( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0001362096{main}( ).../index.php:0
20.0002362448require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0002362864require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0003363664require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0004365280require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.06875508344do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.06875509840WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.06875509840WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.07876165104{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.07916165872require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.07916165952Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.07916165952__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.07916165952translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.07916165952get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.07916165952_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.07946168560_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.07946169904wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.07966171288trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131
DHUKKUBA MADAA’UU GARAACHAA(Peptic Ulcer disease) ~~~~~~~~~~~//~~~~~~~~~~~~~~1.Dhukkubni Madaa’uu garaachaa maali?✍Dhibee madaa’uu garaachaa~jechuun dhibee sababa gara garaatiin keessoo garaachaa haguugee kan argamu”gastiric mukoosaan” yeroo madaa’uu kan uumamuudha.2.Mallatoo Dhukkuba madaa’uu garaachaa maali fa’adha? ▪︎Gubaa lappee. ▪︎Deddeeqifachuu. ▪︎Haqqisuu/Balaqamsiisuu. ▪︎Fedhii nyaataa dhabuu. ▪︎Nyaanni bullaa’uu diduu. ▪︎Garaan nama gubuu. ▪︎Hirqinfachuu. ▪︎Boolliin gurraacha’uu fi kkf fa’adha. 3.Wantootni dhibee madaa’uu garaachaaf nu saaxilan: ▪︎Baakteeriyaa H.pylori jedhamuun kan dhufuudha. ▪︎Qorichoota farra dhukkubbii kan garee NSAID ta’an kan akka Diclofenac,Ibuprofen,Indomethacin fi kkf ajaja ogeessa fayyaa malee baay’isanii fayyadamuu. ▪︎Dhipachuu ykn baay’isanii yaadda’uu. ▪︎Alkoolii baay’isanii dhuguu . ▪︎Tamboo xuuxuu fi kkf fa’adha. 4.Dhukkuba garaachaa akkamiti to’achuu ykn ittisuu dandeenya? ▪︎Alkoolii dhuguu dhiisuu ykn hir’isuu. ▪︎Tamboo xuuxuu dhiisuu. ▪︎Qorichoota dhukkubbii ajaja ogeessa fayyaatiin alati fayyadamuu dhiisuu. ▪︎Nyaata coomaa fi zaayitii itti baay’atu soorachuu hir’isuu. ▪︎Dhiphina sammuu fi yaaddoo hir’isuu. ▪︎Bishaan ga’aa dhuguu fi wantoota dhibee kana kaasuu danda’aan adda baafannee irraa fagaachuu. ▪︎Gara mana yaalaa deemuun sadarkaa dhukkubni kun irra jiru beekuu, qorannoowwan barbaachisoo ta’an kan akka qorannoo baakteriyaa H.pylori fi kanneen biroo taasisuu fi kkf fa’a raawwachuudha. Fayyaa ta’aa…✍️🥰 - https://muhesofmar.com/cpanel
