( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0004362040{main}( ).../index.php:0
20.0006362392require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0007362808require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0007363608require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0008365224require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.07535508400do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.07535509896WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.07535509896WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.08546165200{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.08586165968require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.08586166048Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.08586166048__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.08586166048translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.08586166048get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.08586166048_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.08616168656_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.08616170000wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.08646171384trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131
Altiraasaawundii (Maashinii) karaa qaama saalaan godhamu (Transvaginal Ultrasound).《《《《《《《《《《《》》》》》》》》》》》Altiraasaawundiin meeshaa ogeessi fayyaa fayyummaa fi rakkoolee keessoo qaamaa bifa viidiyoon kallattiidhaan iskiriinii irratti ykn bifa fakkiitiin ilaaluuf dhimma itti bahuudha. Meeshaan kunis faayidaa kana kan kennu dambalii sagalee fayyadameeti. Altiraasaawundiin haala itti fayyadamaa irratti hundaa’uudhaan gosoota garagaraa qaba. Faayidaalee altiraasaawundii keessaa tokko fayyummaa fi rakkooleen qaama walhormaata dubartootaa yoo jiraate maal akka ta’e ittiin ilaaludha. Yeroo kanas, ogeessi fayyaa garaadhaan ykn qaama saalaan seensisee ilaaluu danda’a. Ogeessi fayyaa yeroo kana, fayyummaa qaama walhormaata dubartootaa (ulaa/fiixee gadameessaa, gadameessa, oovarii, ujummoo oovarii fa’a) ittiin ilaaluuf gargaarama. Akkasumas, yeroo ulfaa ulfi jiraachuu fi jiraachuu dhiisuu, yoo jiraate immoo guyyaa isaa (umrii ulfaa) beekuuf, fayyummaa ulfaa, saala daa’imaa fi kkf ittiin ilaaluuf ni gargaara. Yeroo kanas, ogeessi karaa garaatiin ykn qaama saalaan fayyadamuu danda’a. Yeroo baay’ee waa’ee sirna walhormaataa sirriitti ilaaluuf altiraasaawundiin karaa qaama saalaan godhamu ni filatama. Yeroo kanas miirri dhukkubbii namatti dhagahamuu danda’a. Miira dhukkubbii yeroo kana muudatuun ala yeroo baay’ee rakkoo biraa inni geessisu hin jiru. Dubartoota durbummaa qabaniif illee hojjatamuu danda’a. Haa ta’u malee, yeroo kana membireenii durbummaa tarsaasuu danda’a waan ta’eef of eeggannoo gochuun baay’ee barbaachisaadha. Akkasumas, eyyamni (consent) dubartii hojjatamuuf san irraa argamuu qaba. Meeshaan kun durbummaan jiraachuufi jiraachuu dhiisuu adda baafachuudhaaf hin gargaaru.Galatoomaa!!!©Dr Caalaa Didhaa - https://muhesofmar.com/cpanel
Altiraasaawundii (Maashinii) karaa qaama saalaan godhamu (Transvaginal Ultrasound).《《《《《《《《《《《》》》》》》》》》》》Altiraasaawundiin meeshaa ogeessi fayyaa fayyummaa fi rakkoolee keessoo qaamaa bifa viidiyoon kallattiidhaan iskiriinii irratti ykn bifa fakkiitiin ilaaluuf dhimma itti bahuudha. Meeshaan kunis faayidaa kana kan kennu dambalii sagalee fayyadameeti. Altiraasaawundiin haala itti fayyadamaa irratti hundaa’uudhaan gosoota garagaraa qaba. Faayidaalee altiraasaawundii keessaa tokko fayyummaa fi rakkooleen qaama walhormaata dubartootaa yoo jiraate maal akka ta’e ittiin ilaaludha. Yeroo kanas, ogeessi fayyaa garaadhaan ykn qaama saalaan seensisee ilaaluu danda’a. Ogeessi fayyaa yeroo kana, fayyummaa qaama walhormaata dubartootaa (ulaa/fiixee gadameessaa, gadameessa, oovarii, ujummoo oovarii fa’a) ittiin ilaaluuf gargaarama. Akkasumas, yeroo ulfaa ulfi jiraachuu fi jiraachuu dhiisuu, yoo jiraate immoo guyyaa isaa (umrii ulfaa) beekuuf, fayyummaa ulfaa, saala daa’imaa fi kkf ittiin ilaaluuf ni gargaara. Yeroo kanas, ogeessi karaa garaatiin ykn qaama saalaan fayyadamuu danda’a. Yeroo baay’ee waa’ee sirna walhormaataa sirriitti ilaaluuf altiraasaawundiin karaa qaama saalaan godhamu ni filatama. Yeroo kanas miirri dhukkubbii namatti dhagahamuu danda’a. Miira dhukkubbii yeroo kana muudatuun ala yeroo baay’ee rakkoo biraa inni geessisu hin jiru. Dubartoota durbummaa qabaniif illee hojjatamuu danda’a. Haa ta’u malee, yeroo kana membireenii durbummaa tarsaasuu danda’a waan ta’eef of eeggannoo gochuun baay’ee barbaachisaadha. Akkasumas, eyyamni (consent) dubartii hojjatamuuf san irraa argamuu qaba. Meeshaan kun durbummaan jiraachuufi jiraachuu dhiisuu adda baafachuudhaaf hin gargaaru.Galatoomaa!!!©Dr Caalaa Didhaa
Home  ⇒  Uncategorized   ⇒   Altiraasaawundii (Maashinii) karaa qaama saalaan godhamu (Transvaginal Ultrasound).《《《《《《《《《《《》》》》》》》》》》》Altiraasaawundiin meeshaa ogeessi fayyaa fayyummaa fi rakkoolee keessoo qaamaa bifa viidiyoon kallattiidhaan iskiriinii irratti ykn bifa fakkiitiin ilaaluuf dhimma itti bahuudha. Meeshaan kunis faayidaa kana kan kennu dambalii sagalee fayyadameeti. Altiraasaawundiin haala itti fayyadamaa irratti hundaa’uudhaan gosoota garagaraa qaba. Faayidaalee altiraasaawundii keessaa tokko fayyummaa fi rakkooleen qaama walhormaata dubartootaa yoo jiraate maal akka ta’e ittiin ilaaludha. Yeroo kanas, ogeessi fayyaa garaadhaan ykn qaama saalaan seensisee ilaaluu danda’a. Ogeessi fayyaa yeroo kana, fayyummaa qaama walhormaata dubartootaa (ulaa/fiixee gadameessaa, gadameessa, oovarii, ujummoo oovarii fa’a) ittiin ilaaluuf gargaarama. Akkasumas, yeroo ulfaa ulfi jiraachuu fi jiraachuu dhiisuu, yoo jiraate immoo guyyaa isaa (umrii ulfaa) beekuuf, fayyummaa ulfaa, saala daa’imaa fi kkf ittiin ilaaluuf ni gargaara. Yeroo kanas, ogeessi karaa garaatiin ykn qaama saalaan fayyadamuu danda’a. Yeroo baay’ee waa’ee sirna walhormaataa sirriitti ilaaluuf altiraasaawundiin karaa qaama saalaan godhamu ni filatama. Yeroo kanas miirri dhukkubbii namatti dhagahamuu danda’a. Miira dhukkubbii yeroo kana muudatuun ala yeroo baay’ee rakkoo biraa inni geessisu hin jiru. Dubartoota durbummaa qabaniif illee hojjatamuu danda’a. Haa ta’u malee, yeroo kana membireenii durbummaa tarsaasuu danda’a waan ta’eef of eeggannoo gochuun baay’ee barbaachisaadha. Akkasumas, eyyamni (consent) dubartii hojjatamuuf san irraa argamuu qaba. Meeshaan kun durbummaan jiraachuufi jiraachuu dhiisuu adda baafachuudhaaf hin gargaaru.Galatoomaa!!!©Dr Caalaa Didhaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *