( ! ) Notice: Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0.) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php on line 6131
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0001362272{main}( ).../index.php:0
20.0002362624require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.0002363040require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-load.php ).../wp-blog-header.php:13
40.0002363840require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-config.php ).../wp-load.php:50
50.0002365456require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-settings.php ).../wp-config.php:102
60.04745155824do_action( $hook_name = 'plugins_loaded' ).../wp-settings.php:593
70.04745157320WP_Hook->do_action( $args = [0 => ''] ).../plugin.php:522
80.04745157320WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => ''] ).../class-wp-hook.php:365
90.05495761152{closure:/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/health-check.php:63-87}( '' ).../class-wp-hook.php:341
100.05515802880require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-content/plugins/health-check/HealthCheck/Tools/class-health-check-files-integrity.php ).../health-check.php:72
110.05515802960Health_Check_Files_Integrity->__construct( ).../class-health-check-files-integrity.php:297
120.05515802960__( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../class-health-check-files-integrity.php:20
130.05515802960translate( $text = 'File integrity', $domain = 'health-check' ).../l10n.php:307
140.05515802960get_translations_for_domain( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:195
150.05515802960_load_textdomain_just_in_time( $domain = 'health-check' ).../l10n.php:1419
160.05545805568_doing_it_wrong( $function_name = '_load_textdomain_just_in_time', $message = 'Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later.', $version = '6.7.0' ).../l10n.php:1381
170.05545806912wp_trigger_error( $function_name = '', $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = ??? ).../functions.php:6071
180.05565808296trigger_error( $message = 'Function _load_textdomain_just_in_time was called incorrectly. Translation loading for the health-check domain was triggered too early. This is usually an indicator for some code in the plugin or theme running too early. Translations should be loaded at the init action or later. Please see Debugging in WordPress for more information. (This message was added in version 6.7.0'..., $error_level = 1024 ).../functions.php:6131

( ! ) Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /home/muhesocn/public_html/wp-includes/functions.php:6131) in /home/muhesocn/public_html/wp-includes/feed-rss2-comments.php on line 8
Call Stack
#TimeMemoryFunctionLocation
10.0001362272{main}( ).../index.php:0
20.0002362624require( '/home/muhesocn/public_html/wp-blog-header.php ).../index.php:17
30.178811689160require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-includes/template-loader.php ).../wp-blog-header.php:19
40.182211832384do_feed( ).../template-loader.php:58
50.182211832424do_action( $hook_name = 'do_feed_rss2', ...$arg = variadic(TRUE, 'rss2') ).../functions.php:1641
60.182211832640WP_Hook->do_action( $args = [0 => TRUE, 1 => 'rss2'] ).../plugin.php:522
70.182211832640WP_Hook->apply_filters( $value = '', $args = [0 => TRUE, 1 => 'rss2'] ).../class-wp-hook.php:365
80.182211833072do_feed_rss2( $for_comments = TRUE ).../class-wp-hook.php:343
90.182211833168load_template( $_template_file = '/home/muhesocn/public_html/wp-includes/feed-rss2-comments.php', $load_once = ???, $args = ??? ).../functions.php:1677
100.182311833904require_once( '/home/muhesocn/public_html/wp-includes/feed-rss2-comments.php ).../template.php:814
110.182311833984header( $header = 'Content-Type: application/rss+xml; charset=UTF-8', $replace = TRUE ).../feed-rss2-comments.php:8
Comments on: Buna shanyii bareedaa kana qoteebulaa keenya hundaaf kennamee dhaabamu qaba.Jimaa kaasaa buna dhaabaa / Jimaa buqqisuudhan iddoo isaa buna bakka buusaa.☕🍋 Faayidaa Buna Loomii Waliin dhuguun Fayyaa keenyaaf qabu Ibsa Saayinsii wajjiin…..Walmakiinsi bunaa fi loomii kun qoricha aadaa mana keessaa fi akkasumas jireenya fayyaa ammayyaa keessatti akka dhugaatii humna qaama namaa kennuu fi qulqulleessu akkasumas kan hojii qaamaa deeggaruuf gargaaruu keessatti bu’aa qaba.Bunaa fi loomii walitti makame kun mataa dhukkubbii salphisuu, anniisaa guddisuu, meetaabolii guddisuu fi ulfaatina qaamaa hir’isuuf gargaaruu dabalatee kaayyoo hedduudhaaf kan ooludha. Faayidaa tokkoon tokkoon isaaniitiif tarreen ibsa bal’aan kunooti:✅ 1. Carraa Kaansariin qabamuu Hir’isuu:Bunni antioxidants humna guddaa qaban kan akka chlorogenic acid kan free radicals kaansarii fidan Nurraa loluuf ta’u of keessaa qaba.Loomiin vitaamin C fi flavonoids kan of keessaa qabu yoo ta’u, kana malees sochii farra kaansarii agarsiisaniiru.✅ 2. Dhukkubbii Mataa Hir’isuuQabiyyee bunaa Kaafeenii fi loomii yeroo mataa dhukkubbii ujummoo dhiigaa sammuu keessatti bal’ate ni dhiphisa, keessumaa dhukkubbii mataa tension ykn mataa bowwuu gama tokkoon nama dhukkubu migraine salphisuuf gargaara.✅ 3. Qaama humna namaa kan kennu yoo ta’u, ga’umsa qaamaa ni fooyyessaSirna narvii giddugaleessaa kan kakaasu yoo ta’u, dhangala’aa adrenaline kan dabala, kunis sochii, anniisaa fi dammaqina qaamaa akka dabalu taasisa.✅ 4. Saffisa bullaa’isna nyaataa meetaabolii ni dabalaSaffisa meetaabolii bu’uuraa (BMR) ni dabala.Loomiin kompaawundoota dhangala’aa bishaan bullaa’isna nyaataa garaachaa guddisan kan of keessaa qabu yoo ta’u, kunis coomni akka bullaa’uu hedduu gargaara.> Bu’aan isaa daangeffamaadha, yeroodhuma sana qofa tajaajila malee yeroo hunda miti! garuu qorannoo fayyaa yeroo gabaabaa keessatti mirkanaa’eera.✅ 5. Seelii coomaa ni caccabsaKaafeeniin bunaa lipolysis, asiidota coomaa seelii keessaa akka madda anniisaatti akka itti fayyadamuuf gadi lakkifaman kakaasa.✅ 6. Gogiinsa garaa Wal’aanaBunni dhiibbaa kaafeenii fi kompaawundoota biroo kan akka asiidii kilooroojeenikii irraa kan ka’e sochii garaachaa ni kakaasa.Loomiin dhangala’aa bullaa’insa nyaataa kan kakaasu yoo ta’u, kunis sagaraan goge lallaafaa akka ta’uu fi sochii garaachaa fi marrimaanii fooyyessuuf gargaara.> Keessattuu ganama ho’aa yoo dhugne bu’a qabeessa.✅ 7. Dhukkuba garaa baasaa yokan kaasaa namarraa ni fayyisaKompaawundootni bunaa asiidii sitriik loomii garaa kaasaa yokan nama garaan baasuuf bu’aa qabu.✅ 8. Bullaa’insa nyaataa ni to’ataKaafeeniin sochii garaachaa fi marrimaanii kan kakaasu yoo ta’u, loomiin asiidiin dhangala’aa bullaa’insa nyaataa madaala sirri ta’een akka bahu taasisa.> Nyaanni bullaa’uu dhabuu fi miira dafanii quufuu yokan garaan guutuu hir’isuuf gargaara.✅ 9. Qaamaaf vitaaminii kennuu fi meetaaboliizimii dabaluuf gyLoomiin vitaaminoota C, B1 fi B6 kan qabu yoo ta’u, kunis hojii meetaaboliidhaaf barbaachisaa dha.Bunni vitaaminii hedduu of keessaa hin qabu, garuu adeemsa meetaabolii ni kakaasa.✅ 10. Carraa dhukkuba Alzheimer’s hir’isuuKaafeeniin bunaa Dhukkuba hamaa Kanaa pirootiinii dhukkuba Alzaayimarii wajjin walqabatukuufama beetaa-amilooyidii sammuu keessatti hir’isuu danda’a, Qorannoon yeroo dheeraa akka agarsiisutti namoonni buna madaalawaadhaan dhugan carraan dhibee yaada namaa hadoochu kanaan qabamuu isaanii xiqqaadha.✅ 11. Ittisa qaamaa fi fayyaa gogaa guddisuuVitaamin C loomii keessa jiru kolaajiinii akka uumamu kan taasisu yoo ta’u, inflammation ni lola.Bunni antioxidants kan seelii miidhaa oksijiinii irraa eegu of keessaa qaba.Walnyaatinsi kun al-kallattiin fayyaa gogaa fi dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu ni deeggara.✅ 12. Rakkoo hirriiba dhabuu fi halkan irra Deddeebiin hirriiba keessaa dammaquu ni fura. Sa’aatii gabaabaa keessatti hirriiba Gaarii Argachuuf nama gargaara ✅ 13. Dhukkuboota Qorraa kan Akka Qufaa utaalloo Taayifoodii fi kkf baayyee fayyada.✅ 14. Fayyaa Onnee Cimsa dhukkuboota onnee namarraa ittisa ✅ 15.Fedhii fi dandeettii wal qunnamtii saalaa daldala fayyaa qaama saalaa Cimsa ⚠️ Akeekkachiisa Barbaachisoo:Dhukkubsattoota madaa garaachaa ykn dhukkuba gastroesophageal reflux qabaniif hin gorfamu.Garmalee baayyinaan fayyadamuun hin gorfamu (guyyaatti siin tokko hin caalle fayyadama.📌 Kallattii Itti Fayyadamaa:Buna gurraacha sukkaara hin qabne siinii tokkoo fi cuunfaa bishaan loomii Faallaana guddaa lama wajjin walitti dabalame dhugama Guyyaatti al tokko erga nyaatanii booda haala kanaan guyyaa 10 fayyadamuun gaariidha Garaa duwwaatti Fayyadamtu yoo Ta’e guyyaa 5 qofa fayyadamuu qabdu kun gahaadha dafee kan bu’aa mullisu isa kana dha Garuu nama hanqina dhiigaa Qabuuf gaarii miti!📢 Faayidaa qaba namoota biroof qooduu hin dagatinaa 🔁Haala Salphaan Odeeffannoo Fayyaa Sirrii Argachuuf fuulla FB [ Mana Qoricha Aadaa Al-Hikmaa Follow godhaa.📘 godhaa https://muhesofmar.com/2025/10/21/buna-shanyii-bareedaa-kana-qoteebulaa-keenya-hundaaf-kennamee-dhaabamu-qaba-jimaa-kaasaa-buna-dhaabaa-jimaa-buqqisuudhan-iddoo-isaa-buna-bakka-buusaa-%e2%98%95%f0%9f%8d%8b-faayidaa-buna-loomii-walii/ My WordPress Blog Tue, 21 Oct 2025 08:48:58 +0000 hourly 1 https://wordpress.org/?v=6.9.4