Qaama siyaasaa kan
mootummaatiifii Abbootii
qabeenyaatirraa deeggarsaan
Namaatu duuba jira.
Eenyuutu isa duuba jira?
Mindaa eenyu biraa qaba?
Aliyyi Garam deemaa jira?
Mootummaan dhimma isaa kana
Akkamitti laala?
Ulamaaiiin islaamaa hoo maal
Hojjataa jiran?
Hawaasni keenya akkamitti dura dhaabata?Barreessaan #j_A_Ai
Sher sher.
Aliyyii abdii jaarsa Ajaaha maqaa Oromoo xureesse
