DARGAGGUMMAAN ******icciitii guddaa dha!Ciniinnadhuuti utuu irra hin darbiin hamma dhumaatti dubbisi!Qaxalee koo🤝🏿 dhuma irratti dhoksaa guddaa hubatta!✍️🏿Dargaggummaan yeroo mijooftuu fi murtooftuu jireenya dhala namaa keessatti turning point jireenyaati.Kana dargaggeessi kamuu itti yaaduu qaba jedheen amana!Yoo seeraan itti fayyadamuu baatani garuu inni namatti fayyadamuu akka danda’u beekuun nama hin rakkisu.Barri dargaggummaa yeroo itti sammuun namaa qaroominaaf si’aayina gahaa qabu ykn beekumsa walii-galaa/general knowledge argachuuf of-qopheessu; akkasumas yeroo itti qaamni namaa ijaaramu/body building itti argatu dha! Yeroo akkasii kanatti; hojjechuuf, nyaachuuf, jiraachuuf, jijjiiramuuf, biyya gaggeessuuf, waan haaraa kalaquuf, duula jireenyaa mo’achuuf, daangaa biyyaa kabachiisuufis ta’e kan biroof, yeroo baay’ee barbaachisaa utuu hin ta’iin, yeroo baay’ee murteessaa dha!Kuni hundumtuu bara dargaggummaatti baay’ee salphaa dha!Kanaafuu;Dargaggummaa keHumna keYeroo keMiidhagina keSimboo ke Carraa keEessatti akka facaasaa jirtu itti yaaduun baay’ee barbaachisaa dha!Yoo akkas hin ta’u ta’e itti hin deebitu!Al-tokkoof isa dhumaati.Kan barri itti darbuu danda’u akka ta’e of amansiisi!Addunyaa kana irratti dhiibbaa gurguddaa geessisuuf, humnii fi dandeettiin Dargaggeessi tokko qabu daran ol-aanaa dha!Hundumaa kan danda’u garuu Waaqayyo qofaa dha!Kana jechuun immoo ijoollummaatti ykn yeroo dullumaatti waan guddaa hojjechuun hin danda’amu jechuu ko miti!Utuu miilla qabanii fiiguu wayya jechuu dha malee.Garuu guyyaa tokko kuni hundumtuu hafee du’uu fi awwaalamuutu dhala namaa hundumaa eeggata.Sana booda sochiin tokko hin ta’u!Wanti hundumtuu achitti dhaabbata.Waan baduuf jirutu nama balleessa!Ati garuu ogeessa ta’i!Guutummaa jireenya kee Waaqayyotti kennadhu! Keessumattuu hojii tajaajila mootummaa Waaqayyootti bobbaatanii kan jirtanAkka hojjetaa gaariitti Waaqayyo gooftaa keessaniif of-kennaa!Barri jireenya keessanii fuula Waaqayyootti kan lakkaa’ame ta’uu yaadadhaa!Dadhabbiin keessan akkasumaan miti!Gatiin nama dadhabaa harka Waaqayyoo irratti hin badu waan ta’eef inni dachaa godhee gonfoo keessan isiniif in kenna!🙏🏿Ani Dargaggeessa nuffii tokko malee dadhabbii fi dhibaa’ummaa malee hojii gooftaa isaa hojjetee mo’ichaan xumuru akkan ta’uuf (kadhannaa ko) yeroo hundumaati!🥹🤲🏾Isinis naaf kadhadhaa!🙏🏿Karaatti akka hin hafne nan barbaada!Haala ulfaataa kamuu keessatti isa na gargaaru Waaqayyoon nan galateeffadha!Isinis Jabaadhaa!Ergaa kana dargaggeessa/dargaggeettii 1f qoodaa!Galatoomaa🙏🏿Like fi share gochuun Hiriyoota keessan nama jaalataanif share godhaa biraan geeyaa Galatoomaa Dr.Chala hordofuu hin dagatinaa Dr.Chala
Home  ⇒  Uncategorized   ⇒   DARGAGGUMMAAN ******icciitii guddaa dha!Ciniinnadhuuti utuu irra hin darbiin hamma dhumaatti dubbisi!Qaxalee koo🤝🏿 dhuma irratti dhoksaa guddaa hubatta!✍️🏿Dargaggummaan yeroo mijooftuu fi murtooftuu jireenya dhala namaa keessatti turning point jireenyaati.Kana dargaggeessi kamuu itti yaaduu qaba jedheen amana!Yoo seeraan itti fayyadamuu baatani garuu inni namatti fayyadamuu akka danda’u beekuun nama hin rakkisu.Barri dargaggummaa yeroo itti sammuun namaa qaroominaaf si’aayina gahaa qabu ykn beekumsa walii-galaa/general knowledge argachuuf of-qopheessu; akkasumas yeroo itti qaamni namaa ijaaramu/body building itti argatu dha! Yeroo akkasii kanatti; hojjechuuf, nyaachuuf, jiraachuuf, jijjiiramuuf, biyya gaggeessuuf, waan haaraa kalaquuf, duula jireenyaa mo’achuuf, daangaa biyyaa kabachiisuufis ta’e kan biroof, yeroo baay’ee barbaachisaa utuu hin ta’iin, yeroo baay’ee murteessaa dha!Kuni hundumtuu bara dargaggummaatti baay’ee salphaa dha!Kanaafuu;Dargaggummaa keHumna keYeroo keMiidhagina keSimboo ke Carraa keEessatti akka facaasaa jirtu itti yaaduun baay’ee barbaachisaa dha!Yoo akkas hin ta’u ta’e itti hin deebitu!Al-tokkoof isa dhumaati.Kan barri itti darbuu danda’u akka ta’e of amansiisi!Addunyaa kana irratti dhiibbaa gurguddaa geessisuuf, humnii fi dandeettiin Dargaggeessi tokko qabu daran ol-aanaa dha!Hundumaa kan danda’u garuu Waaqayyo qofaa dha!Kana jechuun immoo ijoollummaatti ykn yeroo dullumaatti waan guddaa hojjechuun hin danda’amu jechuu ko miti!Utuu miilla qabanii fiiguu wayya jechuu dha malee.Garuu guyyaa tokko kuni hundumtuu hafee du’uu fi awwaalamuutu dhala namaa hundumaa eeggata.Sana booda sochiin tokko hin ta’u!Wanti hundumtuu achitti dhaabbata.Waan baduuf jirutu nama balleessa!Ati garuu ogeessa ta’i!Guutummaa jireenya kee Waaqayyotti kennadhu! Keessumattuu hojii tajaajila mootummaa Waaqayyootti bobbaatanii kan jirtanAkka hojjetaa gaariitti Waaqayyo gooftaa keessaniif of-kennaa!Barri jireenya keessanii fuula Waaqayyootti kan lakkaa’ame ta’uu yaadadhaa!Dadhabbiin keessan akkasumaan miti!Gatiin nama dadhabaa harka Waaqayyoo irratti hin badu waan ta’eef inni dachaa godhee gonfoo keessan isiniif in kenna!🙏🏿Ani Dargaggeessa nuffii tokko malee dadhabbii fi dhibaa’ummaa malee hojii gooftaa isaa hojjetee mo’ichaan xumuru akkan ta’uuf (kadhannaa ko) yeroo hundumaati!🥹🤲🏾Isinis naaf kadhadhaa!🙏🏿Karaatti akka hin hafne nan barbaada!Haala ulfaataa kamuu keessatti isa na gargaaru Waaqayyoon nan galateeffadha!Isinis Jabaadhaa!Ergaa kana dargaggeessa/dargaggeettii 1f qoodaa!Galatoomaa🙏🏿Like fi share gochuun Hiriyoota keessan nama jaalataanif share godhaa biraan geeyaa Galatoomaa Dr.Chala hordofuu hin dagatinaa Dr.Chala

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *