Biyyi keenya Itiyoophiyaan seenaa pirojektoota bulchuu irraa eebbisiisu kan goonfachiisan ministeerri muummee pirojektoota meeggaa adda addaa xumursiisun seenaa haara'a dhaloota boonsu galmeessaniiru.
Pirojektoota Xumuraman / Eebbifaman
1.Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa Kufaatii hamaarraa baraare xumursiisun eebbisiise.
2.Paarkiiwwan garaagaraa Magaala Finfinnee (Paarkii Tokkummaa, Paarkii Obbolummaa fi Entotoo dabalatee)
- Mana Kitaabaa Abirhoot
- Muuziyeemii Saayinsii Biyyoolessaa
- Giddu gala Yaadannoo Injifannoo Adwaa
- Pirojektii Haaromsa Addabaabaayii Masqalaa
- Misooma Koridoorii Magaalaa Finfinnee (marsaa adda addaa) .
- Pirojektii Haroo Wancii("Gebeta Le Hager") .
- Pirojektii Gorgoraa ("Gebeta Le Hager") .
- Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee (Terminal 2) Babal’isuu
- Ijaarsa mana qaama miidhamtootaa
12.Dhaabbilee mootummaa adda addaa teeknooloojiin ammayyeessuun
13.Misooma Kooridaroota Magaalaafi baadiyyaa kutaalee biyya keenyaa garaagaraa
Pirojektoota Ijaaramaa Jiran / Beeksifame
1.Pirojektii Gorgoraa ("Gebeta Biyyaaf")
- Pirojektii Bushak (Masaraa Haaraa - Marsaa Tokkoffaa) .
- Pirojektii Kooishaa ("Gebeta Biyyaaf")
- Hidha Elektirikii Bishaanii Kooishaa
5.Pirojektoota"Gebeta Dhalootaaf" jedhu
6.Pirojektii Misooma Mana Jireenyaa - Buufata Xiyyaaraa Idil-addunyaa Bishooftuu
8.Warshaa Humna Niwukilaraa
9.Warshaalee Boba’aa fi Gaasii
10.Warshaa Xaa'oo fi k.k.f akka fakkeenyaa kan eeraman malee kana qofaa miti. Injifannoon itti fufa.