1- Sirna ittisa qaamaa cimsuu.
2- Tiruu qulqulleessuu hojii isaa guddisuu.
3- Infeekshinii ujummoo fincaanii niyaala.
4- Hojii kalee cimsuu fi bifa salphaan akka kaleen miidhaa malee dalagaa ishee raawwattu taasisa.
5- Sombaa fisirna hargansuu( trachea) qulqulleessuu.
6- Ujummoo fincaanii qulqulleessuu.
7- Cooma dhiigaa fi kolestroolii walumaa galatti dhabamsiisuu danda'a.
8- Qorra ykn qabbana gadameessaa niyaala .
9- Qaama keessatti hiitaafi xannachoonni hamaan akka hin uumamne gochuu danda'a.
10- Qorra fi infuleenzaa niyaala.
11- Nyaataafi soorata bullaa'uu dhabu Niyaala.
12- Mardhimaanii fi garaacha haftee nyaataa irraa qulqulleessa.
13- Qaamaaf humna kenna.
14- Bishaan fi dhangala'oo qaama keessatti kuufame niballeessa ni qulqulleessa.
15- Dhukkubbii qoonqoo niyaala.
16- Infeekshinii fi dhangala'aa sanyii dhiiraa keessatti argamu yaaluu fi faayidaa biroos hedduu qaba.
Akkaataa Fayyadamaa!
Hirdii, walakkaa maankaa, Zanjabiila daakuu walakkaa maankaa, Loomii firii wolakkaa fi bishaan burcuqoo tokko danfistee itti naqxa sirriitti wolmakta hanga daqiiqaa 15 tursiistee sana booda dhugda .
Guyyaa guyyaan kan nuti fayyadamnu hanga guyyoota 14- 21 yoo itti fayyadamne fayyaa guutuu argachuun keenya fedhii rabbiitiin nikajeelama. Qaama keenya dhukkuboota hedduu irraa eeguuf gahaadha.
Galatoomaa!!!
Fayyaan faaya!!!
Fayyaa ta'aa!!!
Sher walif godha
Follow godha
