( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0001360624{main}( ).../index.php:0
20.0002360976require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0002361392require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0003362192require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0003363808require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.05915506984do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.05915508480WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.05915508480WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.07236163784{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.07276164552require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.07276164632Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.07276164632__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.07276164632translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.07276164632get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.07276164632_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.07296167240_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.07296168584wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.07326169968trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131
13 - https://muhesofmar.com/cpanel
October 13, 2025
Home  ⇒  13 - https://muhesofmar.com/cpanel
Alaabaan Keenya; misiraachoo bara olka’iinsa olaanaa ;tokkummaa biyyaalessaa ,birmadummaafi haaromsa Itoophiyaaf!#Onkoleessa_03/2018#Godina_Baalee Bahaa Aanaa Daawwee Qaachanitti Guyyaan Alaabaa Marsaa18ffaan bakka Hooggansi ,qaamolee nageenyaafi Barattoonni fi Barsiisonni M/barumsa Sad 2ffaa Ifa Boruu argamanitti kabajameera. I/G Waajjira Af-Yaa’ii Aanaa Daawwee Qaachan Kab.Obbo #Huseen_Turkuu fi I/G Paartii Badhaadhinaa Damee Aanaa Daawwee Qaachan Obbo #Adnaan_A/rahmaan wal-duraa duubaan hasaa taasisaniin, biyyootni Addunyaa mallattoo olaanaa birmadummaa biyya isaanii olkaaseemul’isuufi eenyummaa isaanii agarsiisu Alaabaa kan ofi isaanii qabaachuu kan ibsuun,Alaabaan mallattoo eenyummaafi ibsituu waloomaa kabaja olaanaa biyya tokkoo kan bakka bu’uudha jedhan. Kanaaf, Alaabaaf lafeen cabeefi dhiigni lola’ee wareegama itti kaffaluun Alaabaan olka’ee birmadummaa biyyaa kan itti tiikfamu ta’uus ibsaniiru Biyyi keenya Itoophiyaanis biyya guddoo wareegama qaalii kaffaluunbirmadummaan ishee tikfamee Alaabaan ishee lafee goototaa cabeefi dhiiga lola’een olkaafamtee walharkaa fuudhinsa dhalootaan as qaqqabdeedha jedhan. Dhalootni darbe wareegama hadhaawaa kaffaluun aggaammiifi weerara biyyarraa waloon qolachuun injifannoo galmeessuun biyyaafi daangaa biyyaa tiksanii dhaloota har’aa dhaalchisuu himaniiru. Alaabaan Halluufi uffata irraa qofa kanbocame osoo hin taane wareegama kaffalameen masakamee eenyummaa,aadaafi seenaa sabootaan kan hooggonamee waloomaafi obbolummaa kan olkaase, mallattoo olaanaa biyya bakka bu’e ta’us eeraniiru. Dhalootni kunis imaanaa dachaa fudhachuun biyya hundaaf hundaarraafi hundaan ijaaruu irratti akka argamuus Obbo Girmaan yaadachiisaniiru. Dhumarrattis kakuu raawwachuun sirni faaruu Alabaa raawwatameera.
#JECHA_KANA_GUDUUNFADHU❣️ *******************************1. Bishaan guute fi nama quufe dhaabbadhuu dabarsi.2. Walitti dhufeenya nama waliin qabdu irra caalaatticimsuudhaaf cimaa, jabaataa fi namaan walii galaa ta’i.3. Beekaa kan si jechisiisu dubbisuu osoo hin taane Kan dubbifte yaadachuu keeti.4. Yeroo hundaa ofirratti amanamummaa guddaa qabaadhu.5. Dubartii dubartiin malee rasaasaan hin ajjeesin.6. Kan koo qofa fudhu (dhagayi) kiyyatu sirriidha doofaa siin jedhu hubachiisii biraa fagaadhu malee waliin hin mormin.7. Seenaa kaleessa raawwatteef dogongora Kan deebisu xiiqii sammuu keetiiti.8. Namni hundi qabaachuu kan barbaachisu maqaa gaariidha.9. Beelarra kajeellaatu nama miidha❗10. Hiriyummaan burqaa bishaanii maddi isaa hin beekkamneedha.11. Hiriyaan yeroo rakkoo fi dararaa humna.12. Hiriyaan dhugaa yeroo dukkanaa ifaadha.13. Hiriyaan dhugaa madda gammachuuti.14. Hiriyaaf kan dhukkubsatuu fi ofirra nama hiriyaaf yaadu ta’i.15. Hiriyaan dhugaa daawwitii dha. Rakkoo kee kan qooddatu waan ta’eef ilaaltu hin fagaatin.16. Jecha caalaatti kan dubbatu gocha.17. Nama jalaa dheessuun salphaadha, sammuu ofii jalaa miliquun garuu ulfaataadha.18. Maalummaa ofii cimsanii beekuun gaarummaa loogii hin qabneedha.19. Namni obsa qabu ganama cirracha nyaatee galgala aannan dhuga.20. Galma gahumsi fedhii keetii kan madaalamuun milkaa’ina keetiin Kenneen biroo jiraachuu yoo danda’aniidha.21. Oonnee kee qulqulluu godhi! Maaliif jennaanfoddaa ala ittiin ilaaltudha.➦Waan Dubbistaniif Galatoomaa🙏@topfans Sôresâ Jârâ -The Billionairê follow godha
ABUU BAKR AS-SIDDIIQ SAAHIBA RASUULA RABBII•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••Jaalalloo Rasuulaa, Saahiba Rasuulaa, soddaa Rasuulaa.• Abuu Bakr Siddiiq nama jalqaba Amantii Islaamaa Rasuula irraa fudhate keessaa inni Nama duraati. Shakkii malee qalbii isaa guutuun Rasuula Rabbiitti Amanee isa dhugoomse. Isa dhugoomsuu qofa osoo hin taane waan qabu hundaan amantii Tanaaf of wareege.• Gaafa Islaamummaan qabeenyatti haajamte, waan Qabu hunda fidee Rasuulatti kenne, maal Warra keetiif dhiiste jahee gaafatamnaan Rabbii fii Rasuulaan dhiiseef jahee deebise.• Gaafa Warri qureeyshii Namoota Rasuulatti amanan kan harka qalleeyyii ykn gabra tahan waan Isaan Islaamummaa fudhatan qofaaf azzabaman, isa kan Qabeenya Isaa kafalee isaan bilisoomse. • Qabeenya qofa osoo hin taane intala isaa tan akkaaan jaalatu Aisha Rasuulaaf kennee isaa wajjiin Soddoome.• Gaafa inni hijraaf kahu ammoo, Yaa Rasuula Rabbii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam ati kophaa Kee hin deemtu, anaatu si wajjiin deema jahee wareegamaaf of qopheesse, osoo Rasuula keenya toohatuu gaara keessatti boofaan iddamee akka malee dhukkubsate, Rasuulli Du’aa’ii godhee fii eegas booda fayye.• Rasuulli Rabbii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Du’aan Addunyaa tanarraa Yeroo godaane kan khaliifaa Rasuulaa tahe hawaasa muslimaa bulchaa ture isa.• Kitaaba Rabbii fii Sunnaa Rasuulaa Tiiysuuf wareegama guddaa kafalee, Islaamummaaf Gumaacha addunyaan tun guutuun yoo walitti dabalamte gumaachuu hin dandeenye gumaachee dabre.Rabbiin Dalagaa kheeyrii isaa hunda irraa haa jaalatu.Yaadachiisumaafiin hangana barreesse malee seenaan Abuu BAKR Waa hangana qofaa miti, jiruu teenya guutuu barreesinee fixuu hin dandeenyu.Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Barreeffama Kana Dubbisaatii Share Waliif Godhaa #Galatoomaa!!!Nuura Qalbii
Pirezidaantiin Masrii tarree biyyootaa fi qondaaltota walgahii nagaa Sharm El Sheikh dhufu irratti hirmaachuuf karoorfaman ifatti baase.
Hoggantoota Biyyaa/Mootummaa: 1.1. 📌Pireezidaantiin Masrii Abdel Fattaah Al-Siisii📌Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald…