Blog
Home  ⇒  Blog - https://muhesofmar.com/cpanel
Dhibee kaanserii Sammuu **************************Dhibee ykn dhukkubni kaanserii Sammuu yommuu gurmuu tiishuu Sammuu (brain tissue mass) al malee bifa xannachaa (hiixii)tiin Sammuu keessattii biqiluun guddatan ykn seeliwwaan Sammuu al malee yommuu of baayisan jennee hiikuu dandeenya -kaanseriin Sammuu achuma Sammuu keessattii tiishuu Sammuu irraa kan uumamu ykn kaanserii qaamoota biroo kan akka kaanserii Sombaa, kaanserii Armaa,fi kan biroo irraa gara sammuutti kan faca’u ta’uu danda’a Dhibee kanaaf kana nama saxilan yoo sirriitti hin hubatamne ta’e iyyuu , qorannoon Akka jedhutti dhibichaaf kan nama saaxilu,1.UmuriDhibee kaanserii Sammuu garaa garaatu jiru,kaneen tokko tokko daa’mman kaan immo nama guddaa keessatti bay’atu2.saala ,kan isaani dhalaa keessatti kaan isaani immo dhiira keessatti bay’atu 3.Seena maati.maati ykn hidda dhaloota tokko keessatti namni tokko yoo qabaate carraa matii kan biraan qabamuu ol anaadha4.Cararii(radiation )addaa addaaf saaxilamuu Gosoota cararii(radiation types)A.Ionization radiation fkn- yaala addaa addaaf kan itti gargaaramnu-Atomic bombsB.Electromagnetic radiation c.radiofreququency radiation Fkn Cellular telephone are a source of -radiofrequecy radiation exposure that have received coverage in the popular media as potential risk factors for brain tumors presumably due to exposure of the head of the user to radio frequency energy Other sources of radio frequency include✓ microwaves,radar equipment and ✓occupational exposure like,sealer, plastic welder, Amateur radio operators,medical personnel, telecommunication workers,5.Kemikaala addaa addaaf saaxilamuu(chemical exposure)Fkn √ vinyl chloride, √qorichoota farra aramaa fi ilbosotaa6.Sorata,kan fatty itti baay’tu• kan Akka foonii yeroo hundaa soorachuu, waantoota N.nitroso compound (Nocs) jedhamu of keessatti qaban kan Akka sigaara aarsuu, cosmetics adda addaa knk f fayyadamuu 7.dhugaati alcohol bay’anaan fayyadamuu8.Namoota qaamni isaani Dhibee of irraa ittisu laafa ta’e,fknf dhukkubsattoota HIV/ AIDS fi kk f10.sababaa balaa garagaran,miidhamuu Sammuu11.infectioni garaa garaaf saaxilamuu Mallattoole kaanserii Sammuu *******************************-Mataa dhukkubbii-gaggabdoo/seizure -dhiphina Sammuu -waan godhanii fi waan dubbatan wallaaluu -qaamni gar tokkoo lamsha’uu-iji sirriitti arguu dadhabuu-Arrabni sirriitti dubbachuu dadhabuu**”Ittisuuf -soraata kuduraa fi muduraan itti bay’atu soorachuu -kan dhibichaaf nama saxilan irraa of eeggachuu-mallattoleen kun yoo mul’atan atattamaan mana yaala deemuun sakatta”amuu*****Galatooma!Dr Jireenya Gammachu
Qaama Saalaa Furdaa°°°°°°°°°°°Dubarri qaama saalaa dhiiraa furdaa ta’e ni barbaaddi. Sababni isaas, qaamni saalaa furdaa ta’e buqushaa gaafa seenu, dhaaba buqushaa (vaginal wall) waxxaree waan qabuuf rigata cimaa uumudhaan akka ishiin daftee dhangalaastu taasisa. Kanumarraa ka’uudhaan yeroo ofiin fedhii ofirraa baastus, waan furdaa, kanneen akka muuza, xaarmusii, dungoo fi diildoo fufurdaa ta’anitti dhimma baati. Waan kana irra deddeebin kan raawwattu yoo ta’e buqushaa ishee ajj*suu dandeessi. Qaamni saalaa dhiiraa akka wantoota ishiin ittiin fedhii ofii fidduutti dheebuu ishii baasuu dadhabaa dhufa. Dhiira feete bira yoo deemtes qaamni saalaa isaa waan qal’oo ta’e itti fakkaata. Itti hin gammaddu. Tarii yoo dheeraa ta’es gadi bu’e serviiksii waan dhiibuuf dhukkubbii itti uumuu malee homaa ishiidhaaf hin godhu🙄Gama biraatiin, dhiirri ammoo buqushaa afaan ishii dhiphoo taate qaama isaa gaafa seensisu itti mijata. Yeroo hedduu buqushaan afaan isaa irra dhiphaa ta’eetu garri keessaa bal’achaa deema. Kan shamara takka takkaa, keessattuu kan hin dahin yoo taate qaama dhiiraa jabeessee qaba. Kanarraa kan ka’e dhiibbaa negativii (vacuum effect) uumudhaan yeroo qaamni saalaa dhiiraa keessaa bahu ni dhuka’a(Dhoha jedha). Kunimmoo dhiira ni gammachiisa. Garuu dhiirris waan akkasii kana waan fedhuuf yeroo maasterbeeshinii hojjatu jabeesseetu qaamasaa sukkuuma. Akkasitti dafee waan dhangalaasuuf jechuudha. Yeroo dubara bira deeme ammoo buqushaan akkasitti jabeesseefii hin qabuufi. Haala kanaan innillee qaama saalaa isaa ajjeesa jechuudha. Buqushaan dubartii hundaa bal’aa itti fakkaata. Rakkoodha!Akkan barreeffama kaana keessatti ibsuuf yaaletti, fedhii ofiin ofirraa gaafa baasnu humnaa ol, irra deddeebin akkasumas waan qaama saalaa caala nu gammachiisutti fayyadamuun yeroo gaayela raawwannetti fedhii akka hin baane nu gochuu danda’a.Galatoomaa!!!
Waa’ee weera dhukkuba haarayaa amma mudate kana waan muraasa!********************************************Maalummaan dhukkubicha guutuu guututti adda bahuu baatus dhukkubni kun VHF tahuu akka hin oolle mallattoolee inni agarsiisaa jirurraa ka’uun shakkamaa jira. “Viral Haemorrhagic Fever ” jechuun walitti qabaa dhukkuboota Vaayirasii garaagaraatin dhufaaniiti.Vaayirasiiwwan kunneenis:– Ebola Virus.- Marburg virus.- Yellow Fever .- Lassa Fever isaan ijoodha. Dhukkuboonni kun heddumminaan naannoo tropical area tti deddeebin mul’atu. Weerara fiduudhanis beekamu.Mallattooleen dhukkuba kanaa maali?- Qaama gubaa- Dhukkubbii buusaa – Ballaqamsiisaa gadi teessuma(kan dhiiga makatellee ta’uu danda’a – Dadhabbii qaamaa – Dhiiga garaa qaawwa qaamolee garaagaraa (Afaan,funyaan gurra fi kabiroo)Dhukkubni kun akkamiin daddarba?- Nama dhukkuba kanaan qabame waliin tuttuqaa qabaachuu.- Dhangala’aa namoota dhukkubichaan qabameen tiqamuu.- Bookee busaa – Hargansuudhanillee kan darban ni jiru.- Nama dhukkubichaan du’e tuttuquu.Dhukkubni kun hangi nama ajjeesuu isaa gosa Vaayirasii dhukkubicha fidee irratti kan hundaa’ullee ta’u ragaa hanga ammaa jiruun 25-90% ta’a. Kana jechuun nama dhukkuboota kanaan qabame dhibba tokko keessaa namni naannoo 25 hang 90 du’uu danda’u jechuudha. Yoo deeggarsi yaalaa hin godhaminiif. Dhukkuba kana akkamiin ittisuun danda’ama?- Nama dhukkuba kanaan qabametti baay’ee itti dhiyaachuu dhiisuu.- Ilbiisota addaa addaa ittisuu fi farra ilbiisotaa fayyadamuu.- Nama dhukkubichaan qabamuu shakkame adda baasuu fi kkf fa’a.Dhukkubni kun yaala qabaa? Dhukkuboonni kun yaala duubatti deebisu hin qaban. Wanti mana yaalatti godhamu deeggarsa ogummaa tokko tokko gochuu qofa. Deeggarsuma saniinuu garuu hanga tokko du’aatiin ni hir’ifama. Weerarri kun biyya keenyatti ka’e taanan balaa guddaa geessisa. Rabbi nutti hin fidin jenna. Cabsee Dhufnaanis waan dandeenyun dura dhaabachuuf qophiidha. Share godhaa! Share godhuun barreeffama kana nama biraan gahuun lubbuu baraarudha. Namoota itti dhiyaattan kan social media hin fayyadamnes afaanin itti himuun dhibee kana waliin haa ittisnuu.Dr. Hamzaa Jamaal
