Itoophiyaan xiyyaaroota Jeettiiwwan bakakkaa ta'an kan Raashiyaan hojjataman SU-35 jaha (6) Raashiyaa irraa bitamuun gara biyyaa seenuuf akka jadhan beekkamee jira. Xiyyaaroonni SU -35 xiyyaaroota waraana jajjaboo laadaarii jala miliquu danda'aniifi bakka barbaada haleeluun deebi'uu danda'aniidha. xiyyaaroonni kunneen F-35 Ameerkaa ittiin dhaadattu waliin wal qixa jadhamee amanama!! Kanaaf Itoophiyaa dhimma keessoo ishee qofa marii haqa qabeessa gaggeessuun xumuruun humna guutuun hulaa galaana diimaa Asab Port ykn Zeeylan port deebisuu itti xiyyeeffannoo godhuu barbaachisaadha!! Akka ejjannootti Itoophiyaaf biyya hulaa galaana diimaa mataa ishee qabdu ni taati…!!
Odeessalee haaraa argachuuf nu hordofaa!!…🙌🙂
