Blog
Home  ⇒  Blog - https://muhesofmar.com/cpanel
ዛሬ ጠዋት በአማራ ክልላዊ መንግሥት ኦሮሞ ብሔረሰብ ዞን አስተዳደር መቀመጫ በሆነችው ከሚሴ ተገኝቼ ለሕዝቡ መልዕክት አስተላልፌያለሁ። በአማራ ክልል ከጎበኘኋቸው ዞኖች እስከአሁን ያልጎበኘሁት ዞን በመሆኑ ጉብኝቱን የተለየ ያደርገዋል። የከሚሴ የኮሪደር ልማት ሥራ በጅምር ደረጃ ያለ ቢሆንም የ1.3 ኪሎ ሜትር የብስክሌት መንገድ እና የእግረኛ መንገድ ሥራዎች የሚመሰገኑ ናቸው። የኮሪደር ልማት ሥራ የሕዝባዊ ሥፍራዎችን ደረጃ ከፍ በማድረግ ዕሳቤ በሁሉም ደረጃ በመላው ኢትዮጵያ እየተተገበረ መሆኑን ያሳያሉ። በከተማዋ ለሌማት ትሩፋት ሥራችን አስተዋጽዖ እያበረከተ ያለውን የኤልፎራ አግሮ-ኢንዱስትሪ የተቀናጀ የግብርና ልማት ፋብሪካንም ጎብኝተናል።Har’a ganama Mootummaa Naannoo Amaaraatti, Magaalaa Guddoo Godina Bulchiinsa Saba Oromoo kan taate Kamiseetti argamee uummataaf ergaa dabarseera. Gidinoota Naannoo Amaaraa keessaa kanan hamma yoonaatti hin daawwanne waan ta’eef daawwannicha adda taasisa. Hojiin misooma kooridarii Kamisee jalqabbiirra kan jiru ta’us, daandiin biskileetii km1.3 fi hojiiwwan daandii warra lafoo kan galateeffamanidha. Hojiiwwan misooma kooridarii yaadama sadarkaa bakkeewwan uummataa ol guddisuu jedhuun sadarkaa hundaafi guutummaa Itoophiyaatti hojiirra oolaa jiraachuu agarsiisu. Warshaa Misooma Qonna Qindaawaa Agroo Indaastirii Elfooraa Magaalattiitti hojiiwwan Maaddii Madaalawaatiif gumaacha taasisaa jirus daawwanneera.This morning, I addressed the people of Kemise Town, the administrative center of the Oromia Zone in the Amhara Regional State. This visit holds special significance, as it marks a zone I had yet to visit within the Amhara Region. Kemise’s early-stage corridor development efforts, featuring a modest 1.3 km bicycle lane and pedestrian walkway, are commendable. They demonstrate that corridor development initiatives are being embraced at all levels, with a shared vision of elevating public space standards across the country.We also reviewed the Elfora Agro-Industries integrated agricultural development plant in the town, which is contributing meaningfully to our national “Bounty of the Basket” (Ye Lemat Tirufat) initiative.
KAANSARII MAR’IMAAN GUDDAA FI BUUBBUU(COLORECTAL CANCER)**************************************Kaansariin kun nama bayyee qabuudhaan sadarkaa 3ffaa irratti kan argamuufi waggaatti namoota miliyoona tokkoo fi isaa oliitu kaansarichaan qabama.kansariin kun yeroo seelonni marriman guddaa fi buubbuu keessa jiran too’annaan ala baay’atani fi booda gara kutaa qaama keenya kan biraattillee tatamsa’anii miidhaa fiduu danda’u.gabaabsinee “colon cancer or rectal or bowel cancer” jennee yaamuullee dandeenya.yeroo takka takka seelonni kunneen osoo kaansariitti hin jijjiiramne dura polyp(abnormal growth) sadarkaa jedhamanitti meeshaa colonoscopy jedhamuun screen godhamee (akka Joe BIDEN dhiyoo laalame sanitti ) yoo arkame polyp kun muramee osoo inni kaansaritti hin jijjiiramne baasuun ni danda’ama.✓Haa tahuu maaltu akka kaansariin kun akka nama qabuuf nama saaxiluu dandaha. -umriin dulloomuu keeysaahuu waggaa 50 ol (garuu kanaa gadittiis dhufuu dandaha common tahuu baatullee) -maatii ofii keeysa namni isaan qabame yoo jiraate(kuni muraasa <5%)-sigaaraa xuuxuu-alkoolii dhuguu-nyaata kuduraa fi fuduraa hin qabne fi coomni beeyladaa kan itti baay’ate nyaachuu baayyisuu.-dhukkuba kulkula mar’imaanii(IBD)-sochii qaamaa gochuu dhiisuu fi ulfaatina garmalee(obesity) fa’a.✓MALLATTOOLEE. -goga garaa(constipation)/ garaa kaasaa(diarrhea).-dhiiga boolii wajjiin bahu-boolii booda akka waan booliin hin xumuraminii nutti dhagahamuu(feeling of incomplete defecation)-booliin qal’achuu(decrease in stool caliber)-fedhiin nyaataa hir’achuu-ulfaatinni qaamaa gad bu’uu(sababa biraa tokkolleen maletti).-dadhabbii qaamaa -sagaraan bahuu yoo hafe(failure to pass feaces),ol deebisuufi lollooccisuu(kun kan dhufu yeroo qaawni mar’imaanii kaansariichaan guutumatti cufame qofa).Hub: mallattooleen kunneen dhukkuboota birootiin dhufuu waan dandahaniif mallattoo kana yoo ofirratti arkine ogeeysa fayyaa naannoo keenya jiru bira deemnee haasoysiisuutu nurra jiraata.Fayyaan Faaya, Fayyaa
Lafa misooma barbaachisuuf oolchuu qabna;- Obbo Isaa Guyyee ~~~I/A/ Hoogganaa Biiroo fi I/G/ Damee Misooma BLO Obbo Isaa Guyyee ibsaa addatti miidiyaa ETV ‘f kennaniin lafti misooma barbaachisuuf yoo oole dinagdummaan naannoo fi biyyaa dabaluu bira darbee labata dhufuuf wabiidha jedhan. Lafti qabeenya murtaa’aa fi barbaachisaa Addunyaa kanaati, akkasumaas guddina dinagdee biyya tokkootiif qabeenya murteessaa waan ta’eef lafti karaa sirnaawaan buluu akka qabuuf Biiroon lafaa Oromiyaa sirna kaadaastaraa diriirsuufi misoomni lafarratti gaggeeffamu kamiyyuu akkataa qoraannoo karoora itti fayyadama lafaatiin qofa hojiirra akka oolu gochuun hojii hojjechaa tureen qisaasamnni lafaa hir’achaa, misoomnni lafaa ammo dabalaa dhufuu himaniiru.Lafa misooma barbaachisuuf, hojiirra oolchuuf yeroo adda addaa hojii hubannoo uumuu hojjetamaa turu ibsaniiru.Hojii lafa investimantii jajjabeessu irratti hojjetameen bara kana cittuu lafaa /parcel/ 3000 ol qophaa’ee jirachuu himaniiru.Kanaan duraa lafa misoomaaf qophaa’u harkifaataa fi qulqullina kan hin qabne ta’uu ibsuun yeroo ammaa hojii qindoomina seekteralee wajjiin hojjetameen jijjiiramni gaarii kan jiru ta’uu dubbataniiru.Keessamatuu hojii Biiroo Investimeentii fi Industirii Oromiyaa wajjiin karoora qindoominaa‎ /MOU/ bara 2018 irratti waliigaltee taasifameen hojiin hojjetamaa jiru muuxannoo gaariin kana irraa fudhatamuu ta’uu himaniiru.Qophii lafaa taasifameen misooma jedhameef oolchuun galiin magaalaa fi godinaalee dabalaa jirachuu kan himan obbo Isaan lafti qophaa’e kun tajaajila adda addaatiif ooluun dinagdummaan hawaasaa, naannoo fi biyyaa akkasumas carraa hojii uumuun danda’amee jira jedhan. Biiroon Lafa Oromiyaa yeroo ammaa kana caasaa hanga gadiitti siistama teeknooloojii dijitalawaa diriirsaa jiraachuu himuun bulchiinsa lafaa karaa sirnaawaa ta’een hogganuun kenna tajaajilaa si’aataa fi tuttuqaa namaa irraa bilisa gochuu fi komii fi deddeebii abba dhimmaa xiqeessuuf akkasumaas odeeffannoo ragaa lafa
#Oduu_Birootiin‼Sooriyaan shira adda addaa lama kan garee Daa’ishiin Pirezidaant Ahmad al-Sharaa ajjeesuuf xaxamaa ture fashalsuu qondaalota olaanoo lama caqasuun Rooyitars gabaaseera.Yaaliin ajj*eechaa garechaan qophaa’aa ture garaa garaa lama fashaluu kan himan qondaaltonni kunneen, karoora Perezidaantichi garee hidhattootaa yeroo dheeraaf lola ture kana loluuf ijaarame kan tumsa Ameerikaan durfamutti makamuuf qabaniif deebii qophaa’aa ture ta’uu himu.Maddeen kunneen, qondaalli nageenyaa olaanaa Siiriyaa fi qondaalli olaanaa Baha Giddu Galeessaa, ji’oota muraasa darban keessa shirri lubbuu Al Sharaa irratti xaxamaa ture fashalaa’uu kan himan yoo ta’u, biyya waraana biyya keessaa waggoota 14f tureen miidhamte keessatti aangoo cimsuuf yeroo yaalu balaa kallattiin Al Sharaa mudatu akka ta’e haasa’u.Maddeen kunneen akka jedhanitti, haala tokko keessatti, shirri Daa’ishiin Al Sharaa irratti xiyyeeffatee qophaa’e kun ejjannoo inni garecha ball*eessuuf qabuufi jijjiirama fidaa jiru fuuldura dhaabbachuuf ta’uu eeranii dhimmichi dhimma murteessaa ta’uu isaatui ibsa dabalataa kennuu irraa of qusataniiru.Ministeerri odeeffannoo Sooriyaa sababa nageenyaaf jedhaniin waa’ee shira kana irratti odeeffannoo bal’aa osoo hin kennine hafuu kan ibse gabaabsni Rooyitars, daa’ish garuu “Sooriyaa fi naannichaaf balaa nageenyaa dhugaa” ta’uu itti fufee jira jedhanii, aanga’oonni ji’oota 10 darbaSooriyaan shira lubbuu Perezidaant Ahmad Al Sharaa irratti xaxamaa ture fashalse jette Spider Media: Jumada I 19, 1447 AHSooriyaan shira adda addaa lama kan garee Daa’ishiin Pirezidaant Ahmad al- iddoowwan adda addaa irratti raawwatamuuf ture hedduu fashaleessuu isaanii ibsaniiru.Ministeerri kun ibsa Rooyitarsiif kenneen, “Sooriyaan ummata ishee eeguu fi shoro**rkeessummaa qolachuu bifa hundaan itti fufuuf kutannoo qabdu mirkaneessiti” jedhaniiru.© Amar Temam #SpiderMedia
Barnoota Dhukkuboota Kiintaarotii Yokaan Cobxoo Kutaa Tokkoffa Dhibeen kun nama Hedduu Rakkisaa jira.namoonni hedduunis wal’aansa isaa karaa dogongoraatin ofirraa baafna ykn Murray jechuudhan caalatti akka itti heddummatu fi gama dhukkuba biratti jirjiiramuun yeroo miidhamantu heddummaata. Akkasumas Lubbuu miliyoonaan lakkaawwamu galaafataa jiraa Dhukkubni kun Ummata bira Darbee Ulamoota Dawaa Qoratanii Kitaaba barreessanu yaachisaa ture Hanga kitaaba Qoricha Kiintaarotii jedhu Qobaatti Qoppeessanitti Rakkachaa turanii Kiintaarotiin Dhukkuba cimaa kitaabni 5 Maqaa isaatiin maxxansamedha Kiintaarotiin Yeroo ijaan ilaalame Waanuma xiqqoo tokko Garuu Keessatti Seenti meetira 20 hanga 30 Dheerina Qabaa Onnoofi Rajiijjii irraa kaasee hidda dhiigaa keessa dhokatee hanga Goda miillaattii Dheerachuu danda’aa yeroo Baayyee Biyyoota Arabaa fi Naannoo Qilleensa Gubaa Qabu keessatti Ni Baayyataa Naannoo Qilleensa Qabbanaa’aa Qabuu fi Bosana Qabu keessatti Ni Xiqqaata Dhibeen Kiintaarotii Maaliif? Akkuma Dhukkubootaa Kaaniitti yaalame %100 fayyuun Dadhabamee?Dhukkubni kun dandeettii Qoricha jalaa dhokachuu Cimaa qaba. Yeroo Namni Qoricha Garaatti dhuge gara Bakkeetti Gadi ba’aa Yeroo gara bakkeetiin Qorichi itti dibame garaa keessatti deebi’e garaa Namaa bokoksa. humna Namaa Laaffisa. duyda nama dhukkubsa. Sammuu Namaas Ni miidha. Akka kitaabni Fayyaa jedhutti dhukkubni kun gosa 4 Qabaa Gosti hundi Qoricha mataa isaa danda’e qaba. Wanni Akka dhukkubni kun Ummata Miidhu godhaa jiru Tokko Qoricha Kiintaarotii Sirrii ta’e Argachuu dhabuudhaa Akkasumas gatiin Qoricha Aadaa Humnaa ol ta’uudha Qorichoota Kiintaarotii Ati manakee keessatti ittiin Of yaaluu dandeeysu Dhukkubni kun Qorichoota Gosa 25 Ol Qabaa dhukkuba yaalamee fayyamuu danda’amuudha.Wanni isinirraa barbaachisu share gochuudhan obboleeyyan biraan gahuudha
Pirojeektii Galma Giddugala Aadaa Ardaa Jilaa Me’ee Bokkoo – Dhaabbata Ijaarsaa Walaabuu**************************Mootummaan Naannoo Oromiyaa aadaa, seenaa, duudhaa fi eenyummaa Oromoo guddisuuf xiyyeeffannoo ol’aanaadhaan hojjechaa jiraachuu, hoggantuun Biiroo Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa aadde Jamiilaa Simbiruu himan. Akaatuma kanaan Giddugala Galaawwan Aadaa ijaarsiisuu fi bakkeewwan jilaa misoomsuun dhalootaaf bu’uura akka ta’u gochuudhaan hojiiwwan gurguddoo hojjechaa jira jedhan. Haaluma kanaan ijaarsa hojii pirojeektii Galma Giddu Gala Aadaa Ardaa Jilaa Me’ee Bokkoo Godina Gujiitti ijaarsisuuf Biiroon Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa dhaabbata Ijaarsaa Walaabuu waliin walii galtee mallatteesseera. Hoggantuun Biiroo Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa aadde Jamiilaa Simbiruu, jjaarsi guyyaa har’aa waliigalteen mallatteeffamee kunis gaaffii yeroo dheeraa hawaasa Godina Gujii turuu himan.Bakki kun iddoo seenaa guddaa kan qabu waan ta’eef mootummaa biraa xiyyeeffannoo argachuun Giddu Galli Aadaa kun akka ijaaramu murtaahuu dubbataniiru. Pirojeektiin birrii biliyoona tokkoon kun, waggaa tokkoo fi walakkaa keessatti ijaarramee kan xumuramu ta’uu beeksisan.Ijaarsi Galma Giddu Gala Aadaa kunis haala addaatiin hayyootaa fi abbootii Gadaatiin qoratamuu isaa fi qulqullina akkasumas saffisaan kan xumuramu ta’uu, Aadde Jamiilaan eeraniiru. Hogganaan Ijaarsa Walaabuu Injiiner Taaddasaa Dirribaa gama isaaniitiin, aadaa, duudhaa fi eenyummaa Oromoo ibsuudhaaf kan hojjechaa turanii fi amma hojjechaa jiran ta’uu ibsan.Pirojeektii ijaarsa Me’ee Bokkuu kanas yeroo dhihootti akka eegalanii fi imaanaa itti kenname yeroo jedhame keessatti qulqullina ol’aanaan raawwachuuf qophii ta’uu himaniiru. Giddu galli ijaaramu kunis kutaawwan tajaajila adda addaaf oolu kan of keessaa qabuu fi misooma bu’uuraalee hunda kan guuttatte akka ta’e ibsamuu isaa, odeeffannoon Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaatii argame ni mul’isa.
1 2 3 4 5 6 31