( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0001360680{main}( ).../index.php:0
20.0002361032require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0002361448require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0003362248require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0004363864require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.06895506928do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.06905508424WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.06905508424WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.07766163728{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.07796164496require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.07796164576Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.07796164576__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.07796164576translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.07796164576get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.07796164576_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.07816167184_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.07816168528wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.07836169912trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131
28 - https://muhesofmar.com/cpanel
October 2025
Home  ⇒  28 - https://muhesofmar.com/cpanel
Basaastonni mootummaa Ertiraa Itiyoophiyaa magaaloota gurguddoo keessatti mullachuun dhagayame Lami Media,(Onk 25/2025), Basaastonni Shaabiyaa kanneen eenyummaan isaanii Tigree fakkaatuufi Waraqaa eenyummaa Tigraay qaban Magaalaa Finfinnee keessatti mullachuun dhagayame. Mootummaan Ertiraa tarkaanfii mootummaa Itiyoophiyaa buufata galaanaa Assaab irratti fudhachuuf deemu danquuf yeroo ammaan tanaa qaamolee hidhannoo mootummaa Itoophiyaa mormanitti dhimma bahuun Kaabaan Waraana Tigraay fi Faannoo Amaaraa keessa harka galfachuun biyyattii jeeqaa jiraachuu kanaan dura Ministirri Dhimma Alaa Itiyoophiyaa himannaa Barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitiif waraqaa Barreesseen beeksisuun ni yaadatama. Kanumaan walqabatee mootummaa Ertiraa kallattii garagaraatiin iccitii mootummaa Itoophiyaa dhagahuuf basaastoota dhalattoota Amaraa fi Tigree fakkaatan Magaalaa akka Finfinnee, Bahar Dar, Dabra Biraan fi Maqalee keessatti bobbasuun dhagayame. Basaastonni Mootummaa Shaabiyaa kanneen waraqaa eenyummaa argatan Magaaloota kanneen keessatti guyyaa guyyaadhaan geejjiba ummataarratt deddeebiyuun haala ajandaa biyyaa addaan baafachuuf sochii taasisaa jiraachuunis himame.Basaastonni mootummaa Shaabiyaa sochii taasisaa jiran kunneen hojiilee akka Alseerummaa keessatti hirmaachuun alatti gareen jiraachuufi iccititti Afaan Ertiraa keessatti dubbatamu kan wajjiin haasawan tahuun himame. Gama odeeffannoo basaastummaatiin Basaastonni Shaabiyaa akka Afrikaatti ciccimoo tahuu seenaan waggaa 50′ kan qaban hoggaa tahu, Kufaatii Mootummaa Dargiif gaheen Basaastota Shaabiyaa olaanaa akka tahe namoonni bara mootummaa Dargii Shaabiyaan lolaa turan yeroo garagaraatti ni himu.
Oduu_Diinaaf_Naasuu‼
Humni waraanaa Itoophiyaa yeroo Amma leenji'aa jiru baay'ina ummata Eertiratti…
Doqdoqqee dhiquurraa gara Konkolaataa fichiisisuutti…..***********Dargaggoo Saadam Abdaa jedhama Godina Baalee Bahaa Magaalaa Gindhiiritti dhalate.Dargaggoon kun hojii tajaajila dhiqaa doqdoqqeetiin kaffaltii birrii 10 irra gara fichisiisaa konkolaataatti ce’e.Hojii tajaajila dhiqaa doqdoqqee irraa ka’uun kaffalaa gibiraa amanamaa ta’ee birrii miiliyoona 900 biyyasaaf gumaachuun Ministira MuummeeFDRI Dooktar Abiy Ahimad irraa yeroo 3ffaaf beekamtiis argateera.Saadam Abdaa dhiqaa doqdoqqeen waggoota 12 dura eegalee gara fichisiisaa konkolaatotaa fi doqdoqqeetti ce’ee jira. Dargaggoo Saadam yeroo sanatti waldaan gurmaa’uun Birrii kuma 500’n hojii eegalee gara miiliyoonaraatti guddateedha. Dargaggeessi kun turtii Faanaa Miidiyaa Korporeeshin waliin taasiseen, Sadarkaa barnoota isaatiin qabxiin kutaa 10 akka carraa gara qophaa’inaatti isa dabarsuu baatus abdii osoo hin kutatin qabxii argateen Koolleejjii Pooliiteeknikaa Roobeetti damee barnootaa Awutomotiviin barachuun qabxii olaanaan eebbifamuu dubbata. Kaayyoon isaa guddaa waan tureef bakka karoorfate gahuuf eebbasaa booda hojii tajaajila dhiqaa doqdoqqee Magaalaa Gindhiir keessatti eegale. Adeemsa keessa hojii isaa gara suphaa doqdoqqeetti guddisuu kan danda’e yoo ta’u, waggoota booda meeshaalee jijjiirraa doqdoqqee fi doqdoqqeewwan moofaa bitee gurguruutti ce’e.Hojiisaatiin dargaggeessa cimaa fi hawaasa biratti amanamaaf jaalatamaa kan ta’e dargaggoo saadam kaayyoo qabate galmaan gahachuuf halkanii fi guyyaa hojjachuun hojii suphaa doqdoqqee isaa gara gara dhaabbata gurgurtaa meeshaalee jijjiirraa doqdoqqeetti ol guddise.Hojiin abdiidhaan hojjate kunis waan milkaa’eef doqdoqqee moofaa bitee gurguruu irraa gara doqdoqqeewwan haaraa ammayyaa’aa fichisiisee gurguruu eegale. Hojiin isaa kun fudhatama olaanaa argachuun meeshaalee jijjiirraa fi doqdoqqeewwan ammayyaa’aa ta’an biyya alaatii fichisiisuun gurguruutti guddate. Hojii waggoottan 5 dura eegale kanaan fichisiisa meeshaalee jijjiirraatiin dabalata konkolaatota abbaa miila 3 biyya alaatii fiduun daldala isaa babal’ise.Hojii Magaalaa Gindhiiritti eegale kana yeroo ammaa magaalota 7 tti dameewwan babal’isuun hojjechaa akka jiru hima. Hojii isaa kanaan ofii isaarra darbee lammiilee 230 oliif carraa hojii uumeera.Dargaggoonni hojii osoo hin tuffatin carraa argatanitti fayyadamuun hojii eegalan irratti cichanii yoo hojjetan daandiin jijjiiramaa fagoo miti jedha dargaggoo Saadam. FMC
Rooberti Mugaabee – Nama guddaa qoosaadhaan ergaa gurguddaa bara irraa baratti darbu kaa’ee darbee dha. Yeroo hedduu waan nama seeqachiisu, garuu dhaamsa guddaa dabarsu dubbachuudhaan beekama. Dubbii akkanaa kana saayinsiin xiinsammuu (psychology) Humour jedhaan. Kunis dubbii qolaa fayyadamuudhaan (ykn waan birootti fakkeessuudhaan) osoo kallattiidhaan nama dhuunfaa tokkoyyuu hin mufachiisin namoota bashannansiisaa, seeqachiisaa fi kofalchiisaa dhaamsa barbaadan kan ittiin dabarfatan jechuu dha. Akka saayinsii xiinsammuutti dubbiin akkasii kun faayidaalee hedduu kan qabu yoo ta’u, inni tokko namoonni