Hidhattoonni Itoophiyaa Diroonii Kamikazi (One-Way Attack Drone — OWA) gahumsa addaa akka qaban addunyaan irratti walii galaniiru……
Balleessituun diinaa kun dirooniiwwan qaraxaa fi boombii baattee diina irratti si'oolii uumuuf dandeettii qabdi.
Diroonota balleessituu ammayyaawaa kan artifishaal intellajensiidhaan hojjetaman, odeeffannoo gadi fageenyaan xiinxalanii haleellaa milkaa'aa mataa isaanii injifatanii diina injifatu.
Yeroo tokko akka kanniisaatti baay'inaan balali'anii diinatti walitti qabamu.
Itoophiyaan diroonii ammayyaa kana baay'inaan oomishtee guyyaa badiif itti fayyadamuuf qophii xumurtee jirti.
