( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called <strong>incorrectly</strong>. Translation loading for the <code>health-check</code> domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the <code>init</code> action or later. Please see <a href="https://developer.wordpress.org/advanced-administration/debug/debug-wordpress/">Debugging in WordPress</a> for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0004360568{main}( ).../index.php:0
20.0005360920require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0006361336require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0006362136require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0007363752require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.06905154120do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.06905155616WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.06905155616WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.07745759448{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.07785801176require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.07785801256Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.07785801256__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.07785801256translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.07785801256get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.07785801256_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.07815803864_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the <code>health-check</code> domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the <code>init</code> action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.07815805208wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called <strong>incorrectly</strong>. Translation loading for the <code>health-check</code> domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the <code>init</code> action or later. Please see <a href="https://developer.wordpress.org/advanced-administration/debug/debug-wordpress/">Debugging in WordPress</a> for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.07845806592trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called <strong>incorrectly</strong>. Translation loading for the <code>health-check</code> domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the <code>init</code> action or later. Please see <a href="https://developer.wordpress.org/advanced-administration/debug/debug-wordpress/">Debugging in WordPress</a> for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131

( ! ) Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php:6131) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/feed-rss2.php on line 8
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0004360568{main}( ).../index.php:0
20.0005360920require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.225211671904require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-includes/template-loader.php ).../wp-blog-header.php:19
40.229411814712do_feed( ).../template-loader.php:58
50.229511814752do_action( $hook_name = 'do_feed_rss2', ...$arg = variadic(FALSE, 'rss2') ).../functions.php:1641
60.229511814968WP_Hook->do_action( $args = [0 => FALSE, 1 => 'rss2'] ).../plugin.php:522
70.229511814968WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => FALSE, 1 => 'rss2'] ).../class-wp-hook.php:365
80.229511815400do_feed_rss2( $for_comments = FALSE ).../class-wp-hook.php:343
90.229511815480load_template( $_template_file = '/home/muhesocn/public_html/wp-includes/feed-rss2.php', $load_once = ???, $args = ??? ).../functions.php:1679
100.230011816328require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-includes/feed-rss2.php ).../template.php:814
110.230111816408header( $header = 'Content-Type: application/rss+xml; charset=UTF-8', $replace = TRUE ).../feed-rss2.php:8
https://muhesofmar.com/cpanel https://muhesofmar.com My WordPress Blog Sat, 31 Jan 2026 13:53:36 +0000 en-US hourly 1 https://wordpress.org/?v=6.9.4 Amajjii_23_bara_2018_irraa jalqabee feestaala fayyadamuufi omishuun seeraan nama gaafachiisa https://muhesofmar.com/2026/01/31/amajjii_23_bara_2018_irraa-jalqabee-feestaala-fayyadamuufi-omishuun-seeraan-nama-gaafachiisa/ https://muhesofmar.com/2026/01/31/amajjii_23_bara_2018_irraa-jalqabee-feestaala-fayyadamuufi-omishuun-seeraan-nama-gaafachiisa/#respond Sat, 31 Jan 2026 13:53:36 +0000 https://muhesofmar.com/?p=2614

Gaazexaa Bariisaa

Finfinnee: Feestaalliifi korojoon pilaastikii haftee boba’aarraa kan omishamaniidha. Omishni feestaalii boba’aa foosilii kan of keessaa qabu yoo ta’u, gaasiiwwan naannawaa faalan qaba.

Omishni pilaastikiiwwan kanaa omishuurraa jalqabee hanga gatuutti kaarbooniin naannawaatti akka gadi lakkifamu waan taasisuuf jijjiirama qilleensaa hammeessa.

Labsii qabiinsa balfa gogaa lakkoofsa 1383/2017 jedhuun mirkanaa’ee Amajjii 23, bara 2018 torbanota muraasa booda kan hojiirra oolu ta’a.

Labsicha keeyyata 25(1) jalatti namni korojoo pilaastikii faayidaa yeroo tokkoof qofa oolu qabatee argameefi ittifayyadame qarshii kuma lamaa hanga kuma shanii akka adabamu ibsa.

Keeyyata xiqqaa lama 25(2) jalatti immoo dhaabbilee seera kana cabsanirratti adabbiinsaa dachaa sadii akka ta’u tumameera.

Dhimma kanaan walqabatee addatti Gaazexaa Bariisaa waliin turtii kan taasisan Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannnawaa Oromiyaatti Daarektara Daarektoreetii To’annoofi Hordoffii Hojiirra Oolmaa Seerota Eegumsa Naannawaa Obbo Gizaachoo Birmataa akka jedhanitti, sadarkaa naannichaatti hojiiwwan hubannoo hawaasaa kennuu Waxabajjiirraa jalqabee gaggeeffamaa tureera.

Qaamolee labsicha hojiirra oolchaaniifi namoota miliyoona 22 oliif hojiin hubannoo uumuu raawwatameera.

Waltajjii idileetiin qaamolee seera raawwachiisan dabalatee akka Oromiyaatti namoota miliyoona saddeetiif haala ittifayyadama balfa pilaastikiin walaqabatee hubannoon tooftaalee addaddaatiin kennamu himaniiru.

Ittifayyadama feestaaliin walqabatee Amajjii 23, bara 2018 irraa eegalee kan dhorkamu ta’uufi namoonni qabatanii argamuun, omishuun, daddabarsuun akkasumas dhaabbileen omishanii argaman bu’uura seera labsii lakkoofsa 1383/2017n akka gaafataman eeraniiru.

Karaa miidiyaafi waltajjiilee addaaddaatiin hubannoon kennamaa jiru gaarii ta’uu himanii, osoo adabbiin hinjalqabamiin hawaasni dursee qophaa’uu akka qabu dhaamaniiru.

Dhaabbileen pilaastikoota naannawaa faalan omishan omishasaanii waan biraatti akka jijjiiranis hubannoon uumamuus eeraniiru.

Omishaalee feestaala bakka bu’uu danda’an kanneen akka waraqaafi huccuurraa hojjetaman, magaalota Shaggar, Bishooftuufi Adaamaatti omishamaa jiraachuu beeksisaniiru.

Gareen qorannoo gaggeessu naannichatti bobba’ee hojjechaa jiraachuu Obbo Gizaachoon ibsanii, garichi haala hubannoo hawaasaafi meeshaalee bakka feestaalii buusuuf maal akka jiruufi hammamtu qophaa’e kan jedhurratti galtee fiduun yeroo hojiitti seenama jedhan.

Hundaa ol hawaasni miidhaa feestaaliis ta’e balfi gogaan geessisu sirriitti hubachuu akka qabus gorsaniiru.

“Feestaalli dafee tortoruu waan hindandeenyeef yeroo dheeraaf biyyee keessa tura. Darbees fayyaa namaarratti miidhaa waan geessisuuf ummanni kana hubatee dursee qophii taasisuu qaba.

Kanaafiis miidiyaalee waliin hojiin hubannoo uumuu hojjetamaa jira. Akka waliigalaatti namoota miliyoona 22f hubannoon kennameera” jedhu.

Tamaam Abdulleetiin
Gaazexaa Bariisaa maxxansa Amajjii 9 Bara 2018

]]>
https://muhesofmar.com/2026/01/31/amajjii_23_bara_2018_irraa-jalqabee-feestaala-fayyadamuufi-omishuun-seeraan-nama-gaafachiisa/feed/ 0
Ameerikaa fi Itoophiyaan faayidaa biyyoolessaa waloo tiksuu irratti walii galanFinfinnee, Amajji 28, 2026: Ministirri Raayyaa Ittisaa Biyyaa, Injinar Ayishaa Ahimad kaleessa galgala Ajajaa Humna Waraanaa Yuunaayitid Isteetis kan Afriikaa Janaraal Daagviib Aandersan waliin dhimmoota nageenyaafi tasgabbii irratti marii erga gaggeessaniin booda ibsa kennanii jiran. Injinar Ayishaan wayita kana, kanaan dura biyyoottan lameen kun walitti dhufeenya cimaa akka qaban ibsanii, ammas walitti dhufeenya humna waraanaafi diiploomaasii guddataa dhufe gara sadarkaa itti aaanutti dabarsuudhaaf walii galuu dubbatan. Gama biraan nageenyafi tasgabbbii irrattis waliin hojjachuuf walii galuu eeranii, faayidaa waloo isaanii waliin eeguufi shororkeessummaa qolachuuf walii galaniiru jedhaniiru. Ajajaan Humna Waraanaa Yuunaayitid Isteetis kan Afriikaa Janaraal Daagviib Aandersan gama isaaniitiin kabaja ayyaana hundeeffama Humna Qilleensaa Itoophiyaa 90ffaa irratti argamuun isaanii seenaa waloo ture qorachuuf darbees, walitti dhufeenya egerii cimsuuf hiika qaba jedhanii jiran. Janaraal Aandersan, taateen kun rakkoo nageenyaa furuufi walitti dhufeenya waloo cimsuuf carraa dabalataa uumera jechuu isaanii Ministeerri Raayyaa Ittisaa Itoophiyaa ibseera. Kaleessa Itti Aanaan Ministira Dhimma Alaa Yuunaayitid Isteetis Kiristoofar Laandaawu Ajajaa Humna Waraanaa Yuunaayitid Isteetis kan Afriikaa Janaraal Daagviib Aandersan waliin agarsiisa aviyeeshinii Bishooftuu mooraa Humna Qilleensaa Itoophiyaa keessatti qophaye irratti argamuu isaanii gabaasuun keenya ni yaadatama. https://muhesofmar.com/2026/01/28/ameerikaa-fi-itoophiyaan-faayidaa-biyyoolessaa-waloo-tiksuu-irratti-walii-galanfinfinnee-amajji-28-2026-ministirri-raayyaa-ittisaa-biyyaa-injinar-ayishaa-ahimad-kaleessa-galgala-ajajaa-humna-waraa/ https://muhesofmar.com/2026/01/28/ameerikaa-fi-itoophiyaan-faayidaa-biyyoolessaa-waloo-tiksuu-irratti-walii-galanfinfinnee-amajji-28-2026-ministirri-raayyaa-ittisaa-biyyaa-injinar-ayishaa-ahimad-kaleessa-galgala-ajajaa-humna-waraa/#respond Wed, 28 Jan 2026 08:30:09 +0000 https://muhesofmar.com/?p=2608
]]>
https://muhesofmar.com/2026/01/28/ameerikaa-fi-itoophiyaan-faayidaa-biyyoolessaa-waloo-tiksuu-irratti-walii-galanfinfinnee-amajji-28-2026-ministirri-raayyaa-ittisaa-biyyaa-injinar-ayishaa-ahimad-kaleessa-galgala-ajajaa-humna-waraa/feed/ 0
Lolli akka Tiraampi dhaadatetti maalif Iraanirratti jalqabuu irraa of qusate?Ammajii 27,2026# ShabomediaOromiya. Iraan akka USAn laaltu kanatti salphatuufii hin dandeenye. Iraan Technology ammayyaa’e kan maqaan is EMP jedhamu oomishette. Meeyshaan kun akka Raadaratti fayyada. Qilleensa Iraan hunda raadara jalaa dhoysa. Jeettiiwwaan waraanaa qilleensa Iraan yeroo seenan GPS ykn kallattiin hundi jalaa bada. Ija ballaa taasisa. Inumaatuu akka jaamaa ija hin qabnee waan taasisuuf, Iraan salphaatti balleessuu dandeessi. Kana hordofuun, hoogganaan waraana USA ergama Iraan rukutuu fudhatee fi itti gaafatamaan jiddu-gala bahaa kan USA arra Israelitti walgahii irra jira. Israel 🇮🇱 akka B_2 Amerikaa iddoo kuusaa misaa’ila Iraan irraa rukutu gaafataa jirti. Garuu, Amerikaatti bitaa tahee jira. Iraan Teknolojiin hin dandahamne.. Lolli kun ji’a sadihiif osoo addaan hin dhaabbanne akka deemutti itti qophooyne jetti. Gama biraatiin yoo Iraan badde kophaa isii hin baddu naannawichas ni balleessiti, ja’an. https://muhesofmar.com/2026/01/28/lolli-akka-tiraampi-dhaadatetti-maalif-iraanirratti-jalqabuu-irraa-of-qusateammajii-272026-shabomediaoromiya-iraan-akka-usan-laaltu-kanatti-salphatuufii-hin-dandeenye-iraan-technology-ammayyaae/ https://muhesofmar.com/2026/01/28/lolli-akka-tiraampi-dhaadatetti-maalif-iraanirratti-jalqabuu-irraa-of-qusateammajii-272026-shabomediaoromiya-iraan-akka-usan-laaltu-kanatti-salphatuufii-hin-dandeenye-iraan-technology-ammayyaae/#respond Wed, 28 Jan 2026 08:27:13 +0000 https://muhesofmar.com/?p=2604
]]>
https://muhesofmar.com/2026/01/28/lolli-akka-tiraampi-dhaadatetti-maalif-iraanirratti-jalqabuu-irraa-of-qusateammajii-272026-shabomediaoromiya-iraan-akka-usan-laaltu-kanatti-salphatuufii-hin-dandeenye-iraan-technology-ammayyaae/feed/ 0
Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa garee seeraan alaa Namoota daddabarsan 22 too’achuu beeksise.Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa shakkamtoota seeraan ala namoota 1,800 daddabarsan, lubbuu namoota lamaa balleessuun, namoota 15 asbuutee dhabamsiisan, akkasumas seeraan ala birrii biliyoona 2 fi miliyoona 160 ol namoota irraa saaman keessaa 22 to’annaa jala oolchuu beeksise.Poolisiin Federaalaa gabaasa isaa keessatti, gareen kun seeraan alaa namoota daddabarsuun, garee yakkaa gurmeessuun hooggantootaa fi miseensota garee kanaa ta’uun gocha yakkaa kana irratti hirmaataniiru.Shakkamtoonni kunneen garee yakkaa hamaa qindeessuun, yakka kana raawwachuun daldaltoota sobaa kutaalee biyya keenyaa adda addaatti bobbaasuun toora yakkaa daldala namaa seeraan alaa hundeessuun, jireenya fooyya’aa jiraachuuf abdii sobaa qabatanii karaa Liibiyaa gara Awurooppaatti namoota erganiiru.Galmeen qorannoo poolisii akka agarsiisutti Namoonni badii kana raawwatan, Liibiyaa keessatti namoota imalan manneen hidhaa fakkaatan keessatti hidhuun, maallaqa guddaa maatii isaanii irraa gaafachuun, yeroo maatiin miidhamtootaa dafanii kaffaluu hin dandeenye immoo suura fi viidiyoo suukanneessaa garaa jabinaa erguun maallaqa akka kaffalan dirqisiisuu isaanii poolisiin mirkaneesse.Poolisiin Federaalaa qorannoo gaggeessuun, maallaqa seeraan alaa argatan kanaan qabeenya biyya keessaa fi alaa bitachuu, manneen, konkolaataa fi maallaqa miliyoona 71 ol akka baankii keessaa qaban mirkaneesse.Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa qindoomina Ministeera Haqaa Federaalaa, Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa, Tajaajila Nageenya Finfinnee fi qooda fudhattoota biroo waliin ta’uun shakkamtoota kutaalee biyya keenyaa adda addaa keessatti hordofuu fi to’annaa jala oolchuu danda’uu galmeen qorannoo poolisii ni mul’isa.Poolisiin itti fufee, gareewwan seeraan alaa imala namoota qindeessan(daldala namaa) irratti tarkaanfii cimaan akka fudhatu ibse. Hawaasni immoo appii EFPApp ykn lakkoofsa bilisaa 991 irratti bilbiluun odeeffannoo akka kennu waamicha dhiyeesse. https://muhesofmar.com/2026/01/28/poolisiin-federaalaa-itoophiyaa-garee-seeraan-alaa-namoota-daddabarsan-22-tooachuu-beeksise-poolisiin-federaalaa-itoophiyaa-shakkamtoota-seeraan-ala-namoota-1800-daddabarsan-lubbuu-namoota/ https://muhesofmar.com/2026/01/28/poolisiin-federaalaa-itoophiyaa-garee-seeraan-alaa-namoota-daddabarsan-22-tooachuu-beeksise-poolisiin-federaalaa-itoophiyaa-shakkamtoota-seeraan-ala-namoota-1800-daddabarsan-lubbuu-namoota/#respond Wed, 28 Jan 2026 08:22:26 +0000 https://muhesofmar.com/?p=2601
]]>
https://muhesofmar.com/2026/01/28/poolisiin-federaalaa-itoophiyaa-garee-seeraan-alaa-namoota-daddabarsan-22-tooachuu-beeksise-poolisiin-federaalaa-itoophiyaa-shakkamtoota-seeraan-ala-namoota-1800-daddabarsan-lubbuu-namoota/feed/ 0
Biyya #Afrikaa_Bahaa Lameen #Kenya fi #Ethiopia #Masaraa Mootummaa Biyyoolessaa.Two Neighboring Countries in East Africa, Kenya 🇰🇪 and Ethiopia 🇪🇹 with their Presidential Palace 🌍🙏.#Kenya #Ethiopia.Viva Africa. https://muhesofmar.com/2026/01/28/biyya-afrikaa_bahaa-lameen-kenya-fi-ethiopia-masaraa-mootummaa-biyyoolessaa-two-neighboring-countries-in-east-africa-kenya-%f0%9f%87%b0%f0%9f%87%aa-and-ethiopia-%f0%9f%87%aa%f0%9f%87%b9-with-thei/ https://muhesofmar.com/2026/01/28/biyya-afrikaa_bahaa-lameen-kenya-fi-ethiopia-masaraa-mootummaa-biyyoolessaa-two-neighboring-countries-in-east-africa-kenya-%f0%9f%87%b0%f0%9f%87%aa-and-ethiopia-%f0%9f%87%aa%f0%9f%87%b9-with-thei/#respond Wed, 28 Jan 2026 08:20:52 +0000 https://muhesofmar.com/?p=2598
]]>
https://muhesofmar.com/2026/01/28/biyya-afrikaa_bahaa-lameen-kenya-fi-ethiopia-masaraa-mootummaa-biyyoolessaa-two-neighboring-countries-in-east-africa-kenya-%f0%9f%87%b0%f0%9f%87%aa-and-ethiopia-%f0%9f%87%aa%f0%9f%87%b9-with-thei/feed/ 0
Jechoota Hayyoota Addunyaa***************************👇1.👉 Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadaman beektota qofa.(Thomas Takias) 2.👉 sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka’i. (Jecha warra Ingilizii) 3.👉 Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama.(wiiliyaam sheekispir) 4. 👉Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa har’aa balleessuudha. (Maaksim Troobey) 5. 👉Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jalaa bahuu hin dandeessu.(William shekispir) 6.👉 Addunyaa kana jechi ibsu hin jiru.(Jecha warra Morookoo) 7. 👉Nama carraa qabu galaanatti yoo darbatteyyuu qurxummii afaanitti qabatee baha.(Jecha warra Arabaa) 8.👉 Namni suuta deemu dafee bakka yaade gaha.(jecha warra chaayinaa) 9.👉 Daandii bakka yaadde si geessitu osuu hin beekiin adeemsa hin jalqabiin.(Jecha warra Ingilizii) 10.👉 Namni waan hundumaa hawwu nama guddaadha.Namni waan argachuu danda’u qofaa hawwummoo nama ogeessadha.(Jecha warra Aayilaandii) 11.👉 Namni dogoggorsasaa mul’isee himatu akka nama kosii manaa haruuti.(Maataammaa Gaandii) 12.👉 Nama tokko dogoggorasaarraa deebisuun hojii guddaadha.(Abirahaan Liinkan) 13.👉 Namoonni hammuma gammachuuf of qopheessan gammadu.(Abirahaam Liinkan) 14.👉 Namoota biroodhaaf hin yaadnu yoo taane,waanta namaaf gochuufii dandeenyu yoo dhiifne burqaa gammachuu tokko Akka gogsine beekuu qabna.(Rey Liiman Wiilber) 15.👉 Gammachuu fi shittoon walfakkaatu.Osuu namootaaf biifanii ofiis urgeeffatu.(Maaliif Waaltoo Imarsan) 16.👉 √ Maalaqni nyaata malee fedhii nyaataa hin bitu. √ Maalaqni qoricha malee fayyaa hin bitu. √ Maalaqni hordoftoota malee hiriyaa hin bitu. √ Maalaqni Hojjettoota malee Amanamtoota hin bitu. (Heenriik Ibsan) 17.👉 Namoonni hedduun abdii fuula duraa qaban abjootanii yeroo gammachuu abdiidhaan eeggatu. Garuu guyyaan har’aa guyyaa hundumaarra guyyaa addaati. Sababnisaa guyyaan har’aa harka kee keessa seentee jirti.(Charles Koltan) https://muhesofmar.com/2026/01/28/jechoota-hayyoota-addunyaa%f0%9f%91%871-%f0%9f%91%89-namoonni-hedduu-gorsa-yoo-fudhataniyyuukanneen-itti-fayyadaman-beektota-qofa-thomas-takias-2-%f0%9f%91%89-sababa-tees/ https://muhesofmar.com/2026/01/28/jechoota-hayyoota-addunyaa%f0%9f%91%871-%f0%9f%91%89-namoonni-hedduu-gorsa-yoo-fudhataniyyuukanneen-itti-fayyadaman-beektota-qofa-thomas-takias-2-%f0%9f%91%89-sababa-tees/#respond Wed, 28 Jan 2026 08:15:53 +0000 https://muhesofmar.com/?p=2595
]]>
https://muhesofmar.com/2026/01/28/jechoota-hayyoota-addunyaa%f0%9f%91%871-%f0%9f%91%89-namoonni-hedduu-gorsa-yoo-fudhataniyyuukanneen-itti-fayyadaman-beektota-qofa-thomas-takias-2-%f0%9f%91%89-sababa-tees/feed/ 0
Bakka buutuu uummata #Minnesota kan taate Ilhan Omar irratti adoo isiin marii uummata gaggeessaafi galma keessattu kolbaa dubbisaa jirtuu adiin tokko bisaaf itti cirriqqatee miidhuuf itti demee irraa qaban. Ilhan rakkoo keessa jirti. Dhugaa Media https://muhesofmar.com/2026/01/28/bakka-buutuu-uummata-minnesota-kan-taate-ilhan-omar-irratti-adoo-isiin-marii-uummata-gaggeessaafi-galma-keessattu-kolbaa-dubbisaa-jirtuu-adiin-tokko-bisaaf-itti-cirriqqatee-miidhuuf-itti-demee-irraa/ https://muhesofmar.com/2026/01/28/bakka-buutuu-uummata-minnesota-kan-taate-ilhan-omar-irratti-adoo-isiin-marii-uummata-gaggeessaafi-galma-keessattu-kolbaa-dubbisaa-jirtuu-adiin-tokko-bisaaf-itti-cirriqqatee-miidhuuf-itti-demee-irraa/#respond Wed, 28 Jan 2026 08:14:24 +0000 https://muhesofmar.com/?p=2591
]]>
https://muhesofmar.com/2026/01/28/bakka-buutuu-uummata-minnesota-kan-taate-ilhan-omar-irratti-adoo-isiin-marii-uummata-gaggeessaafi-galma-keessattu-kolbaa-dubbisaa-jirtuu-adiin-tokko-bisaaf-itti-cirriqqatee-miidhuuf-itti-demee-irraa/feed/ 0
Gargaaramtummaarra Gara Oomishtummaatti !==Pirezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii Godina Baalee Bahaa,Aanaa Gindhiiritti sassaabbii oomisha qamadii investimantii Buusaa Gonofaa raawwachiisaniiru.Oomishni qamadii qonna investimantii Buusaa Gonofaa saassabamaa jiru kunis lafa hektaara 2153.4 irraatti kan misoome yoo tahu kanarraayis callaan kuntalli kuma 65 kan eeggamu yoo tahu,hanga ammatti oomishni qamadii kuntaalli kuma 38 walitti qabamee jira.Sassaabbiin Oomisha qamadii investimantii Buusaa Gonofaa Godina Baalee Bahaa,Aanaa Gindhiir kunis bakka Pirezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii argamanitti gaggeeffameera. Obbo Awwaluun saganticha irratti argamuun ergaa kan dabarsan yoo ta’u oomishni Buusaa Gonofaa bu’aa yaadama ida’amuu ta’uu ibsuun Buusaa Gonofaan gargaaramtummaa irraa gara oomishitummaatti cehuun qabeenyi akka horatamu taasisuun humna dandamannaa naannichaa cimsuun ofiin of danda’uunis rakkoo uumamaa fi namtolchee dandamachisuuf karoora mootummaan qabate milkeessuuf godinaalee Oromiyaa garagaraa keessatti lafa buusaa gonofaa qopheessuun hojii bal’aan hojjatamaa kan jiru ta’uu ibsaniiru. Godina Baalee Bahaattis investimantii buusaa gonofaan Oomishni argame agarsiiftuu guddaadha jedhaniiru https://muhesofmar.com/2026/01/27/gargaaramtummaarra-gara-oomishtummaatti-pirezidaantii-itti-aanaan-mootummaa-naannoo-oromiyaa-obbo-awwaluu-abdii-godina-baalee-bahaaaanaa-gindhiiritti-sassaabbii-oomisha-qamadii-investimantii-buus/ https://muhesofmar.com/2026/01/27/gargaaramtummaarra-gara-oomishtummaatti-pirezidaantii-itti-aanaan-mootummaa-naannoo-oromiyaa-obbo-awwaluu-abdii-godina-baalee-bahaaaanaa-gindhiiritti-sassaabbii-oomisha-qamadii-investimantii-buus/#respond Tue, 27 Jan 2026 15:28:18 +0000 https://muhesofmar.com/?p=2584
]]>
https://muhesofmar.com/2026/01/27/gargaaramtummaarra-gara-oomishtummaatti-pirezidaantii-itti-aanaan-mootummaa-naannoo-oromiyaa-obbo-awwaluu-abdii-godina-baalee-bahaaaanaa-gindhiiritti-sassaabbii-oomisha-qamadii-investimantii-buus/feed/ 0
#Oduu_AmmeeHiriirri dhaadannoo “Pireezidaanti Donald J. Trump keessan Itiyoophiyaa fi Afrikaa irraa kaasaa” jedhu gaggeeffamuufi. **************Lammiileen Itiyoophiyaa Afrikaa Kibbaa haasawa Pireezidaanti Tiraamp irratti addabaabayii Neelsan Maandeellaatti hiriira mormii taasisuuf akka jiran himame. Miseensonni diyaaspooraa Itiyoophiyaa fi aktivistoonni Paan Afrikaa haasawa pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp hidha haaromsa guddicha Itoophiyaa fi Abbaa biyyummaa Itiyoophiyaa irratti taasisan mormuuf Afrikaa Kibbaa keessatti hiriira guddaa #NoMore addabaabayii seena qabeessa Nelson Mandela Square Johannesburg keessatti gaggeeffamuuf qophii xummuruu isaanii beeysisaniiru. Akka qindeessitoonni hiriira kanaa jedhanitti, sochiin kun murtee dhiheenna kana pireezidaant Doonaald Tiraamp Masrii moggaa dhaabbachuu fi hidha qabeennaa fi humna lammiilee Itiyoophiyaatiin ijaarame Ameerikaan ijaarame jedhee dhiyeessuuf deebii kennuudha. Mormitoonni kunneen dhaadannoo “Pireezidaant Tiraamp, harka keessan Itoophiyaa fi Afrikaa irraa kaasaa” jechuun dhaamsa cimaa hawaasa addunyaaf dabarsuuf karoorfataniiru. Hiriira kana irratti lammiilee Itiyoophiyaa dabalatee aktivistoonni beekamoo Paan Afrikaa 50 ol kan hirmaatan yoo ta’u, * Sudaan, .* Keeniyaa, .* Bootswaanaa, .* Angoolaa fi* Naamibiyaa. Qabiyyeen mormii kanaas;-•Jidduu seenuun biyya alaa kamuu kan mirga uumamaa Itiyoophiyaan laga Abbayyaa irratti qabdu sarbu diduudha. •Madda maallaqa ijaarsa Hidha Haaromsaa ilaalchisee odeeffannoo pireezidaanti Tiraamp kennan balaaleffachuu. •Itiyoophiyaan dhiheenna kana warshaa anniisaa niwukilaraa labsite; hordofuun hojiiwwan Afrikaa jeequuf hojjetamaa jiran, “waamicha dammaqiinsaa” jechuun diduu fa’a of keessatti qabata. Qindeessitootni hiriira kanaa dhumarratti, “Abbootiin keenna gootummaan magaalaa guddoo Gamtaa Afrikaa Finfinnee baraaranii, “Hidha Haaromsaa keenna mallattoo abbaa biyyummaa keennaa ta’ee ni tikfna” jechuun lammiileen Itiyoophiyaa fi Afrikaan https://muhesofmar.com/2026/01/27/oduu_ammeehiriirri-dhaadannoo-pireezidaanti-donald-j-trump-keessan-itiyoophiyaa-fi-afrikaa-irraa-kaasaa-jedhu-gaggeeffamuufi-lammiileen-itiyoophiyaa-afrikaa-kibbaa-haasawa-pireez/ https://muhesofmar.com/2026/01/27/oduu_ammeehiriirri-dhaadannoo-pireezidaanti-donald-j-trump-keessan-itiyoophiyaa-fi-afrikaa-irraa-kaasaa-jedhu-gaggeeffamuufi-lammiileen-itiyoophiyaa-afrikaa-kibbaa-haasawa-pireez/#respond Tue, 27 Jan 2026 15:22:34 +0000 https://muhesofmar.com/?p=2580
]]>
https://muhesofmar.com/2026/01/27/oduu_ammeehiriirri-dhaadannoo-pireezidaanti-donald-j-trump-keessan-itiyoophiyaa-fi-afrikaa-irraa-kaasaa-jedhu-gaggeeffamuufi-lammiileen-itiyoophiyaa-afrikaa-kibbaa-haasawa-pireez/feed/ 0
ዛሬ የኢፌዲሪ አየር ኃይል 90ኛ ዓመት ክብረ በዓልን በማስመልከት በተሰናዳው የአቪዬሽን ኤክስፖ 2026 መክፈቻ ላይ ተገኝቻለሁ። “ወደፊት መብረር፣ የጋራ ነገን መገንባት” በሚል መሪ ቃል የተዘጋጀው ኤክስፖ የአቪዬሽን ቴክኖሎጂን፣ ክህሎትን፣ ትብብርን የማሳደግና በማደግ ላይ ያለውን የኢትዮጵያ የአፍሪካ አቪዬሽን ማዕከልነት ሚናን ለማጠናከር የሐገር ውስጥ እና የውጭ ተባባሪ አካላትን በአንድ መድረክ ያገናኘ ነው።Har’a Eksipoo Aviyeeshinii Ayyaana Hundeeffama Wagga 90ffaa Humna Qilleensaa Itoophiyaa ilaalchisuudhaan qophaa’e irratti argameera. Eksipoon yaada ijoo “Fuulduratti Balali’uu, Egeree waloo Ijaaruu” jedhuun qophaa’e teknooloojii aviyeeshinii, ogummaafi, walta’insa guddisuudhaan gahee Itoophiyaan wiirtuu aviyeeshinii Afrikaa ta’uudhaaf qabdu cimsuudhaaf, waltajjii qaamolee michuwwan biyya keessaafi alaa walittifidedha.Today, I attended the opening of the Aviation Expo 2026 as part of the celebrations marking 90 years of the Ethiopian Air Force. Under the theme “Flying Forward, Building a Shared Future,” the Expo brings together national and international partners to advance aviation technology, skills, and cooperation, and to strengthen Ethiopia’s role as a growing aviation and aerospace hub in Africa. https://muhesofmar.com/2026/01/24/%e1%8b%9b%e1%88%ac-%e1%8b%a8%e1%8a%a2%e1%8d%8c%e1%8b%b2%e1%88%aa-%e1%8a%a0%e1%8b%a8%e1%88%ad-%e1%8a%83%e1%8b%ad%e1%88%8d-90%e1%8a%9b-%e1%8b%93%e1%88%98%e1%89%b5-%e1%8a%ad%e1%89%a5%e1%88%a8-%e1%89%a0/ https://muhesofmar.com/2026/01/24/%e1%8b%9b%e1%88%ac-%e1%8b%a8%e1%8a%a2%e1%8d%8c%e1%8b%b2%e1%88%aa-%e1%8a%a0%e1%8b%a8%e1%88%ad-%e1%8a%83%e1%8b%ad%e1%88%8d-90%e1%8a%9b-%e1%8b%93%e1%88%98%e1%89%b5-%e1%8a%ad%e1%89%a5%e1%88%a8-%e1%89%a0/#respond Sat, 24 Jan 2026 15:04:56 +0000 https://muhesofmar.com/?p=2573
]]>
https://muhesofmar.com/2026/01/24/%e1%8b%9b%e1%88%ac-%e1%8b%a8%e1%8a%a2%e1%8d%8c%e1%8b%b2%e1%88%aa-%e1%8a%a0%e1%8b%a8%e1%88%ad-%e1%8a%83%e1%8b%ad%e1%88%8d-90%e1%8a%9b-%e1%8b%93%e1%88%98%e1%89%b5-%e1%8a%ad%e1%89%a5%e1%88%a8-%e1%89%a0/feed/ 0