Gareen F!nxaaleeyyiin TPLF Boo'u Eegaleera.
Mootummaa federaalaa dirooniin na haleeleera. waliigaltee nag#Oduu_Ammee‼️
Gareen F!nxaaleeyyiin TPLF Boo'u Eegaleera.
Mootummaa federaalaa dirooniin na haleeleera. waliigaltee nageenya pirooteeriyaa (#Pretoria) cabseera jachuun waraqaa barreessuun dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UN) fi Gamtaa Afrikaa (AU) ergeera. Baqqaa monguddoo Maqalee tana taphinni siyaasaa harkaa badeera…😃 Osoo mootummaan Federaalaa haleellaa qilleensa dirooniin hin raawwattin dura TPLF'n Naannoo Affaar weeraruun gandoota 15 harkatti galfachuun isaanii ni dagatanii laata..? Ofii waliigaltee nageenya cabsanii amma waywaachaa jiru…!! Akka dhiiraatti erga eegalte taphinni ho'iinaan maaf boochi laata…? Jaarraa 21ffaa keessa jiraachuu TPLF dagattee jirti fakkaata…🙌🙂
Odeeffannoo Haaraa Argachuuf Obsaa Sabaa Follow share Godhaa. Gamtoomanii (UN) fi Gamtaa Afrikaa (AU) ergeera. Baqqaa monguddoo Maqalee tana taphinni siyaasaa harkaa badeera…😃 Osoo mootummaan Federaalaa haleellaa qilleensa dirooniin hin raawwattin dura TPLF'n Naannoo Affaar weeraruun gandoota 15 harkatti galfachuun isaanii ni dagatanii laata..? Ofii waliigaltee nageenya cabsanii amma waywaachaa jiru…!! Akka dhiiraatti erga eegalte taphinni ho'iinaan maaf boochi laata…? Jaarraa 21ffaa keessa jiraachuu TPLF dagattee jirti fakkaata…🙌🙂
Odeeffannoo Haaraa Argachuuf Dhugaan Dorrobde Follow share Godhaa.