salphumatti quuqama isaanii dabarfachuu danda’uudha. Faayidaan biroo immoo namni waan keessa isaa quqquuqu (rakkoo isaa) baasee dubbachuun dhiphinna rakkoo sanaan walqabatee dhufu ni sal*phisaa dha. Akkasumas namoonni kallattiidhaan nama dhuunfaa kamuu osoo hin tuqin dhaamsa isaanii dabarfatu waan ta’eef walitti bu’iinsa namoota jiddutti uumamuu malu kan hambisuu dha. Qoosaawwan siyaa*saa yeroo baay’ee qoosaman kan yeroo dhageeffatan nama booharsan garuu ergaan isaanii jabaa ta’e kanaaf fakkeenya gaarii dha. Maarree Rooberti Mugaabeen waan kanaan baay’ee beekama. Qoosaawwan isaa keessaa yeroo tokko Mugaabeen akkas jedhe “Jaalalli so*baa kan dubartoonni erga dhiironni maallaqa isaaniif ergan booda dhiirota agarsiisan…”Babe,,, nyaata nyaattee?” kan jedhuu dha; Erga waan qabnu isaanii ergine booda maal nyaannaa nu gaafatu!” kan jedhu ture🤗😂.Kanaaf dubartoonni erga maallaqa woyii isinii ergine booda guyyaa san waan nyaannu waan hin qabneef “Abbaa nyaata kee nyaattee?” nuun hin jedhinaa jechumaafi!🤗Lanagaruu dargaggoota ammaa kanaaf dubartootatu maallaqa ergaaf malee isaan eessaa fidanii erguuf🤗…Qaama miidh*amtoota kanneen…😂🤗#humour
#Saxxiillaa_1ffaa😎Buzunesh dinqu Jechuun jalqabumara yoo kanu hojjatu ekstenshini ganda agalloo turtee ganda agalloo oso hojachaa jirtu rakkoo namusaa ishe mudateen dargaggoon ganda agalloo qabee tume argateen sanani boda wajjiraa fayyaa ganda gagii bacano fudhaate deme garu manajeri ganda gagi yeros ture fudhu demii nuti hojii dhabba bayyee qabna jedhen. fudhatani debianii warra ganda saggii gowomsuun gandi keessan balaadha nama 3 malee hojiif hin ta’uu Jechuun hojjatu kana fidani saggii kahan Waggaa 2 oso ishen hin hojjatin soban saggiin modelaa Jechuun hojjatan 3 oso jiru buzee qofa badhasani yeroodhuma sana Waajiraa dhimaa dubartiti fudhatani achis gamisiste qarshis fite qammni godina bakkashen desse cistuti dhufee qarshii kana seraan kafalichise sana boda iddo dhahuun bayyee rakkachaa turtee gidduti haromen dhufnaan hawasuman ganda saggiti deebite samichaa gara gara umataa irati gegessa bate sana keessaa Muraasa. 1. Maqaa deegarsa Paartii jedhu Naga’ee seraan alatin sasabamera 2. gagesitotaa gare dubartoota irra gare 19 ira gare tokkora qarshii 1500 _2000 funaana bate bakini jiru hin bekamu hawaasni gaffaa bahe Hisattuu narka jira nan debisa kan jeetee wadda galte tausa raagan qubsatu jira nama tokkora busi Waldaa dubarti jetee qarshii 116 ,96 kkkfff 3. qarshii parki jechuniin. Qarshiin sasabame achi butteen isa akka mila bakarwarree dhabamees jira. 4. qarshii Inshuuraansii fayyaa 54000 kan dhowwate ta’usa bekamadha 5. nagahe Waldaa dubartootaa kan Jedhuu enyuyu kan hin beknee dhoksaadhaan qofati kan qabdu ta’usale ragalen adda adda jiru fkn dubartootaa naga’en kun murame kenamef irra adda basanera kana hundaa nama hojjateef akka magaalaa galuuf haali mijachuf qaba Jechuun Maali jechudhaa??? warri biyyaa kana keessaa fira fi kabiine hin qabne Eessaa ha dhaqaanure?? hattuun ykn hanii Sirnaa kana kessati iddo guddda qaba jechudha?? bagaa hattee kaabineen kana caalaa hattaa jiraa kan jedhee degarus jira. isaf immoo paartii 2 isa fuudheen dhufaa.
1 3 4 5 6 7 13