( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0005360664{main}( ).../index.php:0
20.0009361016require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0009361432require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0010362232require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0011363848require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.08995506912do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.09005508408WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.09005508408WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.10036163712{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.10076164480require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.10076164560Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.10076164560__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.10076164560translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.10076164560get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.10076164560_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.10116167168_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.10116168512wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.10146169896trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131
27 - https://muhesofmar.com/cpanel
November 27, 2025
Home  ⇒  27 - https://muhesofmar.com/cpanel
Shaayiin Moringaa baala muka Moringaa oleifera irraa hojjetame faayidaa fayyaa qabaachuu danda’uun jaalala argachaa jira. Faayidaa shaayii moringaa wajjin walqabatee jiru gabaabinaan kunooti:1. Soorataan kan badhaadhe: Baalli mooriingaa vitaaminii (akka A, C, fi E), albuudota (kan akka kaalsiyeemii, ayirenii fi pootaasiyeemii) fi amiinoo asiidota of keessaa qaba. Shaayii moringaa dhuguun soorata guyyaa guyyaa isin barbaachisu guutuuf gumaachuu danda’a.2. Amaloota Antioksidaantii: Baalli mooriingaa antioksidaantoota akka kuerseetiin fi asiidii kilooroojeenikii kan qaban yoo ta’u, isaanis dhiphina oksijiinii ittisuu fi miidhaa seelii hir’isuuf gargaaru.3. Bu’aa Farra Inflammatory: Shaayiin Moringaa kompaawundoota amaloota farra inflammatory qaban qaba. Yeroo hunda fayyadamuun inflammation hir’isuu fi mallattoolee haalawwan akka arthritis keessatti mul’atan salphisuuf gargaaruu danda’a.4. Fayyaa Onneef Qorannoon akka agarsiisutti moringaan #dhiibbaa_dhiigaa fi kolestroolii hir’isuuf gargaaruu danda’a, kunis carraa dhukkuba onnee gadi buusu danda’a. Shaayii moringaa dhuguun fayyaa onnee fi ujummoolee dhiigaa fooyya’aa ta’eef gumaachuu danda’a.5. Sukkaara Dhiigaa: Qorannoon tokko tokko akka agarsiisutti moringaan hamma sukkaara dhiigaa gadi buusuuf gargaaruu danda’a. Kun namoota sukkaara dhiigaa to’achuu barbaadaniif faayidaa qabaachuu danda’a.6. Deeggarsa Sirna Ittisa qaamaa: Vitaaminoonni fi antioksidaantoonni shaayii moringaa keessatti argaman sirna ittisa qaamaa fayya qabeessa ta’e deeggaruun carraa dhukkubaa hir’isuu danda’u.7. Sochii Farra Maayikiroobiyaanii Ta’uu Danda’u: Moringaan qabiyyee farra maaykiroobiyaanii akka qabu kan agarsiifame yoo ta’u, kunis baakteeriyaa fi paatojeenoota tokko tokko ittisuuf gargaaruu danda’a.8. Fayyaa Sammuuf: Antioxidants fi bu’aan niwurooprotective shaayiin moringa dalagaa hubannoo deeggaruun carraa dhukkuboota neurodegenerative hir’isuu danda’a.
Suudaan Liqiin humna ifaa Itiyoophiyaa Doolaara miiliyoona 90 irra jiru ofirraa kafaluu dadhabuu Dhaabbanni humni Elektirikii Itiyoophiyaa beeksiseLami Media,( Sad 27/2025 ), Biyyi Suudaan Liqii Itiyoophiyaa kan humna ifaa Doolaara miiliyoona 90 ol sababa Waraana biyya keessaatiin Itiyoophiyaaf osoon kafaliin addaan kutuun dhagayame. #Suudaan liqii Itiyoophiyaa kan humna ifaa Doolaara miliyoona 90 ol kan ifirraa qabdu waggaa 1 fi ji’a 6 keessatti akka ofirraa kafaltuuf walii galteen kan taasifame yoo tahu, Suudaan liqii tana kafaluu dhabuu Dhaabbanni Humna Elektirikii Itiyoophiyaadhaa beeksiseeti jira. Suudaan osoo lola kanatti hin seeniin dura Itoophiyaa waliin waliigaltee gurgurtaa humna ibsaa kan qabdu yoo tahu, waraana waggaa lamaa oliif biyyattii keessatti adeemsifamaa jiruun liqaa isheerra jiru kaffaluu kan hin dandeenye tahuun ibsameeti jira. #Suudaan waggaatti fayyadamni humnaa ifaa meeggaa waattii 120 irraa gara meeggaa waattii 10 fi 20tti gadi bu’uunis ibsameeti jira.Liqiin humna ifaa Suudaanirra jiru kun waggaa 1 fi ji’a 6’tt akka kafalamuuf hiree kan kennameef yoo tahu, Suudaan Liqii #Itiyoophiyaa tana kafaluuf Walakkeessa bara 2017 ji’a Gurraandalaa kafaluu akka qabdu Daarektarri komunikeeshinii kutaa humna ifaa kan tahe obbo Mogos Mokonnon hime.Adeemsi kafaltii liqaa kun doolaarri miiliyoona 1 qofti erga kaffalamee booda addaan cituus Obbo Mogos ibseeti jira. Biyyoota ollaa Ityoophiyaa humna ifaa itti gurgurtu keessaa takka tan taate Sudaan liqaa isheerra jirtu kafaluuf kan hin dandeenye yoo tahu, #Jabuutii, #Keeniyaa fi #Taanzaaniyaa dabalatee biyyoonni biroo yaaliin humna ifaa bitachaa jiran liqaa isaanii yeroon kaffalaa jiraachuu fi gurgurtaan humna ibsaa raawwatamaa akka jiru daareektarri komunikeeshinii humna Ifaa Itiyoophiyaa kun ibseeti jira. Ityoophiyaan humna ifaa ishee harka 90 ol humna bishaanii irraa gara biyya alaatti erguu eega jalqabdee as fooyya’iinsi taasifte itti fayyadama biyya keessaa qofa osoon taane al-ergiifillee itti fayyadamaa jiraachuunis ibsameeti jira.
#Oduu_Ammee ‼️=============🇫🇷🤝🇪🇹 Faransaay tumsa damee loltummaan Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti- Jeneraal Piyeer Shiil🇫🇷Faransaay tumsa damee loltummaan Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti jedhan Ajajaan Waraana Lafarraa biyyattii Jeneraal Piyeer Shiil.Jilli loltummaa Faransaay Jeneraal Piyeer Shiiliin durfamu hoggantoota Raayyaa Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa waliin mari’ateera.Marichi tumsa loltummaa biyyoota lameenii cimsuuf kan kaayyeffate ta’uun ibsameera.Tumsi kun waliigalteewwan hoggantoonni biyyoota lameenii taasisan hordofee kan taasifame ta’uu Miidiyaan Oonlaayinii Raayyaa Ittisaa Faanaa Dijiitaaliif ibseera.Jeneraal Piyeer Shiil wayita kana hojii Itiyoophiyaan nageenya naannawichaa mirkaneessuuf hojjechaa jirtutti gammaduu ibsuun, yeroo itti aanutti dhimmoota barbaachisoo ta’an irratti tumsaan kan hojjetan ta’uu eeran.Ergama nageenya kabachiisuu keessatti hirmaannaan raayyaa ittisaa Itiyoophiyaa barbaachisaa ta’uu kaasanii, cimee itti fufuu akka qabu dubbatan.Faransaay fayyadamummaa waloof deeggarsa meeshaalee waraanaa, leenjii humna namaafi tumsa loltummaa walitti fufiinsa qabu taasisuuf qophii ta’uu mirkaneessaniiru.Hogganaan Qajeelcha Olaanaa Barnootaafi Leenjii Raayyaa Ittisaa Jeneraal Yimar Makonnin gama isaaniin, teeknooloojii loltummaa ammayyaan deeggaramuun dirqama bahachuuf Faransaay waliin tumsaan ni hojjetama jedhan.Faransaay waliin hariiroo loltummaa waggoota dheeraa qabaachuu yaadachiisuun, michummaa kana dameewwan loltummaa garaagaraan cimsanii itti fufsiisuun barbaachisaadha jedhan.🙏💪💪💪
MALLATTOOLEE KAANSARII HARMAA
*Waanti akka dhiitaa jajjabaataa harma keessaa bakka takkatti yokaan guutummaa…
Faransaay tumsa damee loltummaan Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti- Jeneraal Piyeer ShiilFaransaay tumsa damee loltummaan Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti jedhan Ajajaan Waraana Lafarraa biyyattii Jeneraal Piyeer Shiil.Jilli loltummaa Faransaay Jeneraal Piyeer Shiiliin durfamu hoggantoota Raayyaa Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa waliin mari’ateera.Marichi tumsa loltummaa biyyoota lameenii cimsuuf kan kaayyeffate ta’uun ibsameera.Tumsi kun waliigalteewwan hoggantoonni biyyoota lameenii taasisan hordofee kan taasifame ta’uu Miidiyaan Oonlaayinii Raayyaa Ittisaa Faanaa Dijiitaaliif ibseera.Jeneraal Piyeer Shiil wayita kana hojii Itiyoophiyaan nageenya naannawichaa mirkaneessuuf hojjechaa jirtutti gammaduu ibsuun, yeroo itti aanutti dhimmoota barbaachisoo ta’an irratti tumsaan kan hojjetan ta’uu eeran.Ergama nageenya kabachiisuu keessatti hirmaannaan raayyaa ittisaa Itiyoophiyaa barbaachisaa ta’uu kaasanii, cimee itti fufuu akka qabu dubbatan.Faransaay fayyadamummaa waloof deeggarsa meeshaalee waraanaa, leenjii humna namaafi tumsa loltummaa walitti fufiinsa qabu taasisuuf qophii ta’uu mirkaneessaniiru.Hogganaan Qajeelcha Olaanaa Barnootaafi Leenjii Raayyaa Ittisaa Jeneraal Yimar Makonnin gama isaaniin, teeknooloojii loltummaa ammayyaan deeggaramuun dirqama bahachuuf Faransaay waliin tumsaan ni hojjetama jedhan.Faransaay waliin hariiroo loltummaa waggoota dheeraa qabaachuu yaadachiisuun, michummaa kana dameewwan loltummaa garaagaraan cimsanii itti fufsiisuun barbaachisaadha jedhan.