Dhaamsa Hatattamaa! Share godhaa!****************************************Ibsa galgala kana baaseen Ministerri Fayyaa dhukkubni ammaaf maalummaan isaa guututti adda hinbaane Naannoo Kibbaa, Magaalaa Jinkaa keessatti mudatuu ibsee jira. Weerarri dhukkuba haarayaa Naannoo Kibbaatti mul’ate kun saffisaan babal’aataa jira. Dhukkubni kun ammaaf maalummaan isaa adda bahuu baatus dhukkubu lubbuu namaa yeroo gabaabaa keessatti galafaata. Hangaa ammatti namoonni dhukkubichaan qaban tokkolleen irraa baraaramuu hin dandeenye. Akka ogeeyyonni Hospitaala Jinkaa himanitti: torbee kana namoonni shan dhukkubichaan qabamanii lubbuun isaanii dabartee jirti. Isaan lubbuu dhaban keessaa lama ogeeyyota fayyaa (doktara tokkoo fi narsii tokkoo) kan dhukkubsattoota waldhaanaa turaniidha. Dhukkubni kun mallattoolee akka hoo’a qaamaa, qola ijaa diimessuu, baasaa dhiiga makate, dhiigni irga, afaan, funyaanii fi qaama biraatii dhangala’uu fa’a qaba. Weerarri dhukkuba kanaa haala kanaan yoo itti fufe lubbuu namoota hedduu galafaatun biyya teenyatti cophxoorratti fanxoo ta’uuf deema. Kanaaf tatamsa’ina isaa ittisurratti yoo hin xiffanne gaaga’ama guddaa fiduu danda’a. Dhaamsa kana hatattamaan share waliif godhaa.Waa’ee Dhukkubichaa waan muraasa!Maalummaan dhukkubicha guutuu guututti adda bahuu baatus dhukkubni kun VHF tahuu akka hin oolle mallattoolee inni agarsiisaa jirurra ka’uun shakkamaa jira. “Viral Haemorrhagic Fever ” jechuun walitti qabaa dhukkuboota Vaayirasii garaagaraatin dhufaaniiti.Vaayirasiiwwan kunneenis:– Ebola Virus- Marburg virus- Yellow Fever – Lassa Fever isaan ijoodha. Dhukkuboonni kun heddumminaan naannoo tropical area tti deddeebin mul’atu. Weerara fiduudhanis beekamu.Mallattooleen dhukkuba kanaa maali?- Qaama gubaa- Dhukkubbii buusaa – Ballaqamsiisaa gadi teessuma(kan dhiiga makatellee ta’uu danda’a – Dadhabbii qaamaa – Dhiiga garaa qaawwa qaamolee garaagaraa (Afaan,funyaan gurra fi kabiroo)Dhukkubni kun akkamiin daddarba?- Nama dhukkuba kanaan qabame waliin tuttuqaa qabaachuu.- Dhangala’aa namoota dhukkubichaan qabameen tiqamuu.- Bookee busaa – Hargansuudhanillee kan darban ni jiru.- Nama dhukkubichaan du’e tuttuquu.Dhukkubni kun hangi nama ajjeesuu isaa gosa Vaayirasii dhukkubicha fidee irratti kan hundaa’ullee ta’u ragaa hanga ammaa jiruun 25-90% ta’a. Kana jechuun nama dhukkuboota kanaan qabame dhibba tokko keessaa namni naannoo 25 hang 90 du’uu danda’u jechuudha. Yoo deeggarsi yaalaa hin godhaminiif. Dhukkuba kana akkamiin ittisuun danda’ama?- Nama dhukkuba kanaan qabametti baay’ee itti dhiyaachuu dhiisuu.- Ilbiisota addaa addaa ittisuu fi farra ilbiisotaa fayyadamuu.- Nama dhukkubichaan qabamuu shakkame adda baasuu fi kkf fa’a.Dhukkubni kun yaala qabaa? Dhukkuboonni kun yaala duubatti deebisu hin qaban. Wanti mana yaalatti godhamu deeggarsa ogummaa tokko tokko gochuu qofa. Deeggarsuma saniinuu garuu hanga tokko du’aatiin ni hir’ifama. Weerarri kun biyya keenyatti ka’e taanan balaa guddaa geessisa. Rabbi nutti hin fidin jenna. Cabsee Dhufnaanis waan dandeenyun dura dhaabachuuf qophiidha.Doktarri suuraa irratti argitan kun odoo dhukkubsataa yaaluf carraaquu dhukkuba kanaan lubbuun isaa dabarte.Dr. Hamzaa Jamaal
1 3 4 5 6 7 31