( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0001360624{main}( ).../index.php:0
20.0002360976require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0002361392require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0002362192require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0003363808require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.06485506872do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.06485508368WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.06485508368WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.07396163672{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.07426164440require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.07426164520Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.07426164520__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.07426164520translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.07426164520get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.07426164520_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.07456167128_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.07456168472wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.07476169856trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131
16 - https://muhesofmar.com/cpanel
January 16, 2026
Home  ⇒  16 - https://muhesofmar.com/cpanel
#Pireezidaantiin Mootummaa Federaalaa Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad Saawudi Arabiyaa Riyaad galaniiru.🛑Walitti dhufeenya Yunaayitid Arab Emireet waliin qaban hunda addaan kutuun kiisha Sa’udii Arabiyaa keessa kan kufan prezidaant Hasan Sheek Mohaammad dhimmoota biyyoota lamaanii irratti, keessumaa akkaataa Israa’el Somaalilaandiif beekamtii seeraa kennite haqxu irratti, mootii gonfoo Mohaammad Bin Salmaan waliin mari’atu jedhamee eegama jira.🛑Komishinara Komishinii Inarjii Niwukilaraa Itiyoophiyaa Atoo Saandookaan Debebee fi Daarektara Olaanaa Akkaadaamii Saayinsii Itiyoophiyaa Piroofeesar Sukeet Yohaannis Komishiniin Inarjii Niwukilaraa Itiyoophiyaa fi Akkaadaamii Saayinsii Itiyoophiyaa gidduutti iddoowwan anniisaa niwukilaraa maddisiisuu mijatoo ta’an irratti qorannoo gaggeessuuf waliigaltee gorsaa mallatteessaniiru.Waliigaltichi Itiyoophiyaan kaayyoo nagaadhaaf bakka warshaan humna niwukilaraa ishee jalqabaa adda baasuuf qorannoo akka gaggeessitu kan taasisu yoo ta’u, qorannoon kun iddoowwan nageenyaafi mijatoo ta’anii fi ulaagaalee sadarkaa idil-addunyaatti fudhatama qaban kan eegu adda baasuuf kan gargaaru ta’a.{Qorannoon kun gara fuulduraatti bakki sirrii warshaan anniisaa niwukilaraa ulaagaa saayinsii fayyadamuun akka murtaa’u agarsiisus, akka yaada kiyyaatti, Zooniin #Baalee bakka sirrii ta’uu isaati (Gabaasa The New York Times irratti Caamsaa 16, 1954 maxxanfame, irra kan dubbifneedha .Zooniin Baalee bishaan gahaa, qabeenya albuuda niwukilaraa, nageenya amanamaa, fi bakka mijataa anniisaa oomishame gara giiridii humnaa biyyaalessaa isa guddaatti walqunnamsiisu qaba.Kan dubbifnee fi dhageenye irra :
ETHIO TELECOM Speed Finfinnee tamsaasa kallattiin isaa 5G saffisaa ta’een akka tamsaasu deeggaruun isaa boonsa, garuu waan ijoo Live Stream gargaare bal’inaan armaan gaditti barreessuuf yaala.Meeshaan boorsaa suuraa irratti mul’atu keessa jiru TVU One jedhama. Yeroo baayyee uumamtoota viidiyoo YouTube beekamoo fi miidiyaaleen oduu akka IShowSpeed live stream gochuuf itti fayyadama.Waa’ee amaloota fi gatii meeshaa kanaa odeeffannoon bal’aan kunooti: 1. 1. . Amaloota Ijoo Meeshaa kanaa Meeshaan kun irra caalaa “Mobile Transmitter” ykn “IP Video Transmitter” jedhamuun beekama. Tamsaasa Kallattiin addaan hin cinne: Meeshaan kun bakka SIM kaardii hedduu qaba. SIM kaardii networkii adda addaa (fkn Safaricom fi Ethio Telecom) irraa walitti hidhuudhaan, .Tokko yoo kufe inni kaan bakka buusa, kunis dabarsuu addaan hin cinne mirkaneessa. Qulqullina Ol’aanaa: Saffisa interneetii gadi aanaa ta’een illee viidiyoo 4K ykn 1080p qulqullina olaanaadhaan dabarsuu ni dandeessisa. Yasu birra Socho’uu: Akkuma suuraa irratti mul’atutti boorsaa keessatti waan qabamuuf, streamer bakka deemu hundatti kaameraa meeshaa kanaan walqabatee bilisaan socho’uu danda’a.Low Latency: Kunis garaagarummaa yeroo viidiyoo fi chat gidduu jiru baayyee gabaabaa taasisa. 2. 2. . Baasiin isaa meeqa? Meeshaan kun baayyee qaala’aa fi ogeessotaaf kan hojjetame waan ta’eef akka elektirooniksii idileetti manneen daldalaa keessatti salphaatti hin gurguramu. Yasu birraGatii Bittaa: Moodeela fi dandeettii isaa irratti hundaa’uun doolaara 5,000 hanga 10,000 (birrii 600,000 ol hanga 1.2 miliyoona) haaraa baasuu danda’a. Kaffaltii Dabalataa: Meeshaan kun kaffaltiin tajaajila daataa fi sooftiweerii ji’a ji’aan dhaabbatichaaf (TVU Networks) kaffalamuu qaba. Kiraa: Namoonni baay’een meeshaa kana bitachuu dhiisanii guyyaatti $300 – $500 kireeffatu.Amma kanaas meeshuma kanan live stream biyya ejiipti irra kallattiin addunyaa dawwachisaa jira..Gabaabumatti: Kuni meeshaa tamsaasa kallattiin IShowSpeed yeroo turtii isaa Itiyoophiyaa keessa ture bakka interneetiin hin jirrettillee akka itti fufu taasisedha.Kan dubbifnee fi dhageenye irra::