DHUKKUBA MADAA’UU GARAACHAA(Peptic Ulcer disease) ~~~~~~~~~~~//~~~~~~~~~~~~~~1.Dhukkubni Madaa’uu garaachaa maali?✍Dhibee madaa’uu garaachaa~jechuun dhibee sababa gara garaatiin keessoo garaachaa haguugee kan argamu”gastiric mukoosaan” yeroo madaa’uu kan uumamuudha.2.Mallatoo Dhukkuba madaa’uu garaachaa maali fa’adha? ▪︎Gubaa lappee. ▪︎Deddeeqifachuu. ▪︎Haqqisuu/Balaqamsiisuu. ▪︎Fedhii nyaataa dhabuu. ▪︎Nyaanni bullaa’uu diduu. ▪︎Garaan nama gubuu. ▪︎Hirqinfachuu. ▪︎Boolliin gurraacha’uu fi kkf fa’adha. 3.Wantootni dhibee madaa’uu garaachaaf nu saaxilan: ▪︎Baakteeriyaa H.pylori jedhamuun kan dhufuudha. ▪︎Qorichoota farra dhukkubbii kan garee NSAID ta’an kan akka Diclofenac,Ibuprofen,Indomethacin fi kkf ajaja ogeessa fayyaa malee baay’isanii fayyadamuu. ▪︎Dhipachuu ykn baay’isanii yaadda’uu. ▪︎Alkoolii baay’isanii dhuguu . ▪︎Tamboo xuuxuu fi kkf fa’adha. 4.Dhukkuba garaachaa akkamiti to’achuu ykn ittisuu dandeenya? ▪︎Alkoolii dhuguu dhiisuu ykn hir’isuu. ▪︎Tamboo xuuxuu dhiisuu. ▪︎Qorichoota dhukkubbii ajaja ogeessa fayyaatiin alati fayyadamuu dhiisuu. ▪︎Nyaata coomaa fi zaayitii itti baay’atu soorachuu hir’isuu. ▪︎Dhiphina sammuu fi yaaddoo hir’isuu. ▪︎Bishaan ga’aa dhuguu fi wantoota dhibee kana kaasuu danda’aan adda baafannee irraa fagaachuu. ▪︎Gara mana yaalaa deemuun sadarkaa dhukkubni kun irra jiru beekuu, qorannoowwan barbaachisoo ta’an kan akka qorannoo baakteriyaa H.pylori fi kanneen biroo taasisuu fi kkf fa’a raawwachuudha. Fayyaa ta’aa…✍️🥰
Home  ⇒  Uncategorized   ⇒   DHUKKUBA MADAA’UU GARAACHAA(Peptic Ulcer disease) ~~~~~~~~~~~//~~~~~~~~~~~~~~1.Dhukkubni Madaa’uu garaachaa maali?✍Dhibee madaa’uu garaachaa~jechuun dhibee sababa gara garaatiin keessoo garaachaa haguugee kan argamu”gastiric mukoosaan” yeroo madaa’uu kan uumamuudha.2.Mallatoo Dhukkuba madaa’uu garaachaa maali fa’adha? ▪︎Gubaa lappee. ▪︎Deddeeqifachuu. ▪︎Haqqisuu/Balaqamsiisuu. ▪︎Fedhii nyaataa dhabuu. ▪︎Nyaanni bullaa’uu diduu. ▪︎Garaan nama gubuu. ▪︎Hirqinfachuu. ▪︎Boolliin gurraacha’uu fi kkf fa’adha. 3.Wantootni dhibee madaa’uu garaachaaf nu saaxilan: ▪︎Baakteeriyaa H.pylori jedhamuun kan dhufuudha. ▪︎Qorichoota farra dhukkubbii kan garee NSAID ta’an kan akka Diclofenac,Ibuprofen,Indomethacin fi kkf ajaja ogeessa fayyaa malee baay’isanii fayyadamuu. ▪︎Dhipachuu ykn baay’isanii yaadda’uu. ▪︎Alkoolii baay’isanii dhuguu . ▪︎Tamboo xuuxuu fi kkf fa’adha. 4.Dhukkuba garaachaa akkamiti to’achuu ykn ittisuu dandeenya? ▪︎Alkoolii dhuguu dhiisuu ykn hir’isuu. ▪︎Tamboo xuuxuu dhiisuu. ▪︎Qorichoota dhukkubbii ajaja ogeessa fayyaatiin alati fayyadamuu dhiisuu. ▪︎Nyaata coomaa fi zaayitii itti baay’atu soorachuu hir’isuu. ▪︎Dhiphina sammuu fi yaaddoo hir’isuu. ▪︎Bishaan ga’aa dhuguu fi wantoota dhibee kana kaasuu danda’aan adda baafannee irraa fagaachuu. ▪︎Gara mana yaalaa deemuun sadarkaa dhukkubni kun irra jiru beekuu, qorannoowwan barbaachisoo ta’an kan akka qorannoo baakteriyaa H.pylori fi kanneen biroo taasisuu fi kkf fa’a raawwachuudha. Fayyaa ta’aa…✍️🥰

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *