( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0004360664{main}( ).../index.php:0
20.0007361016require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0007361432require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0008362232require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0009363848require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.07485506912do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.07485508408WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.07485508408WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.08526163712{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.08566164480require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.08566164560Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.08566164560__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.08566164560translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.08566164560get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.08566164560_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.08606167168_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.08606168512wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.08626169896trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131
13 - https://muhesofmar.com/cpanel
November 13, 2025
Home  ⇒  13 - https://muhesofmar.com/cpanel
Qaama Saalaa Furdaa°°°°°°°°°°°Dubarri qaama saalaa dhiiraa furdaa ta’e ni barbaaddi. Sababni isaas, qaamni saalaa furdaa ta’e buqushaa gaafa seenu, dhaaba buqushaa (vaginal wall) waxxaree waan qabuuf rigata cimaa uumudhaan akka ishiin daftee dhangalaastu taasisa. Kanumarraa ka’uudhaan yeroo ofiin fedhii ofirraa baastus, waan furdaa, kanneen akka muuza, xaarmusii, dungoo fi diildoo fufurdaa ta’anitti dhimma baati. Waan kana irra deddeebin kan raawwattu yoo ta’e buqushaa ishee ajj*suu dandeessi. Qaamni saalaa dhiiraa akka wantoota ishiin ittiin fedhii ofii fidduutti dheebuu ishii baasuu dadhabaa dhufa. Dhiira feete bira yoo deemtes qaamni saalaa isaa waan qal’oo ta’e itti fakkaata. Itti hin gammaddu. Tarii yoo dheeraa ta’es gadi bu’e serviiksii waan dhiibuuf dhukkubbii itti uumuu malee homaa ishiidhaaf hin godhu🙄Gama biraatiin, dhiirri ammoo buqushaa afaan ishii dhiphoo taate qaama isaa gaafa seensisu itti mijata. Yeroo hedduu buqushaan afaan isaa irra dhiphaa ta’eetu garri keessaa bal’achaa deema. Kan shamara takka takkaa, keessattuu kan hin dahin yoo taate qaama dhiiraa jabeessee qaba. Kanarraa kan ka’e dhiibbaa negativii (vacuum effect) uumudhaan yeroo qaamni saalaa dhiiraa keessaa bahu ni dhuka’a(Dhoha jedha). Kunimmoo dhiira ni gammachiisa. Garuu dhiirris waan akkasii kana waan fedhuuf yeroo maasterbeeshinii hojjatu jabeesseetu qaamasaa sukkuuma. Akkasitti dafee waan dhangalaasuuf jechuudha. Yeroo dubara bira deeme ammoo buqushaan akkasitti jabeesseefii hin qabuufi. Haala kanaan innillee qaama saalaa isaa ajjeesa jechuudha. Buqushaan dubartii hundaa bal’aa itti fakkaata. Rakkoodha!Akkan barreeffama kaana keessatti ibsuuf yaaletti, fedhii ofiin ofirraa gaafa baasnu humnaa ol, irra deddeebin akkasumas waan qaama saalaa caala nu gammachiisutti fayyadamuun yeroo gaayela raawwannetti fedhii akka hin baane nu gochuu danda’a.Galatoomaa!!!
Waa’ee weera dhukkuba haarayaa amma mudate kana waan muraasa!********************************************Maalummaan dhukkubicha guutuu guututti adda bahuu baatus dhukkubni kun VHF tahuu akka hin oolle mallattoolee inni agarsiisaa jirurraa ka’uun shakkamaa jira. “Viral Haemorrhagic Fever ” jechuun walitti qabaa dhukkuboota Vaayirasii garaagaraatin dhufaaniiti.Vaayirasiiwwan kunneenis:– Ebola Virus.- Marburg virus.- Yellow Fever .- Lassa Fever isaan ijoodha. Dhukkuboonni kun heddumminaan naannoo tropical area tti deddeebin mul’atu. Weerara fiduudhanis beekamu.Mallattooleen dhukkuba kanaa maali?- Qaama gubaa- Dhukkubbii buusaa – Ballaqamsiisaa gadi teessuma(kan dhiiga makatellee ta’uu danda’a – Dadhabbii qaamaa – Dhiiga garaa qaawwa qaamolee garaagaraa (Afaan,funyaan gurra fi kabiroo)Dhukkubni kun akkamiin daddarba?- Nama dhukkuba kanaan qabame waliin tuttuqaa qabaachuu.- Dhangala’aa namoota dhukkubichaan qabameen tiqamuu.- Bookee busaa – Hargansuudhanillee kan darban ni jiru.- Nama dhukkubichaan du’e tuttuquu.Dhukkubni kun hangi nama ajjeesuu isaa gosa Vaayirasii dhukkubicha fidee irratti kan hundaa’ullee ta’u ragaa hanga ammaa jiruun 25-90% ta’a. Kana jechuun nama dhukkuboota kanaan qabame dhibba tokko keessaa namni naannoo 25 hang 90 du’uu danda’u jechuudha. Yoo deeggarsi yaalaa hin godhaminiif. Dhukkuba kana akkamiin ittisuun danda’ama?- Nama dhukkuba kanaan qabametti baay’ee itti dhiyaachuu dhiisuu.- Ilbiisota addaa addaa ittisuu fi farra ilbiisotaa fayyadamuu.- Nama dhukkubichaan qabamuu shakkame adda baasuu fi kkf fa’a.Dhukkubni kun yaala qabaa? Dhukkuboonni kun yaala duubatti deebisu hin qaban. Wanti mana yaalatti godhamu deeggarsa ogummaa tokko tokko gochuu qofa. Deeggarsuma saniinuu garuu hanga tokko du’aatiin ni hir’ifama. Weerarri kun biyya keenyatti ka’e taanan balaa guddaa geessisa. Rabbi nutti hin fidin jenna. Cabsee Dhufnaanis waan dandeenyun dura dhaabachuuf qophiidha. Share godhaa! Share godhuun barreeffama kana nama biraan gahuun lubbuu baraarudha. Namoota itti dhiyaattan kan social media hin fayyadamnes afaanin itti himuun dhibee kana waliin haa ittisnuu.Dr. Hamzaa Jamaal
Dhaamsa Hatattamaa! Share godhaa!****************************************Ibsa galgala kana baaseen Ministerri Fayyaa dhukkubni ammaaf maalummaan isaa guututti adda hinbaane Naannoo Kibbaa, Magaalaa Jinkaa keessatti mudatuu ibsee jira. Weerarri dhukkuba haarayaa Naannoo Kibbaatti mul’ate kun saffisaan babal’aataa jira. Dhukkubni kun ammaaf maalummaan isaa adda bahuu baatus dhukkubu lubbuu namaa yeroo gabaabaa keessatti galafaata. Hangaa ammatti namoonni dhukkubichaan qaban tokkolleen irraa baraaramuu hin dandeenye. Akka ogeeyyonni Hospitaala Jinkaa himanitti: torbee kana namoonni shan dhukkubichaan qabamanii lubbuun isaanii dabartee jirti. Isaan lubbuu dhaban keessaa lama ogeeyyota fayyaa (doktara tokkoo fi narsii tokkoo) kan dhukkubsattoota waldhaanaa turaniidha. Dhukkubni kun mallattoolee akka hoo’a qaamaa, qola ijaa diimessuu, baasaa dhiiga makate, dhiigni irga, afaan, funyaanii fi qaama biraatii dhangala’uu fa’a qaba. Weerarri dhukkuba kanaa haala kanaan yoo itti fufe lubbuu namoota hedduu galafaatun biyya teenyatti cophxoorratti fanxoo ta’uuf deema. Kanaaf tatamsa’ina isaa ittisurratti yoo hin xiffanne gaaga’ama guddaa fiduu danda’a. Dhaamsa kana hatattamaan share waliif godhaa.Waa’ee Dhukkubichaa waan muraasa!Maalummaan dhukkubicha guutuu guututti adda bahuu baatus dhukkubni kun VHF tahuu akka hin oolle mallattoolee inni agarsiisaa jirurra ka’uun shakkamaa jira. “Viral Haemorrhagic Fever ” jechuun walitti qabaa dhukkuboota Vaayirasii garaagaraatin dhufaaniiti.Vaayirasiiwwan kunneenis:– Ebola Virus- Marburg virus- Yellow Fever – Lassa Fever isaan ijoodha. Dhukkuboonni kun heddumminaan naannoo tropical area tti deddeebin mul’atu. Weerara fiduudhanis beekamu.Mallattooleen dhukkuba kanaa maali?- Qaama gubaa- Dhukkubbii buusaa – Ballaqamsiisaa gadi teessuma(kan dhiiga makatellee ta’uu danda’a – Dadhabbii qaamaa – Dhiiga garaa qaawwa qaamolee garaagaraa (Afaan,funyaan gurra fi kabiroo)Dhukkubni kun akkamiin daddarba?- Nama dhukkuba kanaan qabame waliin tuttuqaa qabaachuu.- Dhangala’aa namoota dhukkubichaan qabameen tiqamuu.- Bookee busaa – Hargansuudhanillee kan darban ni jiru.- Nama dhukkubichaan du’e tuttuquu.Dhukkubni kun hangi nama ajjeesuu isaa gosa Vaayirasii dhukkubicha fidee irratti kan hundaa’ullee ta’u ragaa hanga ammaa jiruun 25-90% ta’a. Kana jechuun nama dhukkuboota kanaan qabame dhibba tokko keessaa namni naannoo 25 hang 90 du’uu danda’u jechuudha. Yoo deeggarsi yaalaa hin godhaminiif. Dhukkuba kana akkamiin ittisuun danda’ama?- Nama dhukkuba kanaan qabametti baay’ee itti dhiyaachuu dhiisuu.- Ilbiisota addaa addaa ittisuu fi farra ilbiisotaa fayyadamuu.- Nama dhukkubichaan qabamuu shakkame adda baasuu fi kkf fa’a.Dhukkubni kun yaala qabaa? Dhukkuboonni kun yaala duubatti deebisu hin qaban. Wanti mana yaalatti godhamu deeggarsa ogummaa tokko tokko gochuu qofa. Deeggarsuma saniinuu garuu hanga tokko du’aatiin ni hir’ifama. Weerarri kun biyya keenyatti ka’e taanan balaa guddaa geessisa. Rabbi nutti hin fidin jenna. Cabsee Dhufnaanis waan dandeenyun dura dhaabachuuf qophiidha.Doktarri suuraa irratti argitan kun odoo dhukkubsataa yaaluf carraaquu dhukkuba kanaan lubbuun isaa dabarte.Dr. Hamzaa Jamaal