𝙅𝙖𝙖𝙡𝙖𝙡𝙖𝙖 𝙛𝙞𝙞 𝙈𝙞𝙞𝙙𝙝𝙖𝙢𝙖 isa….!!.⇣~~~~~~~~~~~~~Jalqaba jaalalli nama ni miitii? ➛”Eeyyeen sirrumatti nama miiti.” Si miidhuu qofaa miti hamma ati jireenyarraa abdii kutattu, hamma ati of jibbitu, hamma ati nyaataaf dhugaatii wallaaltu, hamma ati lubbuu kee baastu takkatti si miiti. Namarraas kophaa si baafti. Nama akkam miiti? ➛”Nama dhugaan onnee qulqulluudhaan fakkeessaan maletti, akkeessaan maletti si jaalatee, si amanee, onnee guutuun namni kun kiyya jedhee nama hunda keessaa si filatee si abdatee taa’uutu miidhama.” Garuu, guyyaa tokko namni dhugaa kan miidhama, caba kee san si fayyisu, ofitti si qabee tan isaa si godhatee akka waan isa malee namni biraa addunyaa tanarra hin jirreetti kan of si jaalachiisu gara jireenya keetitti ni dhufa.➻ 𝙅𝙖𝙖𝙡𝙖𝙡𝙖 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙩𝙩𝙞 𝙬𝙖𝙖𝙣 𝙖𝙩𝙞 𝙜𝙤𝙣𝙠𝙪𝙢𝙖𝙖 𝙜𝙤𝙙𝙝𝙪𝙪 𝙝𝙞𝙣 𝙦𝙖𝙗𝙣𝙚 ● Nama tokko jaalattee yoo dhabde, nama san dagachuuf ykn miidhama namni san si miidhe dagachuuf jattee nama biraa waliin jaalala hin eegalin. 🙌Kun jaalala oso hin taane caba kee itti fayyifachuufi malee nama san jaalatteetii miti. Onnee tee ta cabxe fayyifachuuf jattee onnee nama kaanii hin cabsin. Yoo nama jaalalaan miidhame taate, wanti ati gootu yeroof miiruma jaalalaa san keessaa baatee ofitti deebitee wantoota nama si miidhe san si yaadachiisu mara irraa fagaattee wantoota gara garaatiin yoo busy taate, dhugaa guyyaa muraasa keessatti nama san dagatta. Yeroo nama san dagattee of argatte booda, miira gaariin nama biraa waliin yoo jaalala eegaltees homaa miti. Bareedduu tiyya, nama tokkoon adda baatee yoo walitti deebi’uun keessan dadhabame, namaan jaaladhuuniin gargar bahe, namaan jaaladhuutu na gane jattee keessa kee of hin miidhin. Dhiira hin komatin; jaalalaas hin komatin niis hin balaaleeffatin. Haati ilmaan sagaliituu ni deemti. 😏► Inni dhumaa, yeroo hanga jaalalaan nama san waliin dabarsitu jaalala dhugaa jaaladhu. Fakkeessitee yeroo kee ofirraa hin gubin. Onnee namaa hin miidhiin
Home  ⇒  Uncategorized   ⇒   𝙅𝙖𝙖𝙡𝙖𝙡𝙖𝙖 𝙛𝙞𝙞 𝙈𝙞𝙞𝙙𝙝𝙖𝙢𝙖 isa….!!.⇣~~~~~~~~~~~~~Jalqaba jaalalli nama ni miitii? ➛”Eeyyeen sirrumatti nama miiti.” Si miidhuu qofaa miti hamma ati jireenyarraa abdii kutattu, hamma ati of jibbitu, hamma ati nyaataaf dhugaatii wallaaltu, hamma ati lubbuu kee baastu takkatti si miiti. Namarraas kophaa si baafti. Nama akkam miiti? ➛”Nama dhugaan onnee qulqulluudhaan fakkeessaan maletti, akkeessaan maletti si jaalatee, si amanee, onnee guutuun namni kun kiyya jedhee nama hunda keessaa si filatee si abdatee taa’uutu miidhama.” Garuu, guyyaa tokko namni dhugaa kan miidhama, caba kee san si fayyisu, ofitti si qabee tan isaa si godhatee akka waan isa malee namni biraa addunyaa tanarra hin jirreetti kan of si jaalachiisu gara jireenya keetitti ni dhufa.➻ 𝙅𝙖𝙖𝙡𝙖𝙡𝙖 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙩𝙩𝙞 𝙬𝙖𝙖𝙣 𝙖𝙩𝙞 𝙜𝙤𝙣𝙠𝙪𝙢𝙖𝙖 𝙜𝙤𝙙𝙝𝙪𝙪 𝙝𝙞𝙣 𝙦𝙖𝙗𝙣𝙚 ● Nama tokko jaalattee yoo dhabde, nama san dagachuuf ykn miidhama namni san si miidhe dagachuuf jattee nama biraa waliin jaalala hin eegalin. 🙌Kun jaalala oso hin taane caba kee itti fayyifachuufi malee nama san jaalatteetii miti. Onnee tee ta cabxe fayyifachuuf jattee onnee nama kaanii hin cabsin. Yoo nama jaalalaan miidhame taate, wanti ati gootu yeroof miiruma jaalalaa san keessaa baatee ofitti deebitee wantoota nama si miidhe san si yaadachiisu mara irraa fagaattee wantoota gara garaatiin yoo busy taate, dhugaa guyyaa muraasa keessatti nama san dagatta. Yeroo nama san dagattee of argatte booda, miira gaariin nama biraa waliin yoo jaalala eegaltees homaa miti. Bareedduu tiyya, nama tokkoon adda baatee yoo walitti deebi’uun keessan dadhabame, namaan jaaladhuuniin gargar bahe, namaan jaaladhuutu na gane jattee keessa kee of hin miidhin. Dhiira hin komatin; jaalalaas hin komatin niis hin balaaleeffatin. Haati ilmaan sagaliituu ni deemti. 😏► Inni dhumaa, yeroo hanga jaalalaan nama san waliin dabarsitu jaalala dhugaa jaaladhu. Fakkeessitee yeroo kee ofirraa hin gubin. Onnee namaa hin miidhiin

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *