( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0001362400{main}( ).../index.php:0
20.0002362752require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0002363168require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0002363968require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0002365584require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.04815155952do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.04815157448WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.04815157448WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.05535761280{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.05565803008require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.05565803088Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.05565803088__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.05565803088translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.05565803088get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.05565803088_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.05595805696_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.05595807040wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.05605808424trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131

( ! ) Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php:6131) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/feed-rss2-comments.php on line 8
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0001362400{main}( ).../index.php:0
20.0002362752require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.176711684872require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-includes/template-loader.php ).../wp-blog-header.php:19
40.179911828096do_feed( ).../template-loader.php:58
50.179911828136do_action( $hook_name = 'do_feed_rss2', ...$arg = variadic(TRUE, 'rss2') ).../functions.php:1641
60.179911828352WP_Hook->do_action( $args = [0 => TRUE, 1 => 'rss2'] ).../plugin.php:522
70.179911828352WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => TRUE, 1 => 'rss2'] ).../class-wp-hook.php:365
80.179911828784do_feed_rss2( $for_comments = TRUE ).../class-wp-hook.php:343
90.179911828880load_template( $_template_file = '/home/muhesocn/public_html/wp-includes/feed-rss2-comments.php', $load_once = ???, $args = ??? ).../functions.php:1677
100.179911829616require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-includes/feed-rss2-comments.php ).../template.php:814
110.180011829696header( $header = 'Content-Type: application/rss+xml; charset=UTF-8', $replace = TRUE ).../feed-rss2-comments.php:8
Comments on: Finfinneen magaalota Afrikaa 10 akkaan qaalii ta’an keessaa akkamiin jalqabarratti eeramuu dandeesse?Magaalaan Finfinnee magaalota Afrikaa akkaan qaalii ta’an keessaa jalqabarratti eeramteAfrikaatti jaarmiyaan sadarkaa dinagdee, jiruufi jireenya uummataa madaalee waggaan gabaasa dhiheessu- Africa Business Insider qaala’iinsa jireenyaan sadarkaa magaalonni Afrikaa irra jiran baaseera.Akkaataa gabaasa jaarmiyaa kanaatti magaalota Afrikaa 10 bara 2025 akkaan qaalii jedhaman magaalaan Finfinnee jalqabarratti eeramteetti.Haata’u malee, gabaasa jaarmiyaan kun dandeettii waa bituu (diinagdee uummataa) ilaalchisee baaseen magaalaan Finfinnee tokkoo hanga kudhanii keessatti hin eeramne.Gabaasi xumura bara 2025 irratti gadhiifame kun qaala’iinsa magaalota Afrikaa 10 keessatti akkaan dabale wayita qaaccessu, kiraa manaa irratti fuulleffate.Madaallii kanaan magaalonni tokkoo hanga kudhanii jiran Finfinnee, Keep Taawon, Kigaalii, Wiindihook, Piriitooriyaa, Johaanisbarg, Kaasaabilaankaa, Daaresalaam, Raabaat fi Lusaakaadha.Magaalonni jiraattonni isaanii dandeettii waa bituu qaban ykn diinagdeensaanii jabaa ta’e ammoo Johaanisbarg, Piriitooriyaa, Keep Taawon, Darbaan, Raabaat, Maaraakeesh, Tiriippoolii, Gaaboroonee, Kaasaabilaankaa fi Tuunis.Gabaasa kana keessatti magaalaan Finfinnee addunyaarrattis magaalota qaalii ta’an keessatti eeramteetti. Sadarkaa 202 irratti eeramte.Jaarmiyaan sadarkaa qaala’iinsa magaalota Afrikaa baase kun galiin jiraattota magaalaa baasii manaatti akka dhumu ibse.Kun ammoo galii nama dhuunfaa qofa osoo hin taane diinagdee waliigalaa fi jireenya hawaasummaa miidheera jedhe.Keessattuu bara kana dhiibbaan kiraa manaa akkaan olaanaa ta’uu iba kana keessatti eerameera.Sababa kanatti manneen namootaa, kaampaaniiwwan fi walumaagalatti guddinni magaalaa quucareera jedha gabaasi kun.Kiraan akkaan dabaluun sochii fi iddoo jireenyaa uummataa irrattis dhiibbaa uumeera jedhe jaarmiyaan kun.Jiraattonni hedduun mana humnasaaniin walgitu kireeffachuuf jecha iddoo hojiisaaniirraa fagaatanii handaara magaalaatii mana kireeffatu.Kun ammoo baasii geejjibaaf isaan saaxila, yeroos jalaa guba jechuun madda rakkoo magaalota kunneen ibse jaarmiyaan kun.Rakkoon haala kanaan walirratti kuufamaa ba’e xumura bara kanaatti wayita madaalamu jiraattota hiyyummaaf saaxiluu fi muddama hawaasaa ammeessuutu hubatame.Keessattuu jiraattonni galii gadi aanaa fi giddugaleessaa qaban baayyee miidhaman akka gabaasa kanaatti.Barri 2025 interpiraayizoota xixiqqoo (maayikiroo) ta’aniifis qormaata ture, bakka manni kiraa akkaan qaalii ta’etti hojii haaraa eegaluun ulfaataa ta’eera.Keessattuu hojii daldalaa eegaluuf manneen kiraa bakka daldalaa jiran kireeffachuun akkaan ulfaataadha.Sababa kanatti biizinesiiwwan hedduun bakkaa socho’aniiru. Kunimmoo daddaaqama keessa isaan galchuun hedduun sadarkaa abdii kutachuun cufuurra ga’aniiru.Bara kana keessa qaala’iinsi kiraa manaa sooressaa fi hiyyeessa gidduutti adda addummaan akka bal’atu taasiseera jedha gabaasi Africa Business Insider kun.Kanarraa kan kan ka’e qubsumni seeraan alaa babal’achuu fi namoonni walirratti heddummaatanii bakka tokko jiraachuun akkaan dabaleera jedha.Maatiin mana sirrii kireeffachuu dadhaban namoota kaan faana mana tokko qooddachuun jiraachuu ykn mana sadarkaansaa akkaan gadi bu’e keessa jiraachuuf dirqamaniiru.Haalli kun fayyaa hawaasaa, barnootaa fi walumaagalatti qulqullina jireenya hawaasaa akkaan miidheera jedha gabaasi kun.Garaagarummaan diinagdee haala kanaan bal’achuun hawaasi akkaataa humna qabuun daangaa tolfatee akka walqoodee jiraatu taasiseera kan jedhu gabaasi kun, magaalota garii keessatti sababa kanaan uummanni tajaajila bu’uuraa dhabeera jedhe https://muhesofmar.com/2025/12/13/finfinneen-magaalota-afrikaa-10-akkaan-qaalii-taan-keessaa-akkamiin-jalqabarratti-eeramuu-dandeessemagaalaan-finfinnee-magaalota-afrikaa-akkaan-qaalii-taan-keessaa-jalqabarratti-eeramteafrikaatti/ My WordPress Blog Sat, 13 Dec 2025 14:54:44 +0000 hourly 1 https://wordpress.org/?v=6.9.4