“Bara 2025, Itoophiyaan humna waraanaa jabaa qabaachuun Afriikaarraa sadarkaa shanaffaa argattte” Gabaasa Giloobaal Faayirpaawor Oduu Walif TV ( Sad 17/2025) Finfinnee Gabaasni Global Firepower jedhamu biyyoota afrikaa humna waraana jabaa ta’ee qaban jedhaman sadarkaa tokko hanga kudhan baaseen Itoophiyaan sadrakaa shanaffaa yoo qabattu, Masirii immoo biyya humna waraana Afrikaa irraa jabaa ta’ee qabachuun Afrikaa keessa sadarkaa tokkoffaa gubbaatti argamti jedhame.Biyyoottan kuni kan ittiin madaalaman naannicha keessatti humna waraana lafoo baayyee qabaachuu, hidhannoo meeshaa waraanaa ammayyaa hidhachuu, naannicha keessatti humna galaanarraafi qilleensarraa jabaa qabaachuun kan madaalamatu ta’u ibse. Kanaanis Masiriin biyya waggaatti doollar biiliyoona 5.88 humna waraanaa qofaaf oolchitu yoo taatuu, humna waraana jabaa meeshaa ammayyattiin deeggarame, Taankii Lolaa, konkolataafi heelekooptera waraanaaf barbaachisan hedduu qabachuun Afrikaa irraa sadarkaa 1ffaa qabate jedhame.Itoophiyaan immoo biyya Lotoota lafoo baayyee qabachuun beekamtuu yoo taatu waggaa tokkotti doollar Ameerikaa biiliyoona 2.10 hojii humna waraanaatiif oolchiti jedhame. kanaanis Itoophiyaan baay’inaan lotoota kumatamaan laakkaman oomishuun akkasumas humna waraana qileensa irraa jabaa ta’e qabaachuu gabaasni kuni ifoomsera. Dabalaatnis xiyyeeffannoo Itoophiyaa humna waraana lafoo ijaaruu, humna ittisa daangaafi nageenya biyya keessaa kabachiisuu jabaa uummuu irratti kan xiyyeeffate ta’u gaabasichi eerera. kanaanis Itoophiyaan gahumsaafi haaloota waraana hedduu biyya gonfate yoo taatuu Afrikaa kibbaatti aanuun sadarkaa shanaffaa gubbaatti argamti jedha gabaasichi Global Firepower irraa bahe kuni.Haaluma wali fakkaatun Biyyoonni Afrikaa kan humna waraana cimaa qabachuun sadarakaa 1ffaa hanga 10ffaa qabatan wali dura duubaan Ijyiptii, Aljeeriyaa, Naayijeeriyaa, Afrikaa Kibbaa, Itoophiyaa ,Angoolaa, Morookoo ,DR koongoo, Sudaaniif Libiyaa fa’aa ta’uu gabaasni Global Firepower jedhamu kuni ifoomsera.Odeeffannoowwan dabalataa kanneen biroo
Home  ⇒  Uncategorized   ⇒   “Bara 2025, Itoophiyaan humna waraanaa jabaa qabaachuun Afriikaarraa sadarkaa shanaffaa argattte” Gabaasa Giloobaal Faayirpaawor Oduu Walif TV ( Sad 17/2025) Finfinnee Gabaasni Global Firepower jedhamu biyyoota afrikaa humna waraana jabaa ta’ee qaban jedhaman sadarkaa tokko hanga kudhan baaseen Itoophiyaan sadrakaa shanaffaa yoo qabattu, Masirii immoo biyya humna waraana Afrikaa irraa jabaa ta’ee qabachuun Afrikaa keessa sadarkaa tokkoffaa gubbaatti argamti jedhame.Biyyoottan kuni kan ittiin madaalaman naannicha keessatti humna waraana lafoo baayyee qabaachuu, hidhannoo meeshaa waraanaa ammayyaa hidhachuu, naannicha keessatti humna galaanarraafi qilleensarraa jabaa qabaachuun kan madaalamatu ta’u ibse. Kanaanis Masiriin biyya waggaatti doollar biiliyoona 5.88 humna waraanaa qofaaf oolchitu yoo taatuu, humna waraana jabaa meeshaa ammayyattiin deeggarame, Taankii Lolaa, konkolataafi heelekooptera waraanaaf barbaachisan hedduu qabachuun Afrikaa irraa sadarkaa 1ffaa qabate jedhame.Itoophiyaan immoo biyya Lotoota lafoo baayyee qabachuun beekamtuu yoo taatu waggaa tokkotti doollar Ameerikaa biiliyoona 2.10 hojii humna waraanaatiif oolchiti jedhame. kanaanis Itoophiyaan baay’inaan lotoota kumatamaan laakkaman oomishuun akkasumas humna waraana qileensa irraa jabaa ta’e qabaachuu gabaasni kuni ifoomsera. Dabalaatnis xiyyeeffannoo Itoophiyaa humna waraana lafoo ijaaruu, humna ittisa daangaafi nageenya biyya keessaa kabachiisuu jabaa uummuu irratti kan xiyyeeffate ta’u gaabasichi eerera. kanaanis Itoophiyaan gahumsaafi haaloota waraana hedduu biyya gonfate yoo taatuu Afrikaa kibbaatti aanuun sadarkaa shanaffaa gubbaatti argamti jedha gabaasichi Global Firepower irraa bahe kuni.Haaluma wali fakkaatun Biyyoonni Afrikaa kan humna waraana cimaa qabachuun sadarakaa 1ffaa hanga 10ffaa qabatan wali dura duubaan Ijyiptii, Aljeeriyaa, Naayijeeriyaa, Afrikaa Kibbaa, Itoophiyaa ,Angoolaa, Morookoo ,DR koongoo, Sudaaniif Libiyaa fa’aa ta’uu gabaasni Global Firepower jedhamu kuni ifoomsera.Odeeffannoowwan dabalataa kanneen biroo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *