaa jiruun, hawaasni magaalaa naannoo keenyaa fayyadamaa ta’aa jira. Omishaaleen qonna magaalaan omishaman kun, wabii nyaataa mirkaneessuu, carraa hojii umuu, akkasumas qaala’insa gabaa tasgabbeessuu keessatti shoora olaanaa kan qabanidha. Addattimmoo magaalonni eeggattummaarraa gara omishtummaatti akka cehan kan taasisanidha. Qonna magaalaatiin, hojiiwwan hanga ammaatti hojjatamaniin, bu’aaleen abdachiisoon argamaa jiru. Haata’u malee, poteenshaala magaalonni keenya qaban waliin yoo madaalamu, ammas hojii baldhaatu hojjatamuu qaba. Mootummaanis, bu’aawwan argaman dilbii magaalonni qaban waliin walsimsiisuuf, omishaaleen kunneen baay’ina, qulqullinaafi ariitiin akka omishaman kan hojjatu ta’a. #oromiapresidentoffice #qonnamagaalaa
Home  ⇒  Uncategorized   ⇒   Magaalaan bakka guddinni saffisaa keessaa maddu, motora kalaqaafi dinagdee akkasumas, wiirtuu hojii daldalaa, industiriifi tajaajila ariifataati.OBN Cyber media sadaasa 19,2018- fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf, darbees haala mijataa jiraataan kamuu carraa dinagdee irraa fayyadamaa ta’u umuuf magaalan bakka mijataadha. Mootummaanis kana dursee hubachuun misooma magaalaatiin galmoota gurguddoo afur qabate fiixaan baasuuf tarsiimoofi sagantaa garaagaraa bocuun hojiirra oolchuurratti argama. Galmoonni kunneen: wabii nyaataa mirkaneessuu, ogummaa dagaagsuu, dhaweessummaafi bulchiinsa elektironiksii (e-governance) yoota’an, magaalonni dilbii qaban sirnaan fayyadamuun gahee ce’umsa dinagdee keessatti bahachuu qaban akka milkeessan karoorri yeroo giddugaleessafi dheeraa qabamee hojjatamaa jira.Akka Naannoo Oromiyaatti, jiraattota magaalaa keessaa %41 kallattumaan qonnaan kan jiraatanidha. Jiruufi jireenya jiraattota kanneenii, bu’uura amaloota Mootummaa Ida’amuutiin fooyyessuuf, magaalarratti dameewwan dinagdee biroo cinaatti qonnarratti xiyyeeffannoon akka hojjatamu haala dirqisiisaa umeera.Bu’uuruma kanaan, Oromiyaan qabeenya humna namaa baldhaa qonna irratti bobba’uu danda’uufi haala mijataa gama lafa, bishaan, qilleensa gaariifi “agro-ecology” baldhaa qabutti dhimma bahuun, qonna magaalaa irratti inisheetiviiwwan gurguddoon bocamuun hojjatamaa jira.Haaluma kanaan hojiiwwan akka furdisa loonii, horsiisa lukkuu, horsiisa horii aannanii, omisha midhaanii, fuduraafi muduraaf kanneen biroo irratti hojjetamaa jiruun, hawaasni magaalaa naannoo keenyaa fayyadamaa ta’aa jira. Omishaaleen qonna magaalaan omishaman kun, wabii nyaataa mirkaneessuu, carraa hojii umuu, akkasumas qaala’insa gabaa tasgabbeessuu keessatti shoora olaanaa kan qabanidha. Addattimmoo magaalonni eeggattummaarraa gara omishtummaatti akka cehan kan taasisanidha. Qonna magaalaatiin, hojiiwwan hanga ammaatti hojjatamaniin, bu’aaleen abdachiisoon argamaa jiru. Haata’u malee, poteenshaala magaalonni keenya qaban waliin yoo madaalamu, ammas hojii baldhaatu hojjatamuu qaba. Mootummaanis, bu’aawwan argaman dilbii magaalonni qaban waliin walsimsiisuuf, omishaaleen kunneen baay’ina, qulqullinaafi ariitiin akka omishaman kan hojjatu ta’a. #oromiapresidentoffice #qonnamagaalaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *