( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0001362032{main}( ).../index.php:0
20.0002362384require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0002362800require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0003363600require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0003365216require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.06255508280do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.06255509776WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.06255509776WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.07146165080{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.07176165848require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.07176165928Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.07176165928__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.07176165928translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.07176165928get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.07176165928_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.07206168536_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.07206169880wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.07236171264trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131
Duudaa ta’ee uumamuu qaama saalaa Shamarranii(Imperforate hymen) **********************************************Qaamni saalaa dubartootaa maashaa(membrane) haphii taheen kan haguugamee jiruuf Qaawwa kan qabudha. Darbee darbee Bakka baayyeetti akkasumas Biyya keenya keessatti qaamni saalaa shamarranii yeroo itti duudaa tahee uumamu nii argina. Yeroo baayyee shamarran hedduun kan ofirratti baran Laguu isaanii arguu erga jalqabanidha. Yeroo marsaa Laguu arguu jalqaban dhiigni gadameessa keessa gara alaatti bahuuf karaa waan hin arganneef Laguu isaanii bakkeetti arguu hin danda’an. Mallattoon isaa kan biraa baatii baatiin yeroo laguun itti dhufu miirri dhukkubbii itti dhagahamuu, dhiigni laguu xuraa’aa gadameessa keessatti kuufamuun dhukkubbii garaa gara gadiif naannoo qaama saalaafaadha. Wanti kun hawaasa keenya keessattillee kan dagatame waan taheef Namoonni mallattoo akkasii ofirratti argitan ykn daa’ima keessanirratti argitan mana yaalaa geessuun barbaachisaadha. Mana yaalaatti yaaliin baqaqsanii yaaluu godhamee sirraa’uun waraqaan ragaa nii kennamaaf( nama fuulduratti ishee fuudhuuf). Hub:1 Kun taatee baayyee mul’achaaf dagatamaa jirudha. Akka qoosaatti hin ilaalinaa.2. Karaan fincaaniif laguu ittiin argan(wal qunnamtii saalaa) tokko miti. Fayyaa dahaa! - https://muhesofmar.com/cpanel
Duudaa ta’ee uumamuu qaama saalaa Shamarranii(Imperforate hymen) **********************************************Qaamni saalaa dubartootaa maashaa(membrane) haphii taheen kan haguugamee jiruuf Qaawwa kan qabudha. Darbee darbee Bakka baayyeetti akkasumas Biyya keenya keessatti qaamni saalaa shamarranii yeroo itti duudaa tahee uumamu nii argina. Yeroo baayyee shamarran hedduun kan ofirratti baran Laguu isaanii arguu erga jalqabanidha. Yeroo marsaa Laguu arguu jalqaban dhiigni gadameessa keessa gara alaatti bahuuf karaa waan hin arganneef Laguu isaanii bakkeetti arguu hin danda’an. Mallattoon isaa kan biraa baatii baatiin yeroo laguun itti dhufu miirri dhukkubbii itti dhagahamuu, dhiigni laguu xuraa’aa gadameessa keessatti kuufamuun dhukkubbii garaa gara gadiif naannoo qaama saalaafaadha. Wanti kun hawaasa keenya keessattillee kan dagatame waan taheef Namoonni mallattoo akkasii ofirratti argitan ykn daa’ima keessanirratti argitan mana yaalaa geessuun barbaachisaadha. Mana yaalaatti yaaliin baqaqsanii yaaluu godhamee sirraa’uun waraqaan ragaa nii kennamaaf( nama fuulduratti ishee fuudhuuf). Hub:1 Kun taatee baayyee mul’achaaf dagatamaa jirudha. Akka qoosaatti hin ilaalinaa.2. Karaan fincaaniif laguu ittiin argan(wal qunnamtii saalaa) tokko miti. Fayyaa dahaa!
Home  ⇒  Uncategorized   ⇒   Duudaa ta’ee uumamuu qaama saalaa Shamarranii(Imperforate hymen) **********************************************Qaamni saalaa dubartootaa maashaa(membrane) haphii taheen kan haguugamee jiruuf Qaawwa kan qabudha. Darbee darbee Bakka baayyeetti akkasumas Biyya keenya keessatti qaamni saalaa shamarranii yeroo itti duudaa tahee uumamu nii argina. Yeroo baayyee shamarran hedduun kan ofirratti baran Laguu isaanii arguu erga jalqabanidha. Yeroo marsaa Laguu arguu jalqaban dhiigni gadameessa keessa gara alaatti bahuuf karaa waan hin arganneef Laguu isaanii bakkeetti arguu hin danda’an. Mallattoon isaa kan biraa baatii baatiin yeroo laguun itti dhufu miirri dhukkubbii itti dhagahamuu, dhiigni laguu xuraa’aa gadameessa keessatti kuufamuun dhukkubbii garaa gara gadiif naannoo qaama saalaafaadha. Wanti kun hawaasa keenya keessattillee kan dagatame waan taheef Namoonni mallattoo akkasii ofirratti argitan ykn daa’ima keessanirratti argitan mana yaalaa geessuun barbaachisaadha. Mana yaalaatti yaaliin baqaqsanii yaaluu godhamee sirraa’uun waraqaan ragaa nii kennamaaf( nama fuulduratti ishee fuudhuuf). Hub:1 Kun taatee baayyee mul’achaaf dagatamaa jirudha. Akka qoosaatti hin ilaalinaa.2. Karaan fincaaniif laguu ittiin argan(wal qunnamtii saalaa) tokko miti. Fayyaa dahaa!